Advertisements
jump to navigation

Oromia: Athletic Nation World Report: The Rio 2016 Paralympic: Athlete Tamiru Demisse showed solidarity with #OromoProtests against the tyrannic Ethiopia’s regime as he claimed a silver medal, following a protest gesture made by Olympic counterpart Fayyisaa Leellisaa (Feyisa Lilesa). Gootichi Oromoo Atleet Taammiruu Demisee Paralympic Riyoo tti tibba injifate mallattoo mormii Oromoo agarsiise. September 13, 2016

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Athletic nation.
Tags: , , , , , , , ,
trackback

 

Odaa OromooOromianEconomist

rio-paralympicoromo-athlete-tamiru-demisse-center-reacts-after-the-final-of-mens-1500m-of-the-rio-2016-paralympic


Oromo athlete Tamiru Demisse has registered double victory in the Rio 2016 Paralympic as he stands with #OromoProtests on world stage.

Injifannoo dacha dachaa: Gootich Oromoo, Atleet Taammiruu Demisee Paralympic Riyoo irratti injifannoo irratti injifannoo galmeesse. Akkuma Fayyisaa Leellisaa FXG Oromoo Adunyaatti ibse.

 

Oromo Paralympian makes protest gesture on finish line – video

oromo-athlete-tamiru-demisse-in-solidarity-with-oromoprotests-reacts-after-the-final-of-mens-1500m-of-the-rio-2016-paralympic-he-is-the-silver-medal-winneroromo-athlete-tamiru-demisse-in-solidarity-with-oromoprotests-reacts-after-the-final-of-mens-1500m-of-the-rio-2016-paralympic-he-is-the-silver-medallist

 

Oromo athlete Tamiru Demisse (Center) shows solidarity in the world stage with #OromoProtests after the final of men’s 1500m of the Rio 2016 Paralympic.He is the silver medal winner at the event. Tamiru Demisse is 22 years old ( Born October 7, 1993).

oromo-athlete-tamiru-demisse-center-reacts-after-the-final-of-mens-1500m-of-the-rio-2016-paralympic

 

Silver medalist Tamiru Demisse also refused to sing #Ethiopia national anthem in protest against the oppressive regime

silver-medalist-tamiru-demisse-also-refused-to-sing-ethiopia-national-anthem-in-protest-agnst-the-oppressive-regime-oromoprotests-11-september-2016-at-rio


Oromo Oromo athletes Tamiru Demisse (C), Megersa Tasisa (L) and sport journalist Adugna Angasu (R) who are in Rio de Janeiro, Brazil for the Paralympic 2016 show solidarity in a world stage to #OromoProtests, 11 September 2016.

oromo-oromo-athletes-tamiru-demisse-c-megersa-tasisa-l-and-sport-journalist-adugna-angasu-r-who-are-in-rio-de-janeiro-brazil-for-the-paralympic-2016-show-solidarity-in-a-world-stage-to-oromo

Atleetiin Oromoo Damiseee Taammiruu ‘RioParalympic’ (Oloompikii qaama miidhamtootaa) irratti Fiigicha meetra 1500 irratti sadarkaa 2ffaan  injifatee harka isaas waliin qaxxaamursee diddaa wayyaanee mul’isee injifannoo dachaa galmeessee jira.Kana kan raawwate Fulbaana 11 bara 2016 tti.  Atleet Damiseen qaama miidhamaa yoo tahu ijji isaa takk0 hin agartu.  Gootichi kun garuu addunyaa irratti  saba isaa, saba Oromoof injifannoo guddaa fi boonsaa galmeesse jira . Wanti nama ajaa’ibu garuu atileetiin kun 1ffaa bahuu ni danda’a ture. Yoo sarara seenuuf xiqqo hafuuf mallattoo fincila xumura garbummaa Oromoo mul’isuuf jedhee hanga inni harka isaa ol qabu duubaa dhufanii bira dabranii saba isaaf jedhee 2ffaa bahuuf dirqame.

Itti dabaleesi  Damisee Taammiruu yoo badhaasa fudhatuus alaabaan Itoophiyaa (wayyanee) akka ol hin baane dhoorkee yoo faaruun alaabaa Itoophiyaa faarfamtuus afaan qabatee jibba qabuuf mul’ise. Akkasumaas wayta baayyee harka isaa ol kaasuun mormii isaa irra deddeebi’ee mul’isaa ture. Atileetiin kun saba isaatiif jedhee wareegama qaalii injifannoo dachaa galmeesse. Innillee Itoophiyatti gale taanaan miidhaa hamaatu isa qunnama. Wayyaaneen aara Fayyisaa mara irratti dabalattee miiti. Kanaaf Oromoon addunyaarra jirtan akkuma inni daandii Fayyisaa Lalisaa baase irra deeme, nutiis daandii Fayyisaaf irra deemne irra haa deemnuuf. Isa waliin  ‘RioParalympic’  irra kan turan Atleet  magarsaa Taasisaa fi gazexeessaa Adunyaa Angaasuu isa waliin  mallattoo fincila xumura garbummaa agarsiisaniiru.


https://oromianeconomist.com/2016/08/29/oromia-athletic-nations-reports-the-winner-of-qebec-city-marathon-marathon-oromo-athlete-ebisa-ejigu-crossed-the-finish-line-in-an-almost-identical-fashion-as-lilesa-did-one-week-earlier-in-brazi/

Quebec City Marathon winner, Oromo athlete, Ebisa Ejigu, replicates Rio Olympic medallist’s #OromoProtests. p2

Athlete Fraol Ebissa Won the Germany 10Km race and shows his solidarity with #OromoProtestsSeptember 2016. p2

Athlete Fraol Ebissa Won the Germany 10Km race and shows his solidarity with #OromoProtests. 4 September 2016. p2

Hariyaan Furii Kaffiyaaloo jettiin,maqaan isaa,Taammiruu Kaffiyaaloo Damiseeti.Taammiruun nama ganna 23ti.

Bara 2000 keessa fiigicha jalqabee bara 2003 keessa ammoo akka dansaa dorgommii jabeeffate.Eegii sunii asitti metirii 400, 800 fi 1,500 irratti dorgoma. Haga ammaatti medaaliyaa 45 caalaa badhaafame.

Taammiruun nama biyya keessaa fi biyya alaalleetti Paralympic dorgmuun beekama.Paralympic dorgommii namii cabaa-baqaa, naafaa fi qaamii akka akkaa irraa hirdhate ka doktoriin mirkanseef irratti dorgomu.

Atileeti Taammiruu Demissee,Rio Biraazil

Atileeti Taammiruu Demissee,Rio Biraazil

Dorgommii Paralympic ta bara, 2016 Fulbaana 7-18,bara 2016 Riyoo,Biraazilitti itti jiran.Atileetota 4000 caalanitti itti jira.

Itoophiyaan dorgommii tanaaf Taammiruu waliin nama shan ergatte.Taammiruun fiigicha metirii 1,500 guyyaa dheengaddaa dorgome irratti lammeessoo bahee mallattoo mormii Oromoo agarsiise.

“Wanta biyya keessatti godhamaa jiru addunyaatti akka beekamu. Dhiiga saba kiyyaatii ka dhangala’a jiru…kan gubachaa jiru saba kiyya waan taheef—namini meeqa akka du’e hin beekna,kanaaf mormii agarsiise,”jedha.

Kanaafuu jedha Taammiruun mallatoon tun mallattoo ummatii “Oromoo hidhamuu isaa, cunqurfamuu isaa agarsiisu waan taheef agarsiise,” jedha.

Atileeti Taammiruun mallattoo mormii Oromo tana yoo dorgommii jalqabe,yoo fixe,yoo badhaasa medaaliyaa fudhate mul’isee dirree keessa fiigaa agarsiisaa ture.Yoo waltajjii irratti alaabaa Itoophiyaa oli baasan afaan qabatee faarsuu dide.

Afaan qabachuun ammoo “ummatii Oromoo osoo waan hedduu qabuu ukkamamuu isaa,osoo wannuma hundaa gochuu dandahuu afaan qabee akka homaa hin dandeennetti ilaalamuu isaa agarsiisaa,” jedha.

Taammiruun mormii tana agarsiisuuf Fayyisaatti na durse malee eegachaa ture jedha.

“Tokkoffaa baheetoo rikordii nan cabsaa tureeyyuu.Oggaa ani harka oli qabu innii gadi jedhee seeneeyyuu.Innii rakkoo hin qabuu.Anaaf rakkoo hin qabu.”

Taammiruun dorgommii jara qaamii miidhamee Paralympic keessatti dorgomaa.Innii diqqeennaan ila tokko dhabee,iltii lammeessoolleen akka dansaa lafa hin agartu.

Taammiruun waltajjii dorgommii addunyaa irratti mallatoo mormii siyaasaa agarsiisuun ‘seera malee’ jedhanii yoo fkn seera sun cabsite jedhanii medaaliyaa sirraa fuudhan maan jetta jennaan “kaan lubbuu itti dhabaa medaaliyaa narraa fuudhuun rakkoo hin qabu,” jedha.

Mormii atileetotii Itoophiyaa dorgommii biyya alaa irratti harka mataa irratti oli qabatanii mallattoo mormii hiriira Oromiyaa agarsiisuu kana, Fayyisaa Leellisaatti jalqabe.

Fayyisaa Biraazilii bahee amma Amerikaa jira.


News Week: Ethiopian Paralympian Tamiru Demisse showed solidarity with Oromia protesters—who have clashed with the country’s government—as he claimed a silver medal, following a protest gesture made by Olympic counterpart Feyisa Lilesa.

Demisse, who competed in the men’s 1,500-meter T13 race for visually impaired runners, claimed a silver medal in the race on Sunday at the Olympic Station in Rio de Janeiro, Brazil. As he crossed the finish line, Demisse crossed his arms above his head.The gesture has become widely adopted among members of the Oromo people, the country’s largest ethnic group. Oromo protesters have clashed with Ethiopian security forces in recent months, with Human Rights Watch claiming the unrest has seen more than 400 people killed.


Yahoo: Ethiopia’s Tamiru Demisse (C) reacts after the final of men’s 1500m of the Rio 2016 Paralympic.

The protest by Tamiru Demisse, the silver medalist in the men’s 1,500 m in Rio de Janeiro on Sunday, comes after fellow Ethiopian runner Feyisa Lilesa made headlines during the Olympics last month when he made a similar protest as he claimed silver in the men’s marathon.


The Independent: Ethiopian Paralympic athlete Tamiru Demisse in new finishing line protest against oppressive regime. 1500m runner echoes protest of fellow countryman Feyisa Lilesa.


Daily Mail: The protest by Tamiru Demisse, the silver medalist in the men’s 1,500 m in Rio de Janeiro on Sunday, comes after fellow Ethiopian runner Feyisa Lilesa made headlines during the Olympics last month when he made a similar protest as he claimed silver in the men’s marathon.

The gesture — a sort of X above the head — is a symbol of defiance against the Ethiopian government’s crack-down on anti-government protests that started in the Oromo region in November last year.


Africa News: An Ethiopian Paralympic athlete, Tamiru Demisse, crossed his arms above his head after finishing second in the Men’s 1500m race in Rio. He did same during the medal ceremony.

Tamiru finished behind Algeria’s Abdellatif Baka who took gold in the event. His gesture follows that of fellow athlete Feyisa Lilesa who also won silver in a marathon during the Olympic Games. Kenya’s Henry Kirwa won the bronze medal.

Crossing arms is a sign of protest against Ethiopian government’s treatment of the Oromo people, the largest ethnic group in the Horn of Africa. The protests were sparked after the government began extending the municipal boundary of the country’s capital, threatening parts of Oromia and the people’s land rights.


Leia mais:Prata nos 1.500 metros T13, Tamiru Demisse protesta contra governo etíope na chegada e no pódio


Answer Africa. One famous sight from Rio Olympics 1500m race finish line has found it’s way to that of the Paralympics thanks to Tammiru Demisse.


https://www.youtube.com/watch?v=9ODtmI-cyv4
Silver medallist Tamiru Demisse of Oromia/ Ethiopia, gold medallist Abdellatif Baka of Algeria and bronze medallist Henry Kirwa of Kenya. 11 September 2016
silver-medallist-tamiru-demisse-of-ethiopia-gold-medallist-abdellatif-baka-of-algeria-and-bronze-medallist-henry-kirwa-of-kenya-11-september-2016

oromo-oromo-athletes-tamiru-demisse-c-megersa-tasisa-l-and-sport-journalist-adugna-angasu-r-who-are-in-rio-de-janeiro-brazil-for-the-paralympic-2016-show-solidarity-in-a-world-stage-to-oromo
Demisse, Tasisa, Angasu Support Fnd

Beneficiaries of this fund are Oromo athletes Tamiru Demisse, Megersa Tasisa and sport journalist Adugna Angasu who are in Rio de Janeiro, Brazil for the Paralympic 2016. Mr. Demisse won a Silver Medal in the T13 1500 meter race and declared his support for pro-democracy movement in Ethiopia by raising his arms above his head X-style which is the symbol of #OromoProtests. Mr. Bayisa, an athlete, and Mr. Angasu, a sport journalist, from Ethiopia are also in Barzil for the Paralympic 2016. The three men fear persecution for supporting #OromoProtests if they go back to Ethiopia and are seeking political asylum. All fund raised will be used to support the beneficiaries. Please donate whatever amount you can. Thank you. Click here to go to the site

Oromo Paralympic Athletes Support Team

Help spread the word!
Advertisements

Comments»

1. Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist - September 14, 2016

[…] Oromia: Athletic Nation World Report: The Rio 2016 Paralympic: Athlete Tamiru Demisse showed solidarity with #OromoProtests against the tyrannic Ethiopia’s regime as he claimed a silver medal, following a protest gesture made by Olympic counterpart Fayyisaa Leellisaa (Feyisa Lilesa). Gootichi Oromoo AtleetTaammiruu Demisee Paralympic Riyoo tti tibba injifate mallattoo mormii Oromoo agarsiise. […]


Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: