#‎OromoProtests‬, TARKAANFII ITTI AANU

      #‎OromoProtests‬, TARKAANFII ITTI AANU Jawaar Mohamed Kabajamtoota Ilmaan Oromoo, Hunda dura, lammiilee keenya kan bilisummaa Oromoofi Oromiyaatiif falmachuudhaaf murteessanii hiriira guyyaa har’aa kanarratti hirmaachuun lubbuu isaanii lamuu hin deebine aarsaa godhanii jannata hawwaa, seenaan saba kanaa barabaraan isaan haa yaadatun jenna. Firaafi maatii isaaniitifis jajjabina haa laatu jenna. Itti aansuun ilmaan Oromoo … Continue reading #‎OromoProtests‬, TARKAANFII ITTI AANU