Awash Post: BBC’n Afaan Oromootiinis akka tamsaasu waamichi dhihaate BBC’n Afaan Oromootiin akka tamsaasuu waamicha kan dhiheessan Dr. Birhaanamasqal Abbabaa Sanyii fi Girmabbaacabsaati BBC’n tamsaasa Itoophiyaafi Eertiraa irratti fuulleffate akka eegaluuf deemu Fulbaana 7, 2015 labsee jira. Sababni BBC’n barbaachisummaa tamsaasa kanaaf dhiheesse ukkaamamiinsa miidiyaalee wolabaan wolqabatee hir’inni ykn hanqinni dimokraasii biyyoota lamaanuu keessatti bal’inaan … Continue reading Oromia: BBC’n Afaan Oromootiinis akka tamsaasu waamichi dhihaate: BBC: Consider Afan Oromo for your new radio-broadcasts to Ethiopia/Eritrea, as a matter of priority
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed