OROMIA: #OROMOPROTESTS: SANBATA DURAA DHUFU GUUTUU OROMIYAATTI HIRIIRI NI GODHAMA. #GrandOromiaMarch on 6 August 2016

    The Grand Oromo March on the 6th of August 2016   Ji’oottan saglan dabraniif ummanni Oromoo gaafii mirgaa haqummaan isaa mootummaanuu amane qabatee haala seeraaf heerri biyyattii eeyyamuun falmachaa jiraachuun isaa ni beekma. Yeroo kana keessatti ilmaan Oromoo 600 ol ta’an loltoota mootummaatin ajjeefamanii, kanneen 5000 ol ta’an madaayanii jiran. Kana jechuunis ji’oottan … Continue reading OROMIA: #OROMOPROTESTS: SANBATA DURAA DHUFU GUUTUU OROMIYAATTI HIRIIRI NI GODHAMA. #GrandOromiaMarch on 6 August 2016