Oromia (Wanbara): Systematic discriminations, cultural Genocide against Oromo people in Wenbara Zone. Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata jira. August 31, 2017
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Because I am Oromo, Uncategorized.Tags: #OromoProtests, Africa, Genocide against the Oromo, Metekele, Oromia, Oromo, Wanbara Oromo
1 comment so far
Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata. Warri gaafi kana kaasan heddutu Maakkalawwi, Qilinxoofi Qaallittiitti hidhamee hiraarfamaa jira. Waayee Wanbaraa guutuutti dubbisuuf as tuqaa.
Wanbaraa
You must be logged in to post a comment.