jump to navigation

The Second Oromo Leadership Convention March 10-12, 2017: Yaa’ii Hooggansa Oromoo Isa Lammaffaa March 12, 2017

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.
Tags: , , , , , ,
trackback

Yaa’iin Hoogganoota Oromoo tan hayyoonni Oromo addunyaa guutu irra irratti argaman akka gaariitti deema jiritti. Yaa’iin tun murtiilee gurguddoo dhimma Oromo walii galaa irratti murtaawaa jira. Nageenyaafi naamuusni walgahii tana akkaan eegamaadha. Ilmaan Oromo garaa qulqulluun waliin maryataa jiran. Kun Seenaa Ummata Oromo keessatti kan duraati. Qabsoon teenya waggooti dheeraa booda Dhaloota Haarawaa, warra rakkoof gadadoo sabni keenya keessa jiruuf fala barbaadan biyya keessaaf biyya alaattillee uumamtee jirti. Kana Oromon bakka jirutti mataa ol qabate ittin dhaadachuu qaba. Yaa’iin kunis akka injifannoon xumuuramu abdii keenya. Baga Gammaddan. Haqa Qabna Ni Moona!!!

https://www.facebook.com/OromiaMedia/videos/1897123027167222/

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Leave a comment

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.