Icciitii wayyaanee B. Gen/Hayluu Gonfaa saaxile keessaa muraasa. June 19, 2016
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: Africa, Icciitii wayyaanee B. Gen/Hayluu Gonfaa saaxile keessaa muraasa., The tyrannic Ethiopia
trackback
TPLF Ethiopia’s regime Hospital in Mekelle, Tigray harvests and exports human organs, senior military exposes.
Icciitii wayyaanee B. Gen/Hayluu Gonfaa saaxile keessaa muraasa.
1. Hospitaalli magaalaa Maqaleetti ijaarame qaama dhala namaa keessattuu kan raayyaa ittisaa filee “export” gochaa jiraachuu.
Akka Gen/Hayluun jedhanitti Tigiraayi keessatti waggaa tokko keessatti yoo xiqqate miseensota raayyaa ittisa biyyattii 1000 tuu dhukkuba adda addaa qofaa du’a. Reeffi kun hundi qaamni isaanii filamee biyya alaatti gurguramaa jira.
2.Maatii raayyaa ittisa mishinii (ergama) UN dhaaf bobbaafamanii du’aniif UN’n beenyaa tokkoo tokkoon nama dhu’eef $1,000,000 ykn qar. 22,000,000 kaffala. Qarshii kana garuu maatii wareegamtootaa utuu hintaane generaalota TPLF tuu addaan qooddata.
3.Mootummaan Tigree waraanni Ethio-Eritira akka badus akka ho’us hin barbaadu. Sababini isaas:
a, baajanni waggaa raayyaa ittisaa qar. biliyoona 20-30 dabalata bajata kanaan naannoo Tigiraayitu ittiin misooma, achitti waan dhangala’uuf.
b, Raayyaan ittisaa humnasaatiin hojii misooma naannichaa hojjechaa waan jiruuf
c, Daldaltoonniifi kontiraakteroonni naannichaa gabaa argataniin faayidaa guddaa argataa waan jiraniif.
4.Generaalonni TPLF qajeelcha ajajaa muummichaan (muummicha minstiraan) utuu hintaane waan sammuun isaanii ajaje qofa akka hojjetan. Kanaafuu yakka kamuu yoo dalagan akka itti hin gaafatamneefi ajaaan muummichaa (H/Maariyaam) kan hinbeekne ta’uu isaa saaxilaniiru.
read more at:-
Comments»
No comments yet — be the first.