Oromia (Wanbara): Systematic discriminations, cultural Genocide against Oromo people in Wenbara Zone. Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata jira. August 31, 2017
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Because I am Oromo, Uncategorized.Tags: #OromoProtests, Africa, Genocide against the Oromo, Metekele, Oromia, Oromo, Wanbara Oromo
trackback
Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata. Warri gaafi kana kaasan heddutu Maakkalawwi, Qilinxoofi Qaallittiitti hidhamee hiraarfamaa jira. Waayee Wanbaraa guutuutti dubbisuuf as tuqaa.
Wanbaraa
QEERROO: Eenyuumaa Oromoota Godina Matakkal Bulchiinsa Gumuz Jala Jiraatan Balleessuuf Jecha Dhibbaa Mootummaan Wayyaanee Taasisaa Jiru
Leave a Reply Cancel reply
This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.
[…] Oromia (Wanbara): Systematic discriminations, cultural Genocide against Oromo people in Wenbara Zone… […]