Labsiin Yeroo Atattamaa Haala Itoophiyaa Keessa Jiru Fooyyeessuu Hin Danda’u April 16, 2017
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.Tags: #OromoProtests, Ethiopia, Oromia, Oromo, René Lefort, VoA Afaan Oromoo
trackback

Renee Lefort: Labsiin Yeroo Atattamaa Haala Itoophiyaa Keessa Jiru Fooyyeessuu Hin Danda’u
Mootummaan jeequmsa ka’ee tasgabeesuu fi nagaha hawwaasaa eegsisuudha murtii kana irra gahuu dubbatus, dhaabbileen mirga dhala namaatii falmanii fi beektoonni baayyen mirga lammiilee ukkaamsuuf itti fayyadamaa jira jedhan.
Labsiin kun fooyyee fideeraa laata? Fundura biyyatiitti bu’aa buuse qabaa? Kana irratti fi walumaagalaa haala siyaasa fi diinagdee biyyattii irratti yaada hayyoonni biyya allaa oggoota dheeraa dha qorannoo geggeessaa turan kennan kunooti.
Comments»
No comments yet — be the first.