Oromia: A Nation Wide THE STAY-AT-HOME PROTEST: MORMII WALIIGALAA GABAA LAGANNAA MARSAA 3ffaa. #OromoProtests #HarargheeDeebisaa August 22, 2017
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Uncategorized.Tags: #HarargheeDeebisaa, #OromoProtests, #OromoRevolution, Africa, Ethiopia, Gibri is TPLF's thievery in the name of taxation in Ethiopia, Oromia, Oromo, Social movements
trackback
No to fascist TPLF’s thievery (Gibri) in the name of taxation in Ethiopia!
#HarargheeDeebisaa #OromoProtests #OromoRevolution
Ummanni keenya Daangaarra Jiru Waardiyaa Oromiyaa fi Oromummaati!!
Gincii, Amboo, Jalduu, Gudar, Giddaa Ayyaanaa, Mandii, Najjoo, Laaloo Assaabii, Jaarsoo, Gullisoo, Bojjii, Gujii,Dambi Doolloo, Gimbii, Naqamtee, Buraayyuu, sabbataa, Dirree Incinnii, Adaamaa, Harammayyaa, Mattuu, Baale (Robee), Madda Walabu, Walliisoo, Tulluu Boolloo, Sulultaa (Caancoo), Horroo Guduruu, Buuraayyuu, Dirree Dhawaa, Calanqoo, Ada’aa Bargaa, Baddannoo, Holootaa, Shaashee, Awaday (E. Harargee), Hara Qallo (Goro Dola, Gujii), Gaasaraa (Baalee), Bulee Hora, Jimmaa, Arjo, Heebantuu, Giddaa Ayyaanaa ,Kiiramuu, Ciroo, Dodolaa, Anfilloo (Mugii), Walqixxee, Diillaa, Bishooftuu, Finfinnee, Yuniversiitii Finfinnee, Geedoo, Asallaa, Shaambuu, Agaarfaa, Sibuu Siree, Kotobee, Wacaalee, Saalaalee, Machaaraa, Ammayyaa, Tokkee Kuttaayee, Innaangoo, Baabbichaa, Laaloo Qilee, Hiddii Lolaa, .Mugii, Arsi Nagallee, Baabbichaa, Shukutee, Baakkoo Tibbee, Jalduu, Gindoo, Buun’dho Beddellee, Grawwaa, Gaara Mul’ataa, Qarsaa, Qobboo (Dardar, Eastern Oromia), Sinaanaa (Baalee), Jimmaa Arjoo, Bojjii, Kombolcha, Aggaaroo,Tajji (Iluu), Qilxuu Kaarraa, Baabboo Gambel, Daawoo,Tulu Milki (Warra Jarso), Hirnaa, Xuulloo, Masalaa, Galamso, Bordode, Mi’esso, Waheel, Diggaa, Arjoo Guddattuu, Guraawa, waamaa Adaree, Shabee Somboo, Limmuu Saqaa, Amuruu (Agamsa), Daroo Labuu (Gaadulloo), Yaabelloo, Aliboo (Jaartee Jardagoo), Saasigga, Magaalaa Dafinoo, Dhumugaa, Daroo Labuu (Buraysaa) Begii (Kobor), Mardida Halo Guba (Daroo Labuu), Qassoo, Bonayyaa Boshee, Baalee (Dalloo Mannaa), Jimmaa Raaree (Magaalaa Gobaan), Nophaa (Iluu), Bordoddee, Togowacaalee, Dooguu, Metekel (Wanbara), Asaasaa, Waabee, Heeraroo, Doguu, Quufanziq (Dadar), Boku Luboma (Miyo, Borana), Eddoo, Dirree (Ada’aa), Qilxuu Kaarraa, Shebel town, Bate, Walanchiti, Warra Jiruu, Boolee Bulbulaa, Diilallaa, Gannat Haaraa (dodolaa)……………
Oromia: A nation-wide a five day stay-at-home protest: From 23 -27 August 2017 going continuously non-stop. MORMII WALIIGALAA GABAA LAGANNAA MARSAA 3ffaa Roobii, Hagayya 23 eegalee Dilbata Hagayya 27 baraa 2017 raaw’ata.
“QEERROO Sh/L magaalaa Geedoo irraa nuti qeerroon magaalaa geedoo fi naannoo ishiitti argamnu mormii gaafa ROOBII hanga DILBATAAtti turu haala qindoominaa fi tooftaan guutameen mormii akka guutuu Oromiyaatti ta’u kanaaf haaldureewwan barbaachisan xummurree jirra. kanatti aansuun qeerroon namoota aantummaa wayyaaneef qaban akkasumas tuffii qeerroof qaban agarsiisuuf akka fedha isaaniitti socha’aa turan qeerroon tarkaanfii dhumaa fudhachuuf qophii xummuree jira. Namoonni haaldureen qeerroon adabamuuf jiran! 1.Hoteela Kookeet(Abbaan qabeenyummaa isaa WANDUU FlREWU kan ta’e. 2.Hoteela clliyaa tokkoffaa fi Lammaffaa(Abbaan qabeenyummaan isaa kan Taaddasee kan ta’e. 3. suuqii TAADASEE XAAFAA Namoonni kun mormii torbee dhufuu irratti akkuma guyyoota darbanii aantummaa WAYYAANEEF qaban yoo kan agarsiisan taatee qeerroon adabbii keessa deebii hin qabne adabuuf halduree isa barbaachisu xummuree jira.”
AGAARFAA
“obbo jawar qerroo baalee agarffa fi alii irraa dhamsaa kanaa ummata biraan nuu gahi..nuti qerroon magaala alii gabaa lagannaa geggeffamuu irratti qophii kenyaa xumurranne jirraa.kanaaf abbotiin qabenyaa konkolachistootaa magaala alii kessaa bahuun gaara magaala ginnir ta’esi gaara magaala agaarffa gessuu magaala kenyaa kessaa wantaa darbuuf abbootiin qabenyaa konkolaata isaani mana akka hin baafnee dhaamsaa dabaarsa laganna kanaa kani didee irratti taarkanfii kaan fudhannu akka ta’uu akka bektaan jechaa kanaa dhagahee kan didee itti gaafataaman maatama nama didee akka ta’ee ummataa biraan nuu gahi.”
“Gaafii Konkoolaachiftooni baajaajii Amboo opdo gaafachaa turan
1,Dursa nu waliin otoo hin taane ummata waliin haraaramaa.
2,Isin maaliif Konkoolaataa mootummaa dhaabdanii sodatanii lukaan deemaa turtanii ?
3,Mee qabeenyaa kanaan dura qeerroon tarkaanfii fudhatameen kan miidhaman mee dursa beenyaa kaffaalaa.
4,Kanaan dura Baajaajii miidhaan irra ga’aa ture mana police geesinaan fuudhaati deemaa,Garaajii tu as miti.jettanii hin ariyanne ??
Kanaafuu waan feetan otoo jettanii qeerroon hojii dhaabaa yoo nuun jedhe Ni dhaabna.
Furmaanni garuu dhaabaa hin dhaabiina jechuu otoo hin ta’iin
“dursaa ti ummataan walitti haraaramaa.” Furmaata ta’aa jedhani jiru.
Itti mudduu qofa galli.”
GOOROO GUUTUU
………………………….
BEEKSISA Hojjatoota Manneen Jimaa KAARRA MILLEE fii BAROODAA kessa Hojjataniif
………………………….
Akkuma beektan torbe dhufu (Haggaya 17-21 / 2009 ALH) uggura gabaa marsaa 3ffa guutuu Oromiyaa tti labsame hojiirra olchuf qophii taasisaa jirra. Uguricha toftaan itti geggeefamu kana dura isiniif ibsameera. Kanaf dargaggoonni sabboontonni keenya guyyoota 5n (hagaya 17-21tti) gabaa lagachudhan kaayyo keenya milkessuf garaa muratuu qabdan. Uggura bara darbee kessatti Abbootii qabeenyaa ugguricha cabsudhan hojii itti fufanii reeffa wareegamtota keenyaa milaan irra deemaa akka turan ni yaadattan. Har’a kun ta’u hinqabu. Abbootii qabeenyaa isin bira hojjattaniif dinniinni maayyii qeerroo baha oromiyaa irraa kennameefii jirra.
Kanaaf yoo abbottiin qabenyaa maqan isaanii ibsame kun guyyoota lagannaa sana keessaatti labsii uggura gabaa cabsanii hujii isaani itti fufan isin jalaa didudhaan dirqisiisaa. Toftaan itti isaan dirqistan:
1. Guyyota 5n sanitti hujii seenuu dhiisuu fi manaa otoo hinbaane ooluudhan.
2. Yeroo isaan gama hujii isin gessuf konkolaataa isinii ergan itti dhaquu dhiisudhan.
3. Warri baaddiyaa irraa hujii mannen jimaatif konkolaatan isiniif ergamu hundi jalaa didaa.
4. Hundi keesan sirritti mariyadhaa otoo hin burraayin ejjenno tokkon guyyota 5n lagannaa gabaa sana qajelfama kana hujiirra oolchaa.
5. Yoo isin tokko taatanii abbootii qabenyaa jalaa gocha isaani fashalsitan eenyuyyuu homaa isin gochuu hindanda’u waan tahef tokkummaa keessan cimsudhaan dhimmicha raawwadhaa.
6. Erga uggurri xumuramee boddee yoo isaan isin miidhuf ykn hujii isin dhorguuf jedhan hundi kessan ejjanno tokkon akkuma kana dura kaffalti ittin hojjattan marduufa tokko birrii 5 goosistanitti gatii itti dabaludhaan marduufni tokko birrii 8 hanga 10 akka isiniif godhan dirqisiisaa. Yoo isaan kana gochu didan torbee tokkoof hujii isaanii dhisuudhan sirrii isaan galchuu akka dandeessan sirriitti hubadhaa.
7. Yoo isaan labsii uggura gabaa kana kabajanii hujiirra oolchan isinis hariiroo isin gidduu jiru kabajudhaan akka uggurri xumurameen hujii keessan itti fufaa.
8. Furtuun abbottii qabeenyaa (warra jimaa erguu) harka keessan qofa kan jiru ta’uu sirriitti hubadhaa! Isin hojjattan malee isaan maal erguu danda’an???
9. Kana gochuu keessat namoonni isin keessatti dhukatanii iccitii kessan baasuuf yaalan yo jiraatan gantuun akkasii akka hin milkoofne maal gochuu akka qabdan isinu tolchitanii beektan.
10. Tokkummaa keenyan jabina irree keenyaa diiina kenyatti agarsiisuu qabna!!! Mirgaan galuun baranuma!!!!!!!
………………………….
Qeerroo Aanaa Gooro Guutuu
Hagaya 21 bara 2017)
MANDI
“#AKEEKKACHIISA
G/w/lixaa magaalaa mandii
Guyyoota gabaa lagannaa marsaa darbe guyyaa gabaa irra suuqoti cufamanis garuu hanga tokko namooti baadiyaa irraa gabaa dhufuudhaan wal irraa bitee gurguree ture, marsaa 3ffaa kana garuu sochiin kam akka ta’uu hin qabne qeerroon magaalaa mandii akeekkachiisa”
BAAKKOO
“Dhaamsa Qeerroo Baakkoo irraa !!
Dhimma gabaa lagannaa qeerroon Amboo fii bakkee biraa darbaa jiru ilaalchisee nutis Qeerroon Baakkoo Tibbee hojii irra oolchuuf labsii dabarsitan fudhannee hojii irra ni oolchina.
Qeerroo Baakkoo, Shobokaa fii Tibbee.
Injifannoon uummata cinqurfameef haa ta’u!!”
ARSII LIXAA, ADABBAA
“Waamicha Lagannaa Gabaa Guutu Oromiyaati Wamameef Nuti Qerroon Arsii Lixaa Magaala Adaabba Qophii Keenya Xumureeti Jirra, Dhaamsi Nuti Qabnu Magaalonni Fi Gandeen Aanaa Kana Jala Jirtan Namni Tokko Karaa Magaala Adaabba Guyyaa Roobii Irra Eegalee Hanga Dilbataatti Akka Nutti Hin Dhufne, Akkuma Kanaan Dura Tokkummaan Diddaa Keenya Agarsiifne Ammas Tokkummaan Caldhifnee Mana Keenya Ooluun Akka Oromoo Fi Oromiyaa Waliin Dhaabannu Waadaa Isiniif Seenna, Abbootiin Qabeenya Konkolaata, Daldaltoonni Fi Abbotiin Qabeenya Hoteelota Waamicha Kana Kabajuun Akka Rakkoo Qabeenya Kessan Irra Gahu Hanbiftan Maqaa Oromummaatiin Isinitti Dhaamanna, Akkuma Lagannaa Gabaa Bara Dabree Waamicha Kabajuu Diddani Abootiin Qabeenya Hoteela Muraasni Mana Kessan Yoo Bantan Rakkoo Isiniif Qabeenya Kessan Irra Gahuuf Qerroon Itti Hin Gaafatamu..
INJIFANNOON KAN SABA BALDHAA OROMOOTI.”
“Qeerroon Godina Buunnoo Beddellee A\ Boorrachaa Mormii Marsaa 3ffaa Roobii Dhufu Jalqabuuf Qophii Keenya Xumureerra. Aanaaleen Ollaa Keenyaa kan akka Gachii fi Dhidheessaa faa akka jajjabaatan ergaa keenya nuu dabarsi adaraa Jawar.”
“G/H/G/W anaa amuru
dhamssa qerro
akkekachissa;guyyaa robbiti kasse hangga dilbbattati kan gabba laggana fi yaddanno dhanggalla’u dhiga ilman oromoo dachee oromiyyati irati dhangala’e yaddacha da’iiman harrargge irati bella’a jiran yaddacha mana kenya olla
kana ta’uu bannan garru iti gaffatamuma isa abbaa qabbenya sanati fudhata
dhamssa qerroo Amuruu”
“Qeerron G/Q/Wallagga aanaa Daallee Sadii fi magaalaa Haroo Sabbuu(Alam Tafarii) diddaa marsaa 3ffa guyyaa roobi irraa jalqabee guutuu Oromia irratti geggeeffamu itti makamuuf qophii xumureera.kanaaf hawaasi aanaa keeynaa fi ollootaa aanaa keynatti arggamtan(Innango,Gulliso,Aayira,Yubdo , Laaloo qile,Caanqaa..waamicha kana dura qerroo Dambi Dolloon waamame kabajuun tumsa akka gootan cimsinee isin hubachiisna.
Kessuma hidhamaan siyaasa Obbo Baqqaalaa Garbaa hawasaa naanno kanaaf oolmaa gudda barnootaa fi sabboonumaa babalisuun inni nuuf oolee yaadachuun didda mana taa’uu kana dhimma qabsoo Bilisummaa saba keeynaa irrati mariiyacha akka dabarsinu cimsinee isin beeksifna.
Kanneen faalla karora kana deeman immoo sirriti addaan baasuun galmee gurraacharati ni galmeeffanna,tarkaanfiin walmadaalanis irrati ni fudhatama.
Wallin ni qabsoofna
Mirga keeynaaf ni falmanna
Galatooma”
“Oromiyaa Godinaa Arsii Lixaa Dodolaa Dodolaa
Akekkachisaa Konkolachiftota Aanaa dodala hundaafu guyya robbii namni hojif konkolata kessan qabatani batan akka qabenyaa kessan hin ballesin irraa deddebine isin yadachifna.
Nutti Qerroon magalaa dodolafi aanaa dodolaa qophii kenyaa xummuree jira .
Worrota suqifi mana nyataa magalaa kana kessati argaman hundinu kessatu gurageefi silxeen akka of qusatani bekkadha qerron tokko tokkon isin hordofa jiru kanafuu woli galati guyya jedhame kan nu wojjin laggana keesati hirmachu qabdu .
Hubachisa: konkolachisftotaf Qerron badiyaa lamaniti burrisa qophessataniru kanafu akka qabenya hin qisasifne dhamsa Qerroo Dodolaati”
GUDAR
“Akkumaa bekkamu mormin marsaa 3ffaa gafaa 17akkaa egaluu bekama dhaa kanfuu ummani magala Gudar Boruu jechunis gafaa wixata gabaan gudaa waan jiruuf ummani waan guyaa 5nif sin gahuu bitadhaa namani wamichaa kaan didee magala Gudar kessattii suqi konkolata bajaji Hotel wanuma kamiyu kaan hojettee karaa Qeroo gudar tarkanfi gudan waan fudhatamuf off egadhaa QEROO GUDAR Akkumaa bekkamu harkaa qalenyi waar ta’aan gargarun dirqama SABA GUDAA QABANA NII INJIFANAA”
BEEKSISA
” Konkolaachiftoota baajaajii magaalaa #Hoolata
Irraa
Guyyaa roobii 17 irraa kaasee guyyaa shaniif
mormii lagannaa hojiitiif mana ooluu irratti waan
hirmaannuuf konkolaachiftoonni biroos waamicha
kana akka kabajanii hojiirra oolchanu waamicha
Dabalataa gama keenyaan dabarsuufii barbaanna!
Ta.uu baannan qeerroon magaalaa #Hoolata Adabii
barbaachisaa irratti akka fudhattu gamanumaan
ergaa keenya waliif dhaamna :Qeero Hoolatara Qilensara Nuf Olchi Jedhu Hora Bula”
BAALEE ROOBEE
” Akkuma beekkamu laggannaan bittaa fi gurgurtaa marsaa 3ffaa guutu oromiyaa keessatti #Roobii Harbaa dhufurraa egalee guyyaa 5nif akka itti fufu yaadan gara gara goodina baalee sideebisu barbaade.
Qeerroon Baalee Roobee akkuma beekkamu bara baraan arsaan isaan gama qabsoo irratti godhaa tura daran nama gammachiisa.ammas baalee roobee biyya motumma biratti beekkamti hin qabne fakkatti.maliifi yoonajette dandis tahee humni ibsaa isheen argatu yeroo baay.ee addaan citudhaan daldalota akka hoji akka hin hojjanne gochuun beekkamti .ummanni keenya rakkoo kana furuuf jecha kara nagayaatin yoo gaafanu deebiin keenya barumara baratti oso daddabarsu waggaa waggaa 27 geenyera.karaa isiniif baafna jechuun mallaqa ummaatarra guruun bara baraan beekkamadha.kanaafuu ammaa opdo nu sobdu gibira humna olii hin kafaluu diddaa kana qeerroon wanta hundaa xummurrera wan taheef guyyaan roobii Agaarfaan Gabayaadha hundi isanituu akka meesha keessan hin baafnefi kan baadiyas akka gaba hin dhufne akkasumas magaalaan roobee baalee Magaala guddittii meeshaa rabsuun beekkamtudha kunis guyyaa kamsaa waan taheef tajaajila tokkoo akka hin laanne daldaaltota oddeffanno hin qabneen fi konkolachiftaat hundaan akka nuf geetu dhaamsa keenya. Kan didee kanaratti argame qeerron tarkanfii irratti fudhachu waan dandahuuf of eegannoo guyyoota jedhamee eeguun barbaachiisa akka tahe qilleensara nuf oolchii.”
BEEKSISA
” Konkolaachiftoota baajaajii magaalaa #Dambi_Dolloo
Irraa
Guyyaa roobii 17 irraa kaasee guyyaa shaniif
mormii lagannaa hojiitiif mana ooluu irratti waan
hirmaannuuf konkolaachiftoonni biroos waamicha
kana akka kabajanii hojiirra oolchanu waamicha
Dabalataa gama keenyaan dabarsuufii barbaanna!
Ta.uubaannan qeerroon magaalaa #Dambi_Dolloo adabbii
barbaachisaa irratti akka fudhattu gamanumaan
ergaa keenya waliif dhaamna osoo nuti
konkolaachiftoonni baajaaj kan magaalaa
#Dambi_Dolloo”
QEERROO SAQQAA COQORSAA ERRAA
“Waamicha harmeen nuufgoote guyyaa roobii erraa kaasee mormii lagannaa hojii kamuu dhaabanii nama keessa ooluutii godhamu nii kabajna!
Garuu nama waamicha harmeen gooteef didee hojii erratti argame
nuti qeerroon saqqaa coqorsaa rifaatuu tokko male tarkaanfii erratti fudhachuuf qophii xumuuranneerra!
BEEKSISA DABALATAA HARARGEE LIXAAF!!!
#Oromorevution
Qeerroo Harargee
Mormiin Marsaa 3FFAA Guutuu Oromiyatti Labsamuun Isaa Ni Beektu Jennee abdanna.
Tahus Garuu Maqaan Keenya fi Magaalan Teenya Hin Yaamamne Waan taheef Dhimmi Kun Nun Lallatu jettanii Shakkii Keessa akka Hin Galleef jecha Isin Yaadachiisuf Hawwine.
Lagannaan Gabaa Roobii Dhufurraa jalqabe Godhamu AKKA Guutuu Oromiyatti malee Goodina Tokko tokko Keessatti Qofa kan Tahuu miti.
Kana Jechuun Isinis Qaama Mormii Kanaati Waan taheef Akkuma Ummata kaanii Dirqama Qabdu Kanaaf Hirmaachun Dirqama Lammummaati Yaadadhaa!!!!
Waldaa Fi Namoota Dhuunfaa jimaa Magaalota armaan Gadirraa Ergitaniif!!!
1. Biiftuu karaa dirre dhawaa,
2. Barwaaqoo karaa Jigjigaa fi dirree
3. Musxafaan karaa jijjigaa fi finfinnee.
4. Naasiroo karaa finfinnee
5. Galamsoorraa Abdi (waldaa Caffee Araaraa) Gara Finfinnee
6. Bookeerraa Amadoo Gara Finfinnee
7. Bookerraa Hajjoo karaa Oborraa
8. Bookerraa Amadiin, Aamaduu, Jamaal karaa finfinnee
8. Shimakkit, Baayyuu Baddeessaa gara Oborraa
9. Ashaa Giree karaa FinfinneeYaadachiisa Obbolummaa Qeerroo Hin Fudhannu Jettanii Sarara Diimaa Qaxxaamuruuf Kan Yaaltan Yoo Tahe Rakkoo Meeshaa fi Qabeenya Keesanirra Gahuuf Gaafatamaan Isinuma Tahuu Beekaa.
Tokkummaan Oromoo Haa Dagaagu!!
INJIFANNOON Ummata Oromoof
GALAMSO
“Qeerroo H/lixa Annaa Habro Magalla Galamso.
Wamiicha Harmee Oromiya dhagenye Owwane Jira…..
Mormii Marsa 3ffaa Akka Guttu Oromiyatii Gafa Guyya 17/12/2009 ALH Gagefamudhaf Demmu Kana Irraatii Hirmachudhaf Qophiin Kenya Xummurane jira.kanaf jiratoota,Daldaltota,fi Qonnan bultonii fi Hojatonii Motumatiis Dabalate Hundii Kessan Gafa Guyya DiDa itii Gagefamu Namnii Hojjii Hojete Akka Nun komane……….Kessatuu Daldaltonii Jimmadha(catii) Akka Boba hin bobafne Issiiniif Dhamna….Kanaf Nuttii Qeerroo Galamso Gamma Kenyan tarkanfii Barbachisa akka Fudhanu Gamanuman issiinif dhamna. VIVA Qeerroo Galamso”
Qeerroo G/H/Lixaa magaalaa CIROO irraa Dhaamsa
“(Akeekkachiisa) daldaltootaa fi abbootii qabeenyaa hundaaf
1) Haadhooliin ganamas ta’ee sa’aa booda jimaa gurguraaf gara magaalaa fidan guyyaa Arbaa irraa eegalee akka dhaaban
2) Daldaltoonni ganama jimaa gara Adaamaatti ergan akka dhaaban
3) Daldaltoonni galgala jimaa gara Finfinnee fi naannoo Affaar jechunis (Adaayitu, Logiyaa, Cifraa, Asaayitaa, Dichottoo, fi kkf) erganis akka dhaaban
4) Baajaajootaas tahee konkolataan hundi akka hin sossoone
5) Manneen nyaataati fi dukkaanniniis akka hin hojjane isiniif dhaamuu barbaanna”
“BEEKSISA: Jawar keenyaa kana adaraa qileensarra nuf oolchi Godina adda bul. mag. BURAAYYUUrraa Akkuma beekamu waamich harmeen oromiyaa lagannaa gabaa roobii dhufu irraa kaasee guyyaa shaniif waamte dhageenyee nutis haala barbaadamuun qophofneerra. wanting hubatamuu qabu hojjetonni mootummaa federaalaa fi birolee oromiyaa hojjetani fi daldaltoonni finfinnee keessatti daldaln baayyeen isaanii BURAAYYUU fi magaalota godina addaa keessa waan jirataniif isaanis kana hubatanii akka laganna gabaa kannatti akka hirmatan ni beeksifna. yoo didan sarvisii biroolee oromiyaa fi federaala naannoo Kenya keessa jiraatan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu amnuman isin beeksifna.”
“obbo jawar nuti Qerron H/Lixa Aana Gumbi-Bordodde qabso(ganama laganna) tenya guyya robi irra eegalle qophi barbachisu hunda xumurrera 1-Jima ganama aware irra gara magala bordodde senu akka hin senne
2-Makina Jima galamso irra demtu akka hin dabarre
2-Makina jimaas tahe tan Ciro irra gara Hawash,Adama,finfinne demtu akka hin dabarre
3-Dukkana,Hotela,Mannen nyata hanga kella gahutti akka hin banamne
4-Maddiyan nadaja Makina akka cufamu…akekkachisa kanninefi jirra
Isan labsi qerro tana didani tarkanfin barbachisu irrati fudhatamuf qophin hundi cumurame jira “jawar nama akekkachisa kana hin dhagenye ummata biran nuf gahi jenna”
“Guyyaan roobii guyyaa gabaa kofalee guddaa waan ta’eef ,jiraatoni magaalaa kofaleef naannoo ishee hundi hanga daadiyaa dabalatee looni,hoola,re’ee, fi meeshaaled kamuu gabaa geefachuuf yaadan kamuu guyyaa sanu guyyaa lagannaa gabaa waan ta’ee akka ofi qusatani qeerroo naanno kofalee isin hubachiifna.
Kani didanii kan deemtan yoo ta’e qabernya keessani ta’ee wanta kamuu irrati tankaarfiini yoo fudhatame itti gaafatamaani isinuma mataa keessani ta’uu akka beektan isin hubachiifna.yoo ollaan keenya nagayaan jiraate jireenya bareeda jiraana “!
Hadhas ta’ee boru miidhaan ummata harargee irra gahaa jiru qaama keenya irra waan gahaa jiruuf nutti dhagayamuu qaba. Kabajamoo obbo jawaar abba qeerroo qileensa irra nuuf oolchi
Qeerroo aanaa kofalee irraa
Tokkummaan humna!!!””!!
HUBAACHISAA
G/H/Bahaa Aanaa Gurawa
“# Qeerroo Magaala Oromittu , Qeerroo A/Leenca , A/Radaaya fi A/ Birbisaa Akkumaa amman duraa qabsoo teenya waliin godhaa ture arras tokkummaan kanne haala laganna gabaa kana godhu qabnaa
Adeemsaa qabsoo teenya itti gaggeessun keessa
1, Nutti Qeerroon Tokkummaan Wareen seera keenya cabsani Daldaltoota fi konkolaachistoota gara gurawa dhufaan irratti tarkaanfii cimaa fudhaachu qabna Qeerroo Magaala oromittu fi A/ Radayya Iddo kanni waliin marii.anu
2, Qeerroo A/ Leenca fi Birbirsaa daldaltoota jimaa fi konkolachiiftoota seera keenya cabsani irratti tarkaanfii cimaa akka fudhaannuu nuuf dabaarsi wareen gara Badanno, Burqaa, Gola Odaa, irraa dhufaanii irratti Iddoo keenya Dabbal mooti Gaara jala akka ta.ee isiin beeksiifna
Kanaafuu Nutti Qeerroon Baadiyaa karaa makiina irraatti bahuun Olaantummaa Qeerroon Qabduu agarsiisuu qabna
Yommuu nutti Sabaa keenya fi Biyyaa teenya ni wareegaminaa ofii duuba wanni nuu deebisuu tokkollen hin jiruu
QABSOON RIQICHAA BILISUMMAATI “
QEERROO BURAAYYUU IRRAA:
“Akkuma beekamu mormii marsaa 3ffaa akka guutuu oromiyaatti guyyaa gaafa roobii(17/12/2009) irraa eegalee bultii shaniif akka geggeeffamu qeerroon oromiyaa hundi dhaamsa waliif dabarsaa akka jirtu beekamaadha. Kanaaf nutis qeerroon Buraayyuu daldaltootaa fi jiraattonni Buraayyuu fi Naannoo ishee jirtan hundi mormii marsaa 3ffaa geggeeffamuuf dhufaa jiru kana kan duraa irra daran sirnaan akka nufaana geggeessitaniif waamicha isiniif goona.
Haqa qabna
Ni falmanna
Ni injifanna!”
“Qilleensarra nuuf oolchi Qeerroo godina sh/ki lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii irraa
Ummanni aanaa keenya sochii gaba lagannaa akkaa guutuu oromiyaatti taasifamu kana tumsuuf Roobii dhufu 17/12/2009 kaasee hanga 20/17/2009 tti turu akka lagannaa taasiftan isin beeksifna.
Nama waadaa cabse adabuuf qophiidha.”
‘CBE and other TPLF banks will be targeted with new boycott and bankrupt campaign again
“…. አምና በ ንግድ ባንክ የጣላቹትን ማእቀብ በጅማ እና ነቀምቴ ድስትሪክት ትልቅ ኪሳራ አድርሶባቸዋል …’
Beeksisaa
# QEERROO KURFAA CALLEE
# Aanaa Kurfaa callee kan jiraatan hundaa keessanif waamichaa harmee oromiyaa mormii marsaa 3ffaa haala lagaana gabaa irratti akka nuu wajjiin hirmaata isiini beeksiifna aradaa aanaa curfaa callee maraa saniif waamichaa keenya goone jiraa keessattu warreen daldaltoota fi konkoolachistoota aanaa curfaa callee maraaf yoo waamichaa keenya didaan ykn cabsitaan tarkaanfii akka isiin irraatti fudhaannu beeku qabdu
Dhugaa Qabnaa
Mirgaaf falmaanna
Ni Injiffaana Ni moona”
Akkeekachisaa
“G/H/Bahaa Aanaa Gurawa
Mormii marsaa 3ffaa guyyaa roobii irraa jalqabu kanaaf qophii teenya xumuree akka jiruu isiin beeksiifna kanaafuu sabni kammiyyuu akka nuu wajjiin hirmaata waamichaa keenya dabaarsuufi barbaana kan waamichaa keenya cabse midhaa isaara geessuuf akka nun komaane jechuu barbaana dabaalataan daldaltoota fi konkoolachistoota garaa mullaata maraaf Akka laagana gabaa godhaan waamichaa keenya nuuf dabaarsi”
DADAR
“dhaamsa qeeroo dadar ummata oromoo biraan nuuf gahi
dargagoonni ,abbootiin, haawan, barattoonni qeerayiin g/h/bahaa anaa fi magaalaa dadar yeroo ammaa haala hundaratti walii gallee wal dhageeysifnee jira laganaa gabaa fi gidiraa dangaa fi mana hidhaatti ummata keenya irra gahaa jiru iffatti hulaa mana kenyaa cufachuun mormii keenya garsissuuf haala mijeeyfachuu irratti argamna
jiratooni fi daldaltooni magalaa dadar fi qoboo jiddutti argamtu corree tan ja’amtu irraa jimaan bay’een kan guyyaatti gara jijigaatti ergamuus guyaa hanga saniif garuu namni waamicha qeeroo ilmaan oromoo didee namni jimaa isaa gabaa baase itti gaafatamumaa namni fudhattu akka hin jire wal beeysisaa jira waliif fudhachaas jira hawaasni
haaluma kanaan kaleeysa gara harar demeen ture magalaa awaday yeroon gahu oboleewan kiyya awaday mana jimaa dalagachaa jiraatan biratti hara baafachuuf yeroon buettiis haaluma wal fakkaatun arke walii galteen Ummataa nama gamachiisa
arra harar yoon dhaqe garuu opdon ummatta walitti qabdee sobaa jirtiwaan irra geenye hujiin agarsiifna
nu tokkoomnaan injifachuun keenya hin hafu
ifatti banee ni falmanna ilmaan oromoo biraan nuuf gahiodeeyfanoo haala yeroo hunda siin gahuuf nan hiriira”
HIRNA
“guyya aran tana nutti qeeron hirna wlggayi waara shuferaa baajaja taahe waaliti qaabani guyyaa Robbi San yoo baajaaja dhabdan nuf isssin jechudhan dorisisaani.qeeron humma hin fiddan jechudhan walgaahi dhutaani baahani.jequmsa addaa ture. of dubba hin dibbinu jechaa dhitanii baahan.qillessara nuf olchi”
Dhaamsa Qeerroo Magaalaa Assaboot irraa.
“Akkuma beekkamu yeroo ammaa baha Oromiyaa gutumaan guututti weeyrarri Liyu police Soomalee kan Mootummaa Abbaa irree wayyaanee tigraayin durfamuun saamichi lafaa akkuma itti fufeetti jira.
Kanaf daangaa Oromiyaa weeyraraa ma jiru kabachiisuf Diddaan gabayaa lagannaa gaafa guyyaa roobii jechuun Hagayya 17_21/12/2009 marsaa 3ffaaf guutu Oromiyaatti mormiin gabaa lagannaa mana cufachuun akka taasifamu namni kamiyyuu quba qabu.
Gaafa guyyaa 18/12/2009 Magaalaan Assaboot guyyaan kun guyyaa kamisaa waanta’ef guyyaa kana mana cufachuun dirqama keenya.
Dabaalata akeekkachiisa qeerroo magalatti irraa darbe.
Akkuma beekkamu mormii marsaa tokkoffaa fi lammaffaa gaggeefama irratti osoo hin hirmaatin diddanii hafuun keessan nuti qeerroon magaalatti komiifi arii guddaa isinirraa akka qabnu asumaan beeksifna.
Daldaltoonni guyyaa shanan kana waamicha qeerroo jalaa awwaachuu diddani mana banattan qeerroon magaalatti tarkaan fi laaleessa fi ofduuba deebi hin qabne akka isinirratti fudhatuf qophii xumureera.
Kanaaf qabeenyaa fi lubbuu isaanirra miidhaan cimaan akka hin oolle dhamsa kana hadaraa nuf dabarsaa.
Lafti keenya lafee keenya lafti keenya taakkuu takkaleen diinoota keenya TPLF fi Qondaaltoo OPDOn ciramee hin gurguramu dhumneet lubbuun dabarra malee.
Ka’ii loli OROMOO.INJIFANNOON KAN UMMATA OROMOOTI!!!!”
HUBACHIISA QEERROO BAALEE ROOBEE IRRAA.
==================================
“Guyyaan Mormii Marsaa 3ffaa ittii eegaalu
sababa Soomii hiiKka hordoftoota Amaanta
Ortoodooksiitif Wixataa irraa gara Roobittii
jijjiiramee jira. Kanaafu Namotni hangaa
ammaatti osoo hin dhaga’iin jirtan Mormii
keenyaa Roobi irraa kaase hangaa Gaafa
Dilbatattii haala Wayyaanee Yaaddessuun akka
ittii fufu Qeerroon Baalee Roobee Ibsa isiniif goote jirti.
Guyyaa gaafa Roobi irraa kaase
Karan Gara magaala roobee geessu hunduu to’annoo qeerroo jala ola.
Qeerroo magaala Roobee
Qeerroon Aanaa Gooroo
>> >> Gaasara
>> >> Gololchaa
>> >> Gindhiir
>> >> Sawweena
>> >> Beeltoo
>> >> Raayituu
>> >> Agaarfaa
>> >> Gurraa Dhaamolee
>> >> Dawwee qaacham
>> >> Dawwee sarar fi kan hafan hunduu Guyyaa Roobii irraa kaase hanga sambata guddaatti karale Godina baalee keessatti argaman hundaa Daldalaa fi konkolachiftoota ajaja kana dhiitani qaxxaamuran tarkanfii addaa akka irratti fudhattanNamootni Labsii Qeerroo kanatuffaataani Dandile Baalee hundaa keessaa Qaxxaamuru dhuftan tarkaanfii isinirratti fudhatamuuf ofuma keessanii of komadha,
Ilmaan Waaqoo Guutu jechaa abbaa keenna hin dagatinaa “Gabrumma dandeennuu huddiin buqisna dadhabnuu ilmaan itti guddisna”
nu ilmaan isaanii dhaamsa isaanii fiixaan baasu qabna, Gootumman isaanii sanis ilmaan Oromoo hara’aa nurraa barbaadu.”Qeerroo Baalee Roobee irraaa qilleensarra nuf oolcha?”
“Nuti akka Godiina wallagga bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaatti qophii bareedaa fi waliigaltee namatti tolu irra geenyee jirra.Keessuma tumsa hojjettootni mootummaa taasisaa jiran olaanaadha.Daldaltiitnii fi konkolaachistootnis baay’inaan nu faana jiru.Kanaaf haala wal fakkaatuun mormii akka geggeessinuuf Aanaalee Ollaa keenyatti argaman Aanaa Limmuu,Aanaa Haroo Limmuu,Aanaa Eebantuu fi Aanaa kiiramuutiin jabaadhaa akkuma bara darbee waliif bilbillee wal dhaggeeffannee wal faana akka kaanu itti nuuf dhaami ariifadhuutii.Akkasumas mootummaan waayyaanee humna dabalataa gara keenyatti akka Hin dabarsineef qeerroon Naqamtee fi saasiggaa keessumaa qeerroon haroo folaa akkuma bara darbe sanaa deggersa akka nuuf gootan jedhii dhaamsa keenya nuuf dabarsi.”
SUUDEE
“Jawaar akkam fayyaan kee mee dhaamsa koo kana Qeerroo Arsii Aanaa suudee, Roobee ,Diksiis, Addelle, Balee fi akkasumas naannawa san jiran biraan nuuf gahi. Akkuma beekkamu guyyaa roobii guyyaa lagannaan gabaa itti eegalu guyya gabaa Suudee kullaa kamisa immoo gabaa Darrabbaa fi balee Jimaata immoo Habee sanbata guyyaa gabaa roobee dilbata immoo guyyaa gabaa Diksiis guyyoottan mormii kun shananuu naannoo keenyatti guyyaa gabaa gurguddaa fi murteessoodha kana waan taheef ummannii fi daldaltoonni naannoo sanaa kana hubattanii waamicha harmeen oromiyaan naa birmadhaa jechaa jirtu kanatti akka makamtan waamicha isiniif dhiyeessina
QEERROO SUUDEE Irraa”
BAABBILE
“#Baabbile jawar ergaa qerroo baabile ummata biraan nuuf gayi1.qonnanbultoota aana gursum zooni funyaan hujubaati fi oybarre A/baabbile zoni khitoo ardota gambeela,abdi buuc,toofiq,bishan baabileti fi at.ifaa jimaafi omisha kheysan akka guyyaa arba(roobi) jalqabe guyyaa shaman lagannaa gabaatti him baafne fi waamicha dirmannaa ummata the
Waamicha qeerro oromoo biraan nuuf ga’i.2/abbotti konkolaatota fi baajaji m/baabile sarara kito abdi buc gambeela hojatan akasumas sarara m/baabile barkalle gammachuufi khoora laganna gabaa guyyoota shanani akka khabajan inni khaan jimaa m/baabilerraa mullufi fiiq fe’amu aksumas shaqaxa baabbilerra mullu fi fiiq fe’amu guyyoota lagannaa gabaa kana aka kabajan dhaamsa nuuf dabarsi..jimaa kheenyaan mirqaante lafaa fi qabeenya khenya saamaa lubbuu ilmaan oromoo qisaasamaa jirtu maati abaa dhabde hiyoomte yaadadhaa dhiiyni ilmaan oromoo lafee wareegamtoota khaleysaa fi har’as wareegamaa jirtu tana too xiqqaatte guyyoota shaniif saroota abdi ilen khoora fi dhandhamatti wali qabe ofumaaf qallabne ofumaaf jimaa khenyaan mirqaante sine ofirratti bobaasurraa of has qusannuu ..”foon foonfi nyaatu”aka hin taane jimaa jaarsoo nyaachaa jaarso ajesani nyaachu dha. hubadhaa dhaamsa dargagoota murti guuto gaafa Lola calii calanqoo “maqaan baduu mannaa mataan baduu wayyaa,adda biyya Aayyaa muraa mataa khiyyaa” hadaraa yaa ilmaan baabile yaa afran qallo yaa ilmaan oromoo waliif has dirmannu.”
QEERROO WALIIGALA JIMMAA ERRAA
“WAAMAMUUN KABAJAADHA DIDUUN GARUU SALPHINAAKEEKKACHIISA TARKAANFII FUDHANNAA HOJJATAAFI DALDALAA GODINA JIMMAATIIF
GUYYAA 18,ROOBII ERRAA KAASEE NAMA HOJII KAMUU ERRATTI
ARGAME HUNDAAF1/Daldaltoota
2/Konkolaachisaa kamuu
3/hojjataa mootummaawaamicha hojii lagatanii mana ooluutiin guutuummaa oromiyaatti godhamuuf adeemu kabajuu diddanii hojii erratti argamaniif qeerroon tarkaanfii barbaachisaa waan fudhattuuf itti gaafatamaan qabeenya baduu matuma keeessan kan waamicha mormii didee hojii erratti argameeti!
waamamuun kabajaadha diduun garuu salphina”
Beeksisaa
# QEERROO GAARA MULLAATA IRRA
Akkumaa beekamuu yeroo amma jimaa guddaan gaara mullaata irraa magaala # Awwaday waan seenuf mormii marsaa 3 ffaa lagaana gabaa guyyaa roobi irraa jalqabee hangaa sanbaata guutuu oromiyaatti gaggeefamuu deemu kana irratti akka nuu wajjiin hirmaatan janaa daldaltoonni keenya kan jimaa gaara mullaata irraa gara magaala awwaday fiidan hundii sani akka guyyaa shanan kana lagaana gabaa gaggeessan kabajaan gaafanna kan hin godhaan tanaan seera keenya kan cabsaan yoo ta.ee nuti # Qeerroo tarkaanfii qabeenya sani fi lubbu isaani irratti akka fudhaanu isaan beeksiifnaa sababni isaas Osoo namni keenya daangaa isaa irratti dhumuu jiruu , gibiraa fi gidiraa ummaata keenya irratti mootummaan humnaa olii itti fe.ee rakkisaa jiruu ,Hoggaantoota keenya mana hidhaa keessatti rakkisaa jiruu kanaafuu akka nuu wajjiin hirmaatan waamichaa goonef jiraa daldaltoota kanneen akka Aanaa Badannoo, Guraawa , Magaala dhiira , Odaa bishaanii , Curfaa callee , Golaa odaa , fi Burqaa fi kkk fakkaatan hundaa saniif waamichaa keenya akka dhagaayan nuf dabaarsi
HAQAAF FAlMANNAA
INJIFANNON GALUUN BARANUMAA !!”
BEEKSISA
#Qeerroo Harargee irraa
Daldaltoota Baha Oromiyarraa Gara #Awaash, #Adamaa fi #Finfinnee Jimaa Galchitan Hundaaf.Akkuma Beekkamu Guutuu Oromiyatti Mormiin Marsaa 3FFAA Gabaa Lagannaa Arba’aa/Roobii Dhufurraa Jalqabee Guyyoota Shaniif Ni Gaggeefama.
Kanaan walqabatee Jimaan Guyyaa Himame Kanarraa Eegalee Gara Magaalaa Awaash, Adaamaa Fi Finfinnee Akka Hin seenne Beektanii Akka Of Qopheessitan Dhaamna.
Waldaalee Jimaa Harargerraa Gara Adaamaa Daldalan Gurguddoo fi Beekkamoo Tahan.
1. Gaaddisa Dhugaa
2. Carcar xirroo
3. Burqaa Guddinaa
4. Addisuu fi Hiryoota Isaa
5. Waldaa keessa osoo Hin seenin Guraagota magaalaa Adaamaa Bakka ‘Araadaa’ Jedhamutti Jimaa Buusun Raabsitan.Finfinnee keessatti Waldaalee fi Daldaltootni Jimaa Bebeekkamoon.
1. Waldaa Saaris
2. Waldaa Carcar /Boolee
3. Sinimaa Ras
4. Warra Musxafaa ( jimaa awwadaay)
5. Mancitu
6. AbdallaaGuyyaa Arba’aa/Roobii/ Dhufurraa jalqabee Guyyaa Shaniif (5) Walitti aansee Waan Godhamuuf Jimaan Haqaaran Takka Harargerraa Gara Awaash, Adaamaa Fi Finfinnee Kan hin seenne Tahuu Dursinee isin Beeksifna.
Dubbii kana Salphiftanii/Tuffattanii Bira Darbuun Hojirra Hin Olchitan Taanan, Rakkoo Isin Mudatuuf Qeerroo fi Ummatni keenya Kan itti Hin Gaafatamne Tahuu Beekaa.Mootummaa Abbaa Irree Dhiiga Saba Keenyaa Qulqulluu Dhangalaasutti Hin Gurguurru!!!!
Tokkummaan Ummata Oromoo ha dagaagu
Murteessan Hegeree Oromiyaa Oromoodha
Injifannoon kan Ummata Oromooti
“Godinaa Jimma Aanaa Nonnoo Beenjaa Magaalaa Algaa Kessatti Guyyaa Har’aa Hagayyaa 13/12/2009
{19/08/2017
Mormiin Qeerroo Haala Ho’aan Itti Fufe Jira
Sababni Isaa Yeroo Mormii Gabaa Lagaanaa Marsaa 2ffaa darbee irraatti polisonii uummataa yeroo dorsisuuf yaalanitti uummanii nu hin dorsistaan mootummaadha nu samaa jiru hayyootaa keenyaa mana hidhaatti dararamaa jiru jechuun uummanii hiriraa bahun sagalee isaanii dhageessifacha turan kanaan wal qabaate polisoonii uummataa dorsisaa turan sun yeroof miliqaani turun guyyaa har’aa mormii marsaa 3ffaa fashaalessuf har’aas yeroo uummataa dorsisuu jalqabaniitti qeerroon algaa tokkummaan ka’un mana polisii tokko irratti tarkanfii fudhatani turan .kanaaf yeroo ama kana magaalaan algaa muuddamsaa cima kessa jirti.”
AGAARFAA
“obbo jawar qerroo baalee agarffa fi alii irraa dhamsaa kanaa ummata biraan nuu gahi..nuti qerroon magaala alii gabaa lagannaa geggeffamuu irratti qophii kenyaa xumurranne jirraa.kanaaf abbotiin qabenyaa konkolachistootaa magaala alii kessaa bahuun gaara magaala ginnir ta’esi gaara magaala agaarffa gessuu magaala kenyaa kessaa wantaa darbuuf abbootiin qabenyaa konkolaata isaani mana akka hin baafnee dhaamsaa dabaarsa laganna kanaa kani didee irratti taarkanfii kaan fudhannu akka ta’uu akka bektaan jechaa kanaa dhagahee kan didee itti gaafataaman maatama nama didee akka ta’ee ummataa biraan nuu gahi”
QEERROO MAGAALAA HOOLATAA IRRAA!!!
======================
“Mormii marsaa sadafaaf akka guttuu Oromiyaatti godhamuu haala milkaa’aa tahen galmaan gahuuf qeerroon magaalaa Hoolataa qophii barbaachisaa hunda xummuree guyyaa isaa egachaatti jira. Mormii marsaa yeroo sadafaaf godhamuu kana irratti dhaabileen hojii kan akka tajaajili mana nyaataa, mana dhugaati, fi tajaajili geejibaa kamiiyyuu akka hin jiree isiin hubachisuu feena.
AKEEKKACHIISA;
Abbaa qabeenyoota magaalaa Hoolataa kan tahan;
1. Masfin Solomon fi Yareed Solomon (Abbaa qabeenya hoteela NIYAALAA)
2. Tadese (Abbaa qabeenyaa Hoteelaa HOOLAT
3. Mulgeetaa ( Abbaa qabeenyaa hoteela SHUFEROOCH
4. Hoteela PASIFIK.
Abbaan qabeenyonii kuneen ajaja yeroo garaa garaa qeerroon baasuu tarkaanfachuun ajaja qeerroo kan cabsaa turani dha. Akkasumaas ji’a jaha guttu wareen AGAAZI qalabaa turani dha. Gochaa isaani kana irraa of hin qusatan yoo tahee tarkaanfi irratti fudhatamuuf itti gaafatamaan isaanuma mataa isaani akka tahan beeksisuu feena. ፨፨፨፨፨፨QABSOON AMMA BILLISUMMAATTI ITTI FUFTI, INJIFANOON NI DHA!!!!
ማስጠንቀቅያ
#ከሰላሌ ቄሮዎች ጃዋር ይህንን መልእክት አስተላሊፍልን ለሀገር አቋራጭ ትራንስፖርት ባለንብረቶች #በእንጦጦ በር ከአድስ አበባ እና ጎጀም፤ባህር ዳር፤ጎንደር መካከል የሚመላለሱ መኪናዎች በተጨመሪም #በካራ በር ከአድስ አበባ እና ደሴ፤መቀሌ መካከል የሚመላለሱ መኪናዎች በሙሉ በተቆረጠው የአድማ ቀን ማንኛውም መኪና በሁለቱም መስመር የምያልፉ ካገኘን እርምጃ እንደምነወሰድ በማወቅ ንብረታቸውን እቤት በማዋል ከጉዳት እንድታደጉ እንመክረዋለን! ጉዳዩ የጋራ ነውና የወያኔ መንግስት ከአቅም በላይ የቀን ግብር ነጋደዎች ላይ በመጨመር የራሱን ካድሬ እያበላ መልሶ ሚስኪኖቹን በሙስና እያሳበበ መእከላው እስር ቤት እየከተተ ላይ ይገኛል፡፡ ታድያ ትግሉ የጋራ ነውና 5 ቀናቶች/ከነሐሴ 17-22/2009 ዓ.ም/ ተሳተፉበት እንለዋለን፡፡ “ድል ለጭቁን ህዝብ!1
አስቸኳይ ማስጠንቀቂያ ለአሽከርካሪዎችና የባጃጅ ባለቤቶች
==============================
እንግዲህ እንደሚታወቀው ከመጪው እሮብ ጀምሮ እስከ እሁድ የሚዘልቅ
ኦሮሚያ አቀፍ አድማ መጠራቱ ይታወቃል።አድማ ከሚደረግበት አገልግሎት
ውስጥ የትራንስፖርት አገልግሎቱ አንድ ነው።ስለዚህ ከእሮብ 17/12/2009
እስከ እሁድ 21/12/2009 ከአድስ አበባ እስከ ሀረር ያለው መስመር፡ከአዲስ
አበባ እስከ ሞያሌ ሻሸመኔን አዋሳን አቋርጦ ፡ከአዲስ አበባ ጊንጪ፡አምቦ፡
ጉደር፡ጨልያ፡እስከ ነቀምት፡ጊምቢ፡ደምቢ ዶሎ፡ሻምቡ መስመር።ከአዲስ
አበባ፡ ወሊሶ ፡ጂማ ያለው መስመር።ከአዲስ አበባ እስከ ጎንደር ያለው
መስመር።ከአዲስ አበባ፡ ገፈርሳ፡ ደብረ ብርሃን ያለው መስመር በተጠቀሱት
ቀናት ውስጥ መጓጓዝ ለአደጋ ስለሚያጋልጣችው ለሚደርስባችው አደጋ
ሀላፍነቱ የናንተ መሆኑን ለመግለፅ እንፈልጋለን።
Chinaksan
Walif Birmachun Aada #Oromo duri fi tan #Qeerroti.
***********☆☆☆☆☆☆☆
Master Pilaanin Ummata keenya lafa isaarra buqqisuf karoorfame Walif Birmachu Keenyan Haqame
Maalumma Keenya kan taate #Qubeen#ABCD ballesuf shirri jaratti #Tokkumma kenyan Deebi’e
Dhimma #Daanga keenya kutani alagaf kannutis Tokkumman qabsa’u #Oromo gaafata
#Chinaksanirra haga #Booranatti lafa Alagaan Humnan seente Ummata keenya qa’e isaarratti ajjeessa turte kanas Haga kabachiifannutti #Qabsa‘u qabna.
Gaafa #Tokkumman qabsoofne ni Moona,gaafa Rakko walitti ilaalle #Gabrumma yero dheeraf haala mijjesina.
#Tokkumma #Tokkumma #Tokkumma
Oddeffannooleen fuula kana irratti dhiyaatani burqaani hedduu isaanii marsaa Feesbuukii Jawar Mohammed irraati. Marsaa kana galateefachaa itti dabalataanisi asi tuqaatii dirree Feesbuukii isaatii caqasaa jennee isinii dhaamna.
Leave a Reply Cancel reply
This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.
[…] Oromia: A nation-wide a five day stay-at-home protest: From 23 -27 August 2017 is going on continuously non-stop. MORMII WALIIGALAA GABAA LAGANNAA MARSAA 3ffaa Roobii, Hagayya 23 kan eegale Dilbata Hagayya 27 baraa 2017 raaw’ata. […]