Advertisements
jump to navigation

Oromia/ Ethiopia: Thousands of ‪#‎Oromo‬ nationals are being arrested and in detentions. Their location is unknown. ‪#‎OromoProtests‬ December 26, 2015

Posted by OromianEconomist in Kidnapped and disappearance of Oromo civilians, Oromo Protests, Oromo students protests, Oromo the Largest Nation of Africa. Human Rights violations and Genocide against the Oromo people in Ethiopia, Uncategorized.
Tags: , , , , , , , , , , , , ,
trackback

Odaa Oromoooromoprotests-tweet-and-share1

Oromia/ Ethiopia: Thousands of ‪#‎Oromo‬ nationals are being arrested and in detentions. Their location is unknown. ‪#‎OromoProtests‬

Gammachuu H. Mariam Oromo youth kidnapped by Agazi

Oromoonni Hedduun Gara Mana Hidhaatti Guuramaa Jiru

Humnoonni mootummaa Oromoota kuma hedduutti lakkaa’aman Fincila Diddaa Gabrummaa(FGD) Oromiyaa keessatti adeemsifaa jiru irratti hirmaataniittu jechuudhaan gara mana hidhaatti guuranii darara jiru. Baratoonnni, barsiisonni, wallistoonni, gaazexeesitoonni, daldaltooni akkasumas quteebultoonni humnoota mootummaan uukkaanfamanii erga fudhatamnii booda reebicha fi miidhaa cimaa irraan gahuun isaan darara jiru. Namoonni ukkaanfaman baay’een isanii eessa akka jiran hinbeekamu. Maatii, firootaniifi hirriyyoonni akka isaan hindubbisne godhamaniiru.

Suraa armaan gadii irratti kan mula’atu Gammachuu Haylamaaram Dinqaa jedhama. Dhalatee kan guddate magaala Ambooti yoommuu ta’u taphataa kubbaa miilaa Magaalaa Burraayyuu ture. Kan jiraatu magaala Sabbataa yeroo ta’u, gaafa 20/12/2015 bakka hojiirraa isa qabanii gara Maa’ikalaawwiit geessanii ergaa dararaa turani booda shoorkeessummaarratti hirmaateetta jechuun himata itti bananiiru

Suraa armaan gadii irratti kan mula’atu hirmaateetta jechuun himata itti bananiiru. Erga qabamee hidhameetii, maatii, firoottanii fi hiriyyoonni isa dubbisuufi haala inni irra jiru beekuu hindandeenye. Gammachuu fi dargaggoonni Oromoo kuma hedduun yeroo amma kanatti mana hidhaa keessatti badii tokko malee, mirga isaanii waan gaafataniif qofa dararama jiru. Hidhaa fi ajjechaan qabsoo Oromoon abbaa biyyummaaf taasisa jiru dubbatti hindeebisu!

 

Source: Oromoonni Hedduun Gara Mana Hidhaatti Guuramaa Jiru

Advertisements

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: