Oromia: Dhimma Mormii Lagannaa Gabaa fi Mana Ooluu Ilaachisee Ibsa Qeerroo Oromoo Irraa kenname Beeksiisa Hatattamaa. Statement of the Oromo Qeerroo on the Market Boycott and Stay-at-Home Campaign in Oromia August 25, 2017
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.Tags: #OromoProtests, #OromoProtests and the Market Boycott in Action, #OromoRevolution
trackback
No to fascist TPLF’s thievery (Gibri) in the name of taxation in Ethiopia!
#HarargheeDeebisaa #OromoProtests #OromoRevolution
Statement of the Oromo Qeerroo on the Market Boycott and Stay-at-Home Campaign in Oromia
Ummanni keenya Daangaarra Jiru Waardiyaa Oromiyaa fi Oromummaati!!
Gincii, Amboo, Jalduu, Gudar, Giddaa Ayyaanaa, Mandii, Najjoo, Laaloo Assaabii, Jaarsoo, Gullisoo, Bojjii, Gujii,Dambi Doolloo, Gimbii, Naqamtee, Buraayyuu, sabbataa, Dirree Incinnii, Adaamaa, Harammayyaa, Mattuu, Baale (Robee), Madda Walabu, Walliisoo, Tulluu Boolloo, Sulultaa (Caancoo), Horroo Guduruu, Buuraayyuu, Dirree Dhawaa, Calanqoo, Ada’aa Bargaa, Baddannoo, Holootaa, Shaashee, Awaday (E. Harargee), Hara Qallo (Goro Dola, Gujii), Gaasaraa (Baalee), Bulee Hora, Jimmaa, Arjo, Heebantuu, Giddaa Ayyaanaa ,Kiiramuu, Ciroo, Dodolaa, Anfilloo (Mugii), Walqixxee, Diillaa, Bishooftuu, Finfinnee, Yuniversiitii Finfinnee, Geedoo, Asallaa, Shaambuu, Agaarfaa, Sibuu Siree, Kotobee, Wacaalee, Saalaalee, Machaaraa, Ammayyaa, Tokkee Kuttaayee, Innaangoo, Baabbichaa, Laaloo Qilee, Hiddii Lolaa, .Mugii, Arsi Nagallee, Baabbichaa, Shukutee, Baakkoo Tibbee, Jalduu, Gindoo, Buun’dho Beddellee, Grawwaa, Gaara Mul’ataa, Qarsaa, Qobboo (Dardar, Eastern Oromia), Sinaanaa (Baalee), Jimmaa Arjoo, Bojjii, Kombolcha, Aggaaroo,Tajji (Iluu), Qilxuu Kaarraa, Baabboo Gambel, Daawoo,Tulu Milki (Warra Jarso), Hirnaa, Xuulloo, Masalaa, Galamso, Bordode, Mi’esso, Waheel, Diggaa, Arjoo Guddattuu, Guraawa, waamaa Adaree, Shabee Somboo, Limmuu Saqaa, Amuruu (Agamsa), Daroo Labuu (Gaadulloo), Yaabelloo, Aliboo (Jaartee Jardagoo), Saasigga, Magaalaa Dafinoo, Dhumugaa, Daroo Labuu (Buraysaa) Begii (Kobor), Mardida Halo Guba (Daroo Labuu), Qassoo, Bonayyaa Boshee, Baalee (Dalloo Mannaa), Jimmaa Raaree (Magaalaa Gobaan), Nophaa (Iluu), Bordoddee, Togowacaalee, Dooguu, Metekel (Wanbara), Asaasaa, Waabee, Heeraroo, Doguu, Quufanziq (Dadar), Boku Luboma (Miyo, Borana), Eddoo, Dirree (Ada’aa), Qilxuu Kaarraa, Shebel town, Bate, Walanchiti, Warra Jiruu, Boolee Bulbulaa, Diilallaa, Gannat Haaraa (dodolaa)……………
Dhimma Mormii Lagannaa Gabaa fi Mana Ooluu Ilaachisee Ibsa Qeerroo Oromoo Irraa kenname Beeksiisa Hatattamaa
Hagayya 25, 2017
Mormiin lagannaa gabaa fi mana ooluu guutummaa Oromiyaa keessatti akka raawwatamuuf qeerroo Oromootiin waamame Hagayya 23, 2017 irraa kaasee hojii irra oolaa akka jiru beekamaadha. Duulli waamame kun amma guyyaa 3ffaa isaa xumuratee jira.
Akkuma karoorfametti sochiin kun guutummaa Oromiyaa keessatti, magaalota gurguddoo, magaalota baadiyyaa fi gandoota xixiqqo dabalatee adeemsifamuu eegale. Geejjibni Finfinnee geessuu fi Finfinnee irraa ba’u marti dhaabatee jira. Gabaabumatti, schiin diinagdee naannoo Oromiyaa keessa jiru dhaabbatee jira.
Duulli amma guyyaa 3ffaa qabatee jiru kun kaayyoowwan madaalamuu danda’an 3 qabatee ka’e. Tokkoffaan, sochiin mormii uummata Oromoo humnaan ukkaamfamuu akka hindandeenyee fi kaayyoon qabsoo mirga abbaa biyyummaa uummatichi yeroo dheeraaf dhugoomsuuf qabsaa’aa har’a ga’e hanga galma ga’utti akka hindhaabanne ergaa ifaa erguu. Lammaffaan, mootummaan guddina diinagee argamsiisuudhaan fudhatamummaa barbaadaa ture irratti duuluudhaan haala jireenya guyyaa guyyaa uummata Oromoo baay’ee osoo hinmiidhin akka hindhugoomne gochuu. Sadaffaan, uummatni Oromoo tokkummaadhaan wallin ka’ee qabsaa’uu akka danda’u agarsiisuudhaan tokkummaa saba Oromoo fi bu’uura sabboontummaa Oromoo mirkaneessuu. Arfaffaan, qabsoon biyyoolessaa Oromoo bifa mormii irraa gara qabsoo xumura gabrummaa sadarkaa isa dhumaatti ce’uu isaa agarsiisuu.
Kaayyoowwan armaan olitti eeraman kanneen dhuma guyyaa 3ffaa mormii amma adeemsifamaa jiruu irratti dhugoomuu isaanii hubanneerra. Dhiibbaan diinagdee sochii kanaa magaalota gurguddoo biyyoota ollaa irratti illee ifatti mul’ateera. Milkaa’inni kaayyoowwan sochii kanaa yeroo gabaabaa keessatti haala ol’aanaadhaan dhugoomuun isaanii waan mul’ateef adeemsa mormii kana irra deebinee madaaluun dirqama ta’ee jira. Kaayyoon mormii marsaa kanaa galma ga’uu isaa fi humni qeerroon Oromoo mootummicha irratti dhiibbaa taasisuuf qaban waan mirkanaa’eef ammaan tana injifannoo labsuudhaan sochiin mormii marsaa kanaa akka xumuramuuf waamicha dabarsuuf murteessinee jirra. Kana jechuun mormiin lagannaa gabaa fi mana ooluu Hagayya 23, 2017 eegalame har’a Hagayya 25, 2017 akka lakkoofsa biyyattiitti sa’a 12 irratti xumurama jechuudha.
Haaluma kanaan, diina keenya mootummaa Wayyaneef ibsuu kan barbaannu mormiin gabaa lagannaa fi mana ooluu marsaa kanaa milkiin xumuramus qabsoon uummata Oromoo ammas itti fufa. Nuti qabsaa’onni dhaloota ammaa kun ergaa keenya dabarfachuu fi injifannoo argachuu keenyatti amannus hanga kaayyoon qabsoo biyyoolessaa Oromoo galma ga’utti akka hinboqonne ibsuu feena. Hooggantoota keenya kan akka Prof. Mararaa Guddinaa fi Obbo Baqqalaa Garbaa uummata duratti salphisuuf waan Wayyaaneen gootu marti tasumaa fudhatama kan hinqabne ta’uusaa ibsuu feena. Akkasumas, yaaliin lafa muranii fudhachuudhaan Oromiyaa diiguuf godhamaa jiru gonkumaa fudhatama hinqabu. Kana malees, gibira humnaa olii irratti fe’uudhaan hojii daldalaa Oromiyaa keessaa laamshessuu fi daldaltoota Oromiyaa balleessuuf taasifamu matumaa akka hinfudhanne ibsuu barbaanna.
Xumura irratti, hanga uummatni Oromoo biyya isaa Oromiyaa irratti abbaa biyyuumaasaa mirkaneeffatutti, hanga qabeenyasaa guutummaatti tu’achuu danda’utti, akkasumas Oromummaan haalaan kabajamutti qabsoon biyyoolessaa Oromoo akka ittifufu ibsuu barbaanna. Qabsaa’onni Oromoo kumaatamaan wareegamuun isaanii ergamtoonni Wayyaanee maqaa bulchiinsa fooyya’aatiin akka Oromiyaa keessatti deebi’anii bulchiisa isaanii ijaarratanii fi sabboontummaa Oromoo irratti akka abbaa ta’aniif miti. Qabsoon uummata Oromoo hanga uummatichi Oromiyaa irratti, Finfinnee dabalatee, tu’annoo fiixaan ba’aa qabaatutti hinxumuramu. Qubeen Afaan Oromoos akka lammata itti hinbu’amnetti ni tikfanna. Qabsoon uummata Oromoo bifa qinda’een murannoo fi kutannoodhaan itti fufa.
Injifannoon kan Uummata Oromooti!!!
Qeerroo Oromoo
Hagayya 25-2017
Statement of the Oromo Qeerroo on the Market Boycott and Stay-at-Home Campaign in Oromia
August 25, 2017
The Oromia-wide economic boycott and stay-at-home campaign announced by Oromo activists, popularly known as Qeeroo Oromoo, commenced throughout Oromia as scheduled on August 23, 2017. The campaign completed its third day and is expected to remain in place as planned until August 27, 2017.
As planned, the campaign started on the scheduled day throughout Oromia. In some areas, it actually commenced at dusk on the eve of the scheduled days. For three days, businesses in large and small towns, daily markets in rural villages and inter-city transactions remained closed. Transport services leading to Finfinne, the main arteries of economic activities and supply lines to the center were discontinued. City buses and transport within cities and between cities were not in service. In short, the Oromia region came to a standstill soon after the boycott commenced and remain in effect for three days throughout Oromia.
The campaign was launched following the lifting of the state of emergency that was introduced in October 2016. Contrary to the regime’s claim that the state of emergency succeeded in suppressing the Oromo protests, we made a conscious decision to use time to regroup and strategize the next phase of the struggle after an arduous year of sustained resistance against a brutal totalitarian regime. At the end of the state of emergency, we deemed it necessary to counter the regime’s claims and demonstrate the protests have resumed in a different form.
The campaign was launched to achieve measurable objectives. First, it was meant to send an unmistakable message to the regime that the Oromo protest cannot be suppressed and that the struggle will continue until its longstanding demand for self-determination is achieved. Second, it was designed to deny the regime its undeserved claim to legitimacy on the basis of economic performance by slowing down economic activities without severely damaging people’s livelihoods. Third, it was intended to affirm the unity Oromo nation and the popular base of Oromo nationalism by showing that the Oromo people can rise in unison and act in concert at a time of their own choosing. Forth, it was planned to demonstrate that the Oromo struggle has shifted from resistance mode to a focused struggle for victory.
At the end of the third day, we have determined that these objectives have been fully achieved. The economic effect of the boycotts was felt in the major cities of the neighboring countries. The success of the campaign is so complete and comprehensive that a reassessment was deemed necessary. Having determined that the campaign has achieved its goals in record time and that the campaign has proven the Oromo qeerroo’s capacity to strike at the strength of the regime, we have decided to declare victory and call off the campaign at the end of the third day. This means, the boycott campaign and stay-at-home campaign will end at 6 PM Finfinne time on August 25, 2017.
As we end this campaign, we want our adversaries to know that this generation of Oromo nationalists will respond in way that its commensurate to the enemy’s egregious actions. We are satisfied that the campaign has driven home a message that we will not rest until the longstanding goals the Oromo national movement have been achieved. We want the adversary to know that we were deeply outraged at the public humiliation of our respected and august political leaders, Dr. Merera Gudina and Bekele Gerba and we will not accept further humiliation our leaders and our nation. Second, we will not tolerate the dismemberment of Oromia. The government has been given sufficient warning that the arming of mercenaries to murder Oromo residents of Oromia and carving out of Oromo lands under any circumstances, whether that land is around Finfinne or in eastern and southeastern Oromia or southern Oromia. Third, we will not accept the attempt to drive Oromo businesses into bankruptcy and Oromo street side peddlers and vendors out of existence.
Finally, we want the Oromo people to consider this campaign as an instance of rededication to the longstanding Oromo demands. The Oromo struggle will continue until the Oromo people have established full control over their governance, the resources of Oromia and their individual and collective identity. Oromo protesters didn’t die in the thousands so that the surrogates of the Tigray People’s Liberation Front can become the legitimate champions Oromo nationalism and reformers who would return civil administration to Oromia. The Oromo struggle will not be completed until genuine self-rule has been established in Oromia and all of Ethiopia. The Oromo struggle will not complete its journey until its representatives have achieved full control over Oromia’s resources, including Finfinne. Investors must know that their investments are welcome on condition that they are legal, incorruptible and undisruptive of indigenous livelihoods. The Oromo struggle was not waged to witness tampering with the main achievement of this generation: the use of qubee alphabet in written afaan Oromo. The Oromo resistance will continue with determination and dedication.
Victory to the Oromo People
Qeerroo Oromoo
ኦሮሚያ ውስጥ እየተካሄደ ባለው በቤት ውስጥ መቀመጥና የግብይት አድማ በተመለከተ ከቄውሮው አስተባባሪዎች የተሰጠ መግለጫ
ነሃሴ 25, 2017
አስቸኳይ!
በመላ ኦሮሚያ በኦሮሞ ቄሮ የተጠራውና እንደታቀደው በነሃሴ 23, 2017 የጀመረው የቤት ውስጥ መቀመጥና የግብይት ማቋረጥ አድማ ለሶስተኛ ቀን የቀጠለ ሲሆን በእቅዱ መሰረት እስከ ነሃሴ 27 እንደሚቀጥል የሚጠበቅ ነው። ይሄ አድማ በተያዘለት እቅድ መሰረት ተጀምሮ እየሄደ ያለ ሲሆን ባንዳንድ ቦታዎች እንዳውም በዋዜማው አመሻሽ ላይ ቀደም ብሎ ጀምሮ ነበር። ላለፉት ሶስት ቀናት በትልልቅም ሆነ በትንንሽ ከተሞች የንግድ እንቅስቃሴው ቆሟል። ወደ ዋና ከተማዋ ፊንፊኔ የሚገቡትም ሆነ የሚወጡት የትራንስፖርት ግልጋሎቶች ተቋርጠዋል። የኢኮኖሚ ማዕከላትን የሚያገናኙ ዋና ዋና የንግድና ትራንስፖርት መስመሮችም ተዘግተዋል። የከተማ ውስጥ እንዲሁም ከተሞችን የሚያገናኙ የትራንስፖርት ግልጋሎቶች ተቋርጠዋል በኦሮሚያ። ባጭር ባለፉት ሶስት ቀናት ኦሮሚያ እንቅስቃሴ አልባ ሆኖ ሰንብቷል።
ይሄ አድማ የተጠራው በጥቅምት 2016 የታወጀው የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ በተነሳ ባጭር ጊዜ ውስጥ መሆኑ ያለ ምክኒያት አልነበረም። የኦሮሞን ተቃውሞና አመጽ ባስቸኳይ አዋጁ አኮላሽቼዋለው በሚል ስርዓቱ የሚነዛውን ፕሮፓጋንዳ ለመናድና ለማጋለጥም ጭምር ሆኖ፣ በጥልቀት በታሰበበት ሁኔታና ለሚቀጥለው አዲስ የትግል ምዕራፍ ይረዳን ዘንድ በስትራቴጂና በሰከነ መልኩ ሃይላችንን በማሰባሰብ ትግሉን ወደ ላቀ ደረጃ አሸጋግረን እንደምናስቀጥለው በተጨባጭ ለማረጋገጥም ጭምር ነው። ስለሆንም የተጠራው አድማ ከአስቸኳይ ጊዜ አዋጁ መነሳት በኋላ ብዙም ሳይቆይ በአዲስ ስልትና በተለየ መንገድ መቀጠሉን በተጨባጭ ለማረጋገጥም ነው።
የአድማው ዘመቻ የሚለኩ (measurable) አላማዎች የነበሩት ነው። የመጀመሪያው፣ የኦሮሞ ትግል የራስን እድል በራስ መወሰን (self-determination) የሚለውን ወሳኝ ግብ ሳይመታ ሊቀለበስ እንደማይችል ለስርዓቱም ሆነ ለሌሎች ግልጽ መልዕክት ለማስተለለፍ ነው። ሁለተኛው የኢኮኖሚ እድገት አምጥቻለው በሚል ስርዓቱ ያልተገባ ቅቡልነት (undeserved legitimacy) ለማግኘት የሚያደርገውን ከንቱ ጥረት የሰዎችን የየእለት ኑሮ በማይጎዳ መልኩ ኢኮኖሚው እንዲቀዘቅዝ በማድረግ ስርዓቱ እንዲዳከምና እንዲንኮታኮት ማድረግ ነው። ሶስተኛውና ሌለኛው ወሳኝ ምክኒያት ደግሞ የኦሮሞ ህዝብ በአንድነት፣ በአንድ ጊዜና በሚፈልገው ጊዜ እንደሚነሳ ማሳየት፤ በዚሁም የኦሮሞ ብሄርተኝነትን ህዝባዊ መሰረት ለማራጋገጥ ነው። አራተኛው የተቃውሞ አድማው መልዕክት የኦሮሞ ትግል ከእምቢተኝነት (resistance) ወደ ተቀናጀ የድል ምዕራፍ (final victory) መሸጋገሩን ለማመላከት ነው።
እናም የቄሮው የተቀናጀ አድማ ዛሬ በ3ኛው ቀን እነዚህን ግቦች መምታቱን ገምግመን ተገንዝበናል። የአድማው ኢኮኖሚያዊ ተጽዕኖ በጎረቤት ሃገር ከተሞች ጭምር ሳይቀር መታይቱን ገምግመናል። ስለሆነም የአድማው ውጤት በሶስተኛው ቀን አጥጋቢና በ5ኛው ቀን ይጠበቅ ከነበረው ውጤትም በላይ ሆኖ በመገኘቱ፣ በዚሁ በ3ኛው ቀን በተደረገው ግምገማ መርሃ ግብሩን መከለስ አስፈላጊ ሆኖ ተገኝቷል። በዚሁ መሰረት ከላይ እንደተገለጸው ከታለመው አንጻር ጊዜው ሳይጠናቀቅ በቂና አጥጋቢ ውጤት የተገኘ በመሆኑ ምክኒያት ዛሬ አድማው ከተጀመረ በ3ኛው ቀን እንዲያበቃ የቄሮ አስተባባሪዎች ወስነዋል። ስለሆነም የቤት ውስጥ መቀመጥና የግብይት አድማው ከዛሬ ነሃሴ 25, 2017 አመሻሽ ጀምሮ ያበቃል ማለት ነው።
ይሄን ዘምቻ ዛሬ ላይ ስናቆም ለጨቋኙ ስርዓትም ሆነ የኦሮሞን ህዝብ ትግል በማጠልሸት ጊዜአቸውን ሲያጠፉ ለሚዉሉት ሁላ ግን መልዕክት አለን። ይኻውም የዚህ ትውልድ የኦሮሞ ብሄርተኞች የህዝብ ጠላቶችን ድርጊት በሚመጥንና ብሎም ጠላቶቹን በሚያንኮታኩት መልኩ የአጸፋ እርምጃ እንደሚወስዱ መታወቅ አለበት። የፖለቲካ መሪዎቻችን የሆኑትን እነ ዶ/ር መረራ ጉዲናና በቀለ ገርባ እንዲሁም ሌሎችን በደባባይ ለማዋረድና ለማሸማቀቅ በስርዓቱ አገልጋዮች እየተደረገ ያለው ብልግና ትልቅ ንዴትና ቁጭት እንደፈጠርብን ለመግለጽ እንፈልጋለን። በተጨማሪም በምስራቅም ሆነ በምዕራብ፤ በደቡብም ሆነ በሰሜን ወይም በመሃል ባለው የኦሮሞ ሃገርና መሬት ላይ የሚደረግ ማንኛውንም ወረራ እንደማንታገስ በድጋሚ እናረጋግጣለን።
ህወሃት መራሹ መንግስት የታጠቁ ነፍሰ ገዳይ ልዩ ፖሊስ አሰማርቶ የምስራቁን የኦሮሚያ አካባቢዎች እንዲወር የሚያደርገውን አደገኛ አካሄድ እንደማንታገሰው በድጋሚ እናስገነዝባለን። ስርዓቱ የኦሮሞ የቢዝነስ ሰዎችን ለማክሰር እንዲሁም በጥቃቅንና አነስተኛ ስራዎች ላይ የተሰማሩትንና ውጤታማ እየሆኑ ያሉ የኦሮሞ ልጆችን ለማክሰም የሚያደርገውን መሰሪ ጥረትም እንደማንታገስ መግለጽ እንወዳለን።
በመጨረሻም፣
የኦሮሞ ህዝብ ይሄንን ስኬታማ የአድማ ማድረግ ዘመቻ ነባሮቹን የኦሮም ህዝብ ፍላጎቶችና ጥያቄዎች ለማሳካት ይበልጥ ያለንን ጽናት የገለጽንበት አንድ አጋጣሚ መሆኑን ማወቅ አለበት። የኦሮሞ ትግል ህዝቡ የራሱን ሃብት ራሱ መቆጣጣአር እስኪችል፣ እንዲሁም የወልና የግል ማንነቱን ሙሉ በሙሉ ማስከበር እስኪችል ድረስ በጽናት የሚቀጥል መሆኑን ማስታወቅ እንፈልጋለን። በሺዎች የሚቆጠሩ ሰላማዊ ተቃውሞ በማድረጋቸው ብቻ የተገደሉት ውድ የኦሮሞ ልጆች የሞቱት የትግራዩ ነጽ አውጪ ቡድን ለራሱ ግልጋሎት ብሎ ጠፍጥፎ የሰራቸው ጀሌዎች በውሸት ትርክት የኦሮሞ ብሄርተኝነት ወራሽ መስለው በመቅረብ የኦሮሚያን አስተዳደር መልሰው በመቀጣጠር ወያኔ ስር ለማስገባት አለመሆኑ መታወቅ አለበት። የኦሮሞ ትግል ግቡን የሚመታው ህዝቡ ራሱ በመረጣቸው መሪዎቹ አማካይነት መተዳደር ሲጀመርና ፊንፊኔን ጨምሮ ሁሉም የኦሮሚያ አካባቢዎች ከህዝቡ በወጣ ዲሞክራሲያዊ አስተዳደር ስር ሲዋቀሩ ነው። ኦሮሚያ ውስጥ ኢንቬስት ማድረግ የሚፈልጉ ባለሃብቶችም ኢንቨስትሜንታቸው ህጋዊ፣ ከሙስና የጸዳና የባላገሩን ኑሮ በማያመሰቃቅል መልኩ ከሆነ ሁላችንም እንደምናበረታታቸውም መግለጽ እንፈልጋለን። እኛ ቄሮዎች ለስርዓቱ ያደሩ ሊህቃንና ሙሰኞች የቁቤ ቅደም ተከተል ለማዛባት ያደረጉትን ከንቱ ጥረት እንደምናወግዝና በቅርቡ በኦሮሞ ምሁራን ጥናት መሰረት ይሄን መሰሪ አካሄድ ለመቀልበስ የተላለፈውን ውሳኔ እንደምንደግፍ እንገልጻለን።
የኦሮሞ የመብትና የሃገር ባለቤትነት ትግል በላቀ ቁርጠኝነትና ጽናት እንዲሁም ቅልጥፍና ይቀጥላል።
ድል ለኦሮሞ ህዝብ
ኦሮሞ ቄሮ
[…] Oromia: Dhimma Mormii Lagannaa Gabaa fi Mana Ooluu Ilaachisee Ibsa Qeerroo Oromoo Irraa kenname Beek… […]