jump to navigation

Oromia: OMN:Gaafiif Deebii Gaazexeessaa DHRTVO Duraanii Yihun Ingidaa Waliin Godhame. December 20, 2016

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.
Tags: , , , , , , , ,
trackback

Odaa OromooOromianEconomistSay no to the master killer. Addis Ababa master plan is genocidal plan against Oromo peopleSay no to the master killer. Addis Ababa master plan is genocidal plan against Oromo people. Say no.


Naga’e!
Murtoo kanarra ga’uuf akkan harkifadhe nan beeka; Ta’us yeroon waan darbite natti hin fakkaatu. Ani kana booda miidiyaa mootummaa keessa dalaguuf mooraalii hin qabu. Qabsoo saba kootii dura dhaabbachuunis kaayyookoo miti! Nama dhugaan quuqama uummataa qabu taatee miidiyaa mootummaa keessa dalaguun du’a dachaadha. Uummatakeefis ofiikeefis hin taatu. Uummati sitti gadda, sammuukee dhabda. Ogummaa keettis hin taatu; diinagdeenkees 0 dha. Hundaa ol kan nama ajaa’ibu ammoo mootummaan ati hojjettuufillee si hin amanu. Waan maraafuu miidiyaa mootummaa keessa ta’ee hojiin hanga ammaatti dalagaa tureen namoota natti gadditan hundumaa dhiifaman gaafadha? Anis akka ilma Oromoo tokkootti qaama qabsoo saba kootii ta’uukoo akka naaf hubattanin barbaada! Namoonni kabajaa fi jaalala obbolummaa naaf qabdaniin, miidiyaarratti na arguu barbaaddan akka jirtan nan beeka. Isin tarii miidiyaa dhugaan hawaasa tajaajiluun, yeroo booda tajaajila ogummaakoo deebitanii argachuu dandeessu jedheen yaada. Kun ta’uu yoo baate garuu gamanumaan dhiifaman isin gaafadha, Galatoomaa!
(Yihun Ingidaa, Gaazexeessaa) Onkoloolessa 3 bara 2016


 

 

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: