Oromia (Odaa Bisil): Seera Gadaa Oromoo Maccaa Wiirtuu Odaa Bisilitti kan Tumame November 20, 2017
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: Africa, Democratic African institution, Democratic system, Gadaa System, Odaa Bisil, Oromia, Oromo, Oromo democracy, Seera Gadaa, Seera Gadaa Oromoo Maccaa, Sirna Gadaa, Sirna Gadaa Oromoo
trackback
Seera Gadaa Oromoo Maccaa Kan Sadaasa 2017 Wiirtuu Odaa Bisilitti Haaromsamee Tumame
Gadaan Maccaa bara kana haaromsaaf godaanee akka ture namnuu quba qaba. Godaansa sanarratti seerri bulmaataa tumaamee jira. Seerri kun keeyyattoota gurguddaa 8’fi xixiqqoo 53 kan ofkeessaa qabu yommuu ta’u, wixineen seerichaa qorattoota yuunvarsiitii Jimmaafi Wallaggarraa dhufaniin qophaa’e. Abbootiin Gadaas alangaa quwaasuun seericha tumuun mirkaneessan. Gadaanis hojii jalqabee jira. Waan hundaafuu, dookmentiin seera tumamee kunootii dubbisaa!
Hub. Maxxansi kun heyyama Abbaa Gadaa Taakkalaa Dhiinsaatiin Ummata Oromoo bira akka ga’u ta’e.
Qooduuf kaaniif dabarsaa, tokko jedhanii lamatti taruu!
Gadaan Quufaa Gabbina!
Fedhasaa Taaddasaa’tii
Comments»