August 31, 2017 1:57 pm


Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata. Warri gaafi kana kaasan heddutu Maakkalawwi, Qilinxoofi Qaallittiitti hidhamee hiraarfamaa jira. Waayee Wanbaraa guutuutti dubbisuuf as tuqaa.
Posted by OromianEconomist
Categories: #OromoProtests, Because I am Oromo, Uncategorized
Tags: #OromoProtests, Africa, Genocide against the Oromo, Metekele, Oromia, Oromo, Wanbara Oromo
You must be logged in to post a comment.
Mobile Site | Full Site
Get a free blog at WordPress.com Theme: WordPress Mobile Edition by Alex King.
[…] Oromia (Wanbara): Systematic discriminations, cultural Genocide against Oromo people in Wenbara Zone… […]
By Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (August) | OromianEconomist on September 1, 2017 at 8:45 pm