Maqaan isaa Dr.Gabayyoo Jaallataa jedhama.
Kaninni itti dhalatee guddate godina Wallaggaa lixaa aanaa Gullusoo jedhamtu keessatti.
Ga’een hojii isaa Dookteerummaadhaan kilinika Abdii kan jedhamu magaalaa naqamtee keessaa naannoo Hoospitaala naqamteetti kan argamu keessatti ramadamee hojjechaa nama tureedha. Dr.Gabayyoo jaalataa xinnummaa isaa irraa ka’uun nama diinaaf harka hin laanne nama oromummaa isaatti boonee jiraatuu fi nama ilmaan oromoo akka lubbuu isaatti jaallatu keessaa nama tokko ture.
Haata’u malee yeroo darbe hiriira guddicha magaalaa naqamtee keessatti akka abidda saafaa belbelaa ooleen wal qabatee sababii inni oromummaa isaa jaallatuuf jecha akkasumallee ati dhoksaadhaan qeerroo mana hojii itti ramadamtee hojjettu keessatti ol seensistee walla’aansa gochaafii jirta maqaa jedhuun humni agaazii guyyuma hiriira guddichaa sana bakkuma hojiisaatii deemanii rasaasa itti roobsanii deemanii jiru.
Haa ta’u malee dr Gabayyoon yeroo sanaaf rukutamee hatattamaan gara hoospitaala naqamteetti ergamee yaaliin deddeebiin torban tokkoo oliif osooma godhamaafii jiruu hoomaayyuu fayyuu hin dadhabuurraan kan ka’e guyyaa har’aa jechuun Hagayya 15/08/2016 du’aan addunyaa kanarraa boqotee jira. Reeffi isaas gara bakka dhaloota isaa kan taate godina wallagga lixaa magaalaa gullusootti ergamee jira.
Qabsa’aan du’us qabsoon itti fufa.
Oromia: #OromoProtests Alerts! Crimes Against humanity: Fascist Ethiopia’s regime has continued with mass killings of Oromo children, mass arrests and genocide against Oromo people August 20, 2016
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.Tags: #OromoProtests, 'BECAUSE I AM OROMO’: SWEEPING REPRESSION IN THE OROMIA, Africa, Ethnic cleansing Against Oromo People, FXG Oromiyaa, Genocide Against Oromo People, Human Rights Violations in oromia, mass arrests and genocide, Oromia, Oromia: #OromoProtests Alerts! Crimes Against humanity: Fascist Ethiopia's regime is continue with mass killings of Oromo children, Tyrannic Ethiopia, Widespread brutalities of Ethiopia’s Regime (Fascist TPLF) against the Oromo people in different parts of the State of Oromia
4 comments
The cruel Fascist Ethiopia’s regime (TPLF) is killing Oromo children on daily basis. Since 6 August 2016, over 25,000 Oromo nationals of all walks of life have been in military concentrations/torture camps. The figure is rising daily. This figure does not include the over 50,000 detained before 6 August 2016.
Targeted killing continues across Oromia. This is Galataa Admaasuu, a young man of age 19. He was returning home after watching a soccer game at a cafe in the evening of August 19, 2016 when the regime’s force with sniper bullets hit him 3 times and killing him on spot in front of Dambi Dollo Hospital, in Qelam Wallaggaa. In the past few days we have been receiving several such targeted killing using snipers or by staging night time raid to homes.
Kun Galataa Admaasuu dargaggeessa umri 19 kan galgala kaleessaa osoo kubbaa laalee galaa jiruu loltuun Wayyaanee rasaasan dhahee fuuldura Hospitaal Dambi Doollootti ajjeeseedha.
‘Because I am Oromo’: Sweeping repression in the Oromia
16 years old from Fantaallee kidnapped by Ethiopia’s regime fascist forces on 17 August 2016 his whereabouts is unkown
Kun barataa kutaa sagal Marraa Hawaas kan hiriira Hagayya 6 bara 2016 Aanaa Fantaallee magaalaa Mataa-Haaraatti geggeeffame irratti nama 29 waliin qabamee mana hidhaa Mataa-Haaraatti dararamaa ture. Barataan kun kaleessa mana murtitti dhiyaannan umrii 16 waan ta’eef akka bayu manni murtii murteesse. Garuu, warri seeruma ofii baafattettuu hin bulle, ukkaamsitee bakka hin beekamne geessitee turte. Odeessi nu gahe akka ibsutti, yeroo ammaa mana hidhaa Martitti dararaan irra gayaa jira.
Dr Alamuu Taaddasaa, medical doctor at incinnii hospital in Oromia kidnapped by Ethiopia’s regime fascist forces on 16 August 2016 and his whereabout is unknown
kun Dr Alamuu Taaddasaa jedhama. Hojjetaa hospitaala Incinnitii, Hagayya 16 bara 2016 waree booda lukkulee wayyanetiin qabamee essa akka isa buusaan dhabnee jirra jedhan.
Obsineet Baqalee, young Oromo woman, worker of Ethio telecom. Kidnapped on the Grand #OromoProtest, 06 August 2016 demonstration inFinfinnee, her whereabouts and health is unknown.
Jamaal Abdalla Aadam, Oromo boy, star student, from Calanqoo kidnapped by Ethiopia’s regime fascist forces on 6 August 2016
Barataa Jamaal Abdalla Aadam jedhama. Jiraataa Harargee Bahaa Aanaa Meettaa magaala Calaanqooti. Barataan kun qoruumsa kutaa 12ffaa qaphxii 467 kan fide yoo ta’uu, qaphxii isaa ille arkuu hin dandenye. Eega gaafa hiriira guddicha hagayya 6 irraa qabamee qeerroo baayyee waliin gara magaalaa qullubbii geeffame, achitti rakkisa jiran.
KADIR MOHAMMAD ABDULLAA , Oromo national from East Haraghe, Gursum, Funyaan Hujubaa town in Oromia state kidnapped by Ethiopia’s regime fascist forces on 15 August 2016. His whereabuts is unknown.
Godina harargee bahaa Aanaa gursum magaalaa Funyaan Hujubaa keessatti hiriira siitu kakaase jechuudhaan guyyaa Hagayya 15 bara 2016tti irraa kaasee hanga ammaatti achi buutee dhabneera maqaan isaa KADIR MOHAMMAD ABDULLAA jedhama.
Mallicha Guyo, former lecturer at Dire Dawa University and currently a graduate student of Constitutional & Public Law at AAU is among the many peaceful demonstrators unlawfully detained during the Grand #OromoProtests, 6th of Augus 2016 in Finfinnee and still kept in regime’s secrete detention centres.
Akkuma beekamufu hiiriiraa guddicha sanbata xiqqaa sani irratii namoota kumatamat lakkawaamu achii buute dhaban hamami hin jedhamu…namni maqaan isaa Malicha Guyyoo jedhamu kan barsiisa university Dire dawa tii damee seeraa barsiisuu amma MA university finfinnet constitutional and public law baracha Jiru achii buute isaa dhaban…..mee nama qoonqoo isaa qabu faa yoo argate inbox na godhii.
Godina Wallaggaa Lixaa Anaa Baaboo Gambeel keessatti gaafa 06 /07/2016 hirirraa guutu Oromiyaattii ta’e irraattii anaan Baaboos hirmachuun mormii jabaa dhageessisanii tura sanan wal qabatee namoonnii hedduun hiidhamuufi manii hiidhalee hankakee mana barumsaatii uummattaa hiidha akka turan gabaasun keenya ni yaada tamaa ammaas namoonnii hedduun hiidhaatii dararamaa yoo jirata dargagoo lamaa
1 Jafar Caaliif
2 Jafar Qawwee kan
jedhaman immoo mana hiidhaatii basanii essa akka isaan geessan hin beekamu! Uummanniis dararraa guddaa keessa jira!
An Oromo national Taagal Daaqaa Waaqgaarii is among thousands of peaceful protesters who have been unlawfully detained by the TPLF security agents during the Grand #OromoProtests rally in the capital Finfinnee, on the 6th of Aug, 2016. It’s believed that Mr. Tagal & thousands of others unlawfully detained during these peaceful protests are currently being tortured at a Military Camp called Awash Arba, in the remote Afar regional state. The regime is torturing thousands to death in such a remote military barricades across the country.
Oromo youth, Yaasiin Xaahaa, original from Jimma, kidnaped by fascist Ethiopia’s regime forces on August 6, 2016, Grand #OromoProtests Rally in Finfinnee. His whereabouts unknown.
Suuraan asii gadii kun Yaasiin Xaahaa jedhama. bakki dhaloota isaa Jimmaa dha hiriira guutuu Oromiyaa gaafa sanbataa xiqaa 6/8/2016 tahe irratti ganama Finfinnee nannawa istediyomatti diinaan qabamee tumamaa achi buteen isaa hanga ammaatti hin dhagahamne, oduu isaa wanta dhagahamee hin jiruu.
Young Oromo woman, Doii Itanaa, kidnaped by Agazi forces on 6 August 2016, Grand #OromoProtests, her whereabouts unknown
Mucaayoon kun Doii Itana jedhamti, Hiriira guddicha Gaafa Sanbata tikka 6-8-2016ti Guutuu Oromiyaa irratti yeroo godaame akaa oduu naagayeeti Obboloyota isheefii hiriyoyota ishee wajjin hirmaattee,gaafaasuuma obboloyashee biraa qabamtee humnaa waraana wayyaneen (Agazi ) jedaamuun Ukkaafamtee eessa akka buutee hinbeekaamu.
Giddiisaa Kuufataa, Oromo national from Dandi, Oromia, kidnapped by Agazi forces and his where about is unknown.
Maqaan isaa Giddiisaa Kuufataa jedhama, hojjetta waajjira Dhimma Dubartoota fi Daa’immanii aanaa Dandii , yoo ta’u FDG yeroo jalqabaaf magaalaa Giinciitti jalqabee irratti torban muraasaaf mana hidha aanaa dandii ture, manni murtii walaabaan gadi lakkiise, gaafa guyyaa 10/13/2008 (ALH) halkan keessa naannoo sa’aatii 5:00 mana jireenya isaa keessa loltuu wayyaaneetiin fudhatame
Mo’iboon Baqqalaa was kidnapped by Fascist Ethiopia’s regime from Jimma University in 2014 and suffering in Qilinxoo torture camp.
Kan suura armaan gadiitti argitan kun Mo’iboon Baqqalaa jedhama dhalootaan Wallagga bahaa aanaa Kiiramuu dha. bara 2014 mormii master pilaanii gaggeeffameen shakkamee Jimma university Qilinxootti dabarfame….murtii malees waggaa lama kan tahu erga hidhamee booda barana ji’a sadaasaa keessa lakkifame bahee beellama deddeebi’aa jira Finfinneetti. Achumaan alana beellama wiixata darbeef deemnaan Roobii darbetti dabarsan, ammas roobiirraa gara Jimaata har’aatti dabarsan. har’a dhaddacharratti yakkamaa dha jedhanii achumaan Qilinxootti dabarsan!
Haadhoo ofii waaqni si waliin haa ta’u oromummaan yakka taate erga ta’ee!
Oromo elder, kidnaped by Ethiopia’s fascist security forces after 6 August 2016 and his whereabout is unknown.
Obbo Maammoo Gadaa eega guyyaa Hiriirri Magaala Adaamaatti godhamee booda wayyaaneen qabamee as buuteen isaa dhabame jedha odeeffannoon.
Young Oromo national Akaaluu Mulugeetaa Olaanii, kidnaped by fascist Ethiopia’s regime forces on 6 August 2016 (Grand #OromoProtest) his whereabouts is unknown.
Akaaluu Mulugeetaa Olaanii jedhama. Dargaggoo Oromoo hiriira Finfinnee Sanbata darbee (06/08/16) irratti warra achi buuteen isaanii dhabame keessaa tokko.
This is Kebede Gemeda, a 70 year elder. He was arrested at the Grand Rally in Finfinne. He was beaten so badly that he lost one of his eye sight completely. They thought he was dying so they took him out of the military camp and threw up near his house.
Oromo national Jibriil Mohaammad, from Jimmaa Arjo shot four times at gun point by Agazi on 6 August 2016 at Grand #OromoProtests.
Maqaan isaa Jibriil Mohaammad jedhama.Kaninni itti dhalatee guddate godina Wallagga bahaa aanaa Jimmaa Arjoo bakka gabaa Efrem jedhamu yemmuu ta’u ,hiriira yeroo darbee guutummaa oromiyaa keessatti finiinaa ooleen wal qabatee sababa gaaffii mirgaa gaafateef jecha rasaasaan qaama isaarraa bakka afur rukutamee yeroo ammaa kana hoospitaala naqamtee keessatti wallaanamaa akka jiru maddeen keenya ifa godhu.
#Oromoprotests alert: The regime now using collage campus as concentration camp in addition to several military camps. For instance some 25000 protesters arrested in Hararge have been taken to Kombolcha Agricultural College. Their head has been shaved and they are crammed into classrooms in hundreds.
NOTE: These colleges are mostly built and run by money donated from American and European tax payers. So tell your representatives. Jawar Mohammed, OMN reports, 20 August 2016.
VOA Afaan Oromoo reports how fascist TPLF Ethiopia’s regime soldiers killed a man named Hora Wajiso in his own home and then imprisoned his wife with her infant child.
Abbaa Warraa Ajjeesanii Haadha Warraa Immoo Daa’ima xiqqoo Waliin Hidhan.
VOA Afaan Oromo Reports Hagayya (August) 18, 2016
Dr Gabayyoo Jaallataa medical specialist in Naqamte, Oromia gunned down by fascist Ethiopia’s regime forces.
Dr.Gabayyoo Jaallataa Waraana Wayyaanee Agaaziin Rukutamuun Wareegaman.
on 15 August 2016 night, fascist Ethiopia’s regime Agazi soldiers broke into home of Hora Fajiso, and killed him on spot in Batu town, East Shawa.
Bulchiinsa magaalaa Baatuu guyyaa 09/12/2008 halkaan sa’aati 10:00 ti Dargaggoo Hora Fajjisoo sababii meeshaa woraan qabda jedhuun marsaanii warranaa mana jirenyaa isaati itti banuun kan ajeesaan yoo ta’u akka ajeefamu kan haala mijessee obbo Kadir Gammada I/g W/ra Bulchiinsa fi Nagenyaa Magaalaa Baatuu ta’u bekkame jira ,dhukaasa godhameen Poolisii tokkoo yoo Ajefamuu tokko rukkutame jira.
This is martyred Ahmadoo who was killed by TPLF Ethiopia’s regime fascist Agazi forces in Haramaayaa town, East Hararge on 6 August 2016, Grand #OromoProtests. May his soul rest in Peace!
Kun wareegamaa keenya barataa Ahmadoo, kan hiriira guddaa Oromoo godina Harargee Bahaa, magaalaa Haramaayaa, keessatti Hagayya 6 bara 2016 waraana Wayyaaneen wareegame.
Gootota Oromoo kumaatamaa wajjin nagaan nuuf boqodhu!
Qabsoon hanga bilisummaatti itti fufa!!
Rabbi lubbuu isaa haa qananiisu.
Abduselam Ahmed, a succesful Oromo businessman in haramaya was assassinated by tplf fascit Ethiopias regime on 7 August 2016.
The other victim on the protest held in Robe, Bale on the Grand #OromoProtests on 6 August 2016 was Zubeyr Kadir as you can see on the picture bellow! May he join Oromo martyrs in heaven!!!
Zubeyr Kadir gunned down by Ethiopia’s regime fascist forces on 6 August 2016 in Robe Bale, Oromia.
Namni lammaffaan hiriira guddicha magaalaa Roobee-Baaletti wareegame maqaan isaa Zubeyir Kadiir jedhama. Rabbi warra jannataa isaan haa taasisu!
#OromoProtests, Must watch Al Jazeera new video News of August 20, 2016, Hundreds have been killed by agazi police forces during a peaceful demonstration across the country (Oromia, Ethiopia).
Darajee Birbirsaa, Oromo national, civil engineering graduate kidnapped by fascist forces on 19 August 2016 and his where about is unknown.
kuni darajee birbirsaa jedhama. bara 2015 wallaga university irra civil engineering dhan eebifame kan turee yoo tauu dalagaa male hanga ammaatti magaala Itayya godina arsi keessa turee haa tauu malee akka lakkobsa Habashaatti Hagayya 12 bara 2008 poolisi feedaralattin ergaa fudhatame booda eessa akka dhaqee hin beekamuana sirreessa aanaa fi goodinaa keesattis hin argamnee.isaa walii is namooni abdalla dasee jedhamuu fi muktar abdoo jedhamuu dhabanni jiraan.
Jundii Abboomsaa Badhaasoo, Oromo business man from Arsi, Martii district kidnapped on 17 August 2016 and his whereabout is unknown
GodinaArsii Bahaa Aanaa Martii ganda Golagotaa keessaa nama Jundii Abboomsaa Badhaasoo jedhamu guyyaa dheengaddaa mana murtii irraa waraqaa fidanii mana isaatti seeraan sir barbaanna jedhaniinii ani Wayyaaneetti hin bulu reeffa kiyya malee jiraa kiyya asii na hin fuutan jedheenii gootummaan dura dhaabbate. Achii jaarsoliin fuudhanii magaalaa geessanii halkan kalee namoota 16 waliin halkan saa’aa 9 makiinaa lamaan fe’anii achi buuteen hin beekamne. obbo Jundii Abboomsaa Badhaasoo abbaa qabeenyaa lafa bishaan hektaara hedduu yoo ta’u, akkasumas eessuma wallisaa Ibroo Ibsaa; kan akka abbaatti guddisee asiin gahee hanga har’aatti gargaaree sirboota hedduu hojjisiise.
Aman Aliyii Xaha, Oromo national was shot at gun point by fascsist Ethiopia’s regime forces on 6 August Grand #OromoProtests in Haramayaa and died on 20 August 2016.
Godina Haragee Bahaa Haramayaa keessatti Hirira guddicha Hagayya 6, 2016 irrati dhahamee harra lubbuun isaa dabarte.”
For more click here at: Oromia: Alert! Crimes against humanity: Mass torture and killings are going on against Oromo people in Ethiopia.
OSG’s letter to United Nations Human Right Council : Ignoring a wave of unlawful killings and enforced disappearances in Oromia is fueling further catastrophic in the region. osg-call-for-urgnet-action
HRLHA Urgent Action
Ethiopia: State – Sponsored Terrorism and Military Brutality in Oromia HRLHA Urgent Action
August 17, 2016
Ethiopia, a UN Human Rights Council member since 2011, and an elected member of the UN Security Council as of 2017 is committing state- sponsored terror against the Oromo nation in violation of the UN Human Rights Council responsibility for the promotion and protection of all human rights and the UN Security Council responsiblities for maintaining international peace and security as well as the human rights treaties it has signed and ratified. The government- trained and highly funded Agazi force shot Gebeyehu Jalata, a medical doctor, several times at his personal clinic in East Wallaga Nekemt town on August 6, 2016 while he was allegedly treating wounded protestors at his clinic. Dr. Gebehu Jalata was taken to the Nekemt hospital for treatment and died on August 15, 2016 . The Agazi killing squad also invaded Mr. Hora Fajisso’s home- he is a farmer in East Showa Zone Adami Tulu district, Batu town- and murdered him in his bed in front of his three children and his wife at 5:00 am on August 16, 2016. During the grand nationwide Oromo nation protests on August 6,2016, the Agazi force killed at least 70 people and arrested tens of thousands of others in Oromia Regional State. 1-ethiopia-government-sponsered-terrorism
Among Oromo nationals killed on August 06, 2016 the Human Rights League (HRLHA) reporters managed to get the names of the following 65 people:-
Read more at:- 1-ethiopia-government-sponsered-terrorism
You must be logged in to post a comment.