Advertisements
jump to navigation

Oromia: #OromoProtests Alerts! Crimes Against humanity:Fascist Ethiopia’s regime has continued with mass killings of Oromo children: “They made me sit on my son’s dead body & tortured me” said a mother: Reeffa Mucaa Koo Irra Taa’i Naan Jedhanii Achi Irratti Na Tuman: Haada Mucaan Duraa Ajjeefame September 9, 2016

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , ,
trackback

Odaa Oromoo

OromianEconomist#OromoLivesMatters!

 

ethiopias-regime-tplfs-crime-against-humanity-a-mother-was-forced-to-sit-on-a-dead-body-of-her-child-killed-by-tplf-forces-and-tortured-7-september-2016-in-dambi-doollothis-is-hailu-efrem-16-year-old-oromo-teenager-murdered-by-fascist-ethiopias-regime-on-7-september-2016-in-dambi-doollo

This is just sickening to hear what is coming out of Ethiopia. 16 years old Hailu Efram working as daily laborer in Dambi Dollo, Wallega, Oromia. He was shot by security forces. Kids run to his mom with bad news. She runs to see his lifeless body. She was carrying her daughter crying on her only son lifeless body.
He was working daily bringing home what he gets to feed his mother and younger sister. Security forces came and told this mother to stand on her sons dead body. They pointed gun at her daughter. She kneeled down crying not to shoot her daughter. She was beaten in her back with back of the their guns? She was on her knees begging this barbaric forces to spare her daughter.

https://www.gofundme.com/2ns927w


Kun Boggee (Haayilu Efreem) kan waggaa 16tti waraana Agaaziin Dambii Doollootti ajjeefame. Haati isaanii isaa fi obboleessa isaa abbaa malee rakkattee guddifte. Haati takka wayyaa namaaf miiccaa, takka qoraan namaaf guuraa, takkammoo yoo argate buddeena mana nyaatatii toolchaa guddiste.
Haaluma kanaan Aanaa Anfilloo ganda Heenachee jadhamtu keessaatti jiraachaa turani. Booddana Boggeen gaafa guddatu haadha isaa waliin gara Magaalaa Dambi Dollootti galan.
Yeroo ammas kana haaati Boggee barbaree qooraa namaaf tumtee daaksisteefii waan argattuun jiraatti. Boggeenis haadha isaa hojiisheen hojjettus gargaaraa biraanis wantoot kaan yoo argates hojjettaa haadha isaa jiraachisa ture.
Garuu, amma mootummaa ummata oromoof gara jabina tokko ilee hin qabneen ajjeefame. Kan isa ajjeesan caalas, haadha isaa reeffa irra teessisanii tuman. Kana caala jiraa du’uun eessa jira?
Amma haalli kun haadha Haiyluu fi obbolaa isaatif hedduu ulfaataa jira; hedduu gaddisiisaadhas. kan dandaé akka nama tokkotti maatii kana jajabeessuu fi bayyanachiisuun barbaachisaa dha.
https://www.gofundme.com/2ns927w
Garuu, kun ummata Oromoo daran kan jabeesuu dha; daran akka qabsoo waliigalaatti gamtaan seenan kan godhuudha.
Namuu bakak jirutti, waan kufaatii sirna kanaa ariifachiisu irratti xiyyeeffatee akka hojajtu dhaamsa Oromummaa dabarsinaaf!! Rakkoo kana keessaa tokko tokkoon akn baanuu miti; rakkoo garbummaa kana kan irra aannus furmaata gamtaatiin kan dhufu, Bilisummaa Oromoo dhugoomsuun ta’a!
Gamtaan haa qabsoofnu; hojjannu, ni Bilisoomnaa!

 


Reeffa Mucaa Koo Irra Taa’i Naan Jedhanii Achi Irratti Na Tuman: Haadha Mucaan Duraa Ajjeefame, Dambi Dolloo irraa

Godina Kelem Walaggaa magaalaa Dambi Dolloo keessatti kaleessa galgala namoonni lama rasaasa humnoota mootummaa biraa dhuka’een ajjeefamuu jiraattonni nuuf ibsanii jiru.

Namoota nagaa daandii irratti kaan immoo mooraa mana ofii keessatti itti dhukaasuun ajjeesan jedhu jiraattonni kun.

Kanneen dhukaasa magaalattii bakka garaagaraa keessatti baname jalaa utuu miliquu yaalanii rasaasaan dha’ame jedhan dargaggoo Haayiluu Efreem yoo ta’u ka biraan Ibsaa Rundee namni jedhamu immoo mana isaa cinatti ajjeefamuu dubbatu.

Haati Haayiluu mucaa koo ajjeesanii erga diriirsanii booda iyyaa ennaan achi ga’u intala koo durbaa waliinan ture jedhan. Achuman reeffa mucaa koo irra taa’i naan jedhanii intala koo illee ajjeesuuf natti dhaadatan jedhan. San booda miilla isaanii jala daa’imeetan maaloo ilmoo koo na jalaa hin ajjeesinaa inni du’ee ciisus kanuma kootii jedheen oolfadhe. Anaan garuu reeffa mucaa koo irratti na tuman jechuun imimmaaniin nuuf ibsasn.

Gaabaasa sagaleetif kana cuqaasaa

 

“የገደሉት ልጄ አስከሬን ላይ ቁጭ በይ ብለው ደበደቡኝ” ደምቢ ዶሎ የተገደለ ወጣት እናት

 

The following are  Oromo youths (Mohamamd Usmaan, Eebbaa Waaqjiraa, Kabbadaa Fayyisaa, Hailu Ephrem fi Ibsa Rundee) who were murdered by fascist Ethiopia’s regime in the 1st week of September 2016.

these-4-oromo-youths-mohamamd-usmaan-eebbaa-waaqjiraa-kabbadaa-fayyisaa-hailu-ephrem-fi-ibsa-rundee-were-murdered-by-fascist-ethiopias-regime-in-the-1st-week-of-september-2016

 

Abbaan Irree Wayyaanee TPLF Godina Arsii Aanaa Dododaa Magaala Dodolaa Ummata Nagaa Rasaasaan Goolaa Jira.FXGs Itti Fufe.

Godina Arsii Aanaa Dodolaa Magaalaa Dodolaatti humnootni abbaan irree Wayyaanee dargaggoo Qeerroo Oromoo Kan maqaan isaa Abdullaxiif Sanbatoo jedhamu 4/9/2016 rasaasan naannoo masgiida fatihii gamoo muniir biratti rasaasa lamaan rukuttee hospitaala Dodolaatti yaalamaa jiruun yaalcha baqaqsanii hodhuutin rasaasni qaama isaa keessaa bahuun himamee jira.Sababuma kanaan ummanni magaalaa Dodolaa guyyaa har’aa hospitaala duratti yaa’un deeggarsa isaaf qaban agarsiisanii jiru jedha gabaasni Qeerroo Dodolaa14203241_1093995064019195_3656063882813952635_n14233035_1093994994019202_6625600833057223318_n


 

 

 

 

 

Over 100 prisoners at Qilinto dead from gunshots.Oromo Voice Radio sources confirmed that more than 60 died on the spot.

Our police sources said they witnessed 60 unidentified bodies in the compound. Hospital sources also confirmed that they have received over 60 bodies from Qilinto prison on Saturday.

All of the victims died from gunshot wounds. Their bodies were riddled with bullets.

Fire broke out at the Qilinto prison outside the capital Addis Ababa on Saturday sending a shockwave to the entire nation on the safety of several political prisoners held at the notorious dungeon. Prison sources said the fire was started as a cover up for the extrajudicial killings at the prison.

The majority were shot dead by snipers from the rooftop as they run away from the engulfing flames to save their lives. Some actually were shot and killed as they try to dowse the fire that broke out in one quarter of the maximum security prison

A visit by families of hundreds of prisoners at the various other prisons where the remaining prisoners were reportedly transferred were to no avail as security forces would not tell them if their loved ones were in those prisons.

A total of 50 bodies were reported at the Abiyot Hospital and the Defence Hospital. Some bodies were transferred from Abiyot Hospital to undisclosed location.

Some families of prisoners who went to the Qaliti prison on Monday run into the guards who work at Qilinto and asked them if their loved ones were alive and transferred there. The guards told them to come back after five days.

An estimated 3000 prisoners of conscience, mostly Oromo opposition figures and Ethiopian Muslims who demanded political and religious freedoms were being held at the notorious dungeon when fire broke out on Saturday and most of them are the political prisoners.

This is the third time in a span of short period when a prison filled with political prisoners catches fire. A prison in Gondar and Debretabor caught fire as the brutal forces of the TPLF shot at inmates who were trying to run away from the fire.

A fire that broke out at the Qaliti prison nine years ago killed at least 150 prisoners in November 2005.

Fulbaana 4,2016 Guyyaa kalessaa Manni Hidhaa Qilinxoo kan Haayyootni Oromoo qaroo uummataa ta’an keessatti hidhamanii jiran ibiddaan barbadaa,uu gabaasaa kan turre fi kallatti hedduun gabaafama kan türe, Waraanni wayyaanee ilmaan Oromoo Balaa ibiddaa jalaa akka of hin olchineef dhukaasaa irratti banuun ibiddaa fi rasaasa gidduutti ittisaa kana tureen ilmaan Oromoo ammaf lakkofsi isaanii hin beekamiin dhukaasaa irratti banameen wareegamuu fi hedduun madeeffamuun kallattii hedduun ibsame.

Halkan edaa Hıdhamtootni  Oromoo fi ilmaan Cunqurfamoo hedduun Mana hidhaa Qilinxoo irraa gara manneen hidhaa Biyyatti Kanneen akka Shaggar Roobıtı, fi  Zıwaayitti kanneen kumootaan lakka’aman konkolaataa 80 oliin fe’amanii guuramaa jiraachuu maddeen gabaasaan kanneen lakkoofsii isaanii 500 irraa hin caallee immoo Mana hidhaa Qaallittitti akka geeffamani hidhaman ibsamee jıra.  Mootummaan Wayyaanee yakka dalagaa jıruuf itti gaafatamadha!! ,

                  Qabsa’aan Wareegamuufı Hiraarfamuus Qabsoon İttı Fufa!!


Qilinto Prison Massacre Update: The death toll continue to raise. In addition to 22 bodies taken to Paulos hoospital, 13 death reported at Tor Hahloch Hospital and 14 at Police Hospital. Death reported among those taken to Turunesh Beijig hospital as well.


3 September 2016, fascist Ethiopia’s regime set Qilinto Prison on fire.

Yeroo Ammaa Kanatti Manni Hidhaa Qilinxoo Abiddaan Gubachaa Jiraachuun Gabaafame.

qilQilinxooQlin

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Fulbaana 3,2016 #Qeerroo_NewsYeroo Ammaa Kanatti Manni Hidhaa Qilinxoo Magaalaa Finfinnee Kan Hidhamtootni İlmaan Oromoo fi Sabootni Cunqurfamoon biyyatti walumaagalatti 7000 Olitti Lakkaa,aman keessatti argaman İbiddaan Barbadeeffamaa jiraachuu Maddeen Keenya Gabaasan!!
Uummatni Maatiin Hidhamtootaas Akka Gara ilmaan isaanii fi Firootta isaanii hidhamanii jiranitti Darbanii hin baraarreef dhorkamaa jiru, Waraanni wayyaanees dhukaasaa guddaa banaa jira , Waraanni guddaan Bishooftuu irraa Gara Finfinneetti Socho,aa jiraachuu Maddeen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinneerraa Gabaasan. Gabaasaa Guutuun Walitti deebina!!

Partial list of Oromos that have been killed as a result of Excessive force by Ethiopian Government armed forces during Peacful demonstration on August 6,2016, Oromia, Ethiopia

partial-list-of-oromos-that-have-been-killed-as-a-result-of-excessive-force-by-ethiopian-government-armed-forces-aug-2106. Click here to read

Oromia: #OromoProtests Alerts! Crimes Against humanity: Fascist Ethiopia’s regime has continued with mass killings of Oromo children, mass arrests and genocide against Oromo people

Advertisements

Comments»

1. The regime in Ethiopia (Fascist TPLF) has lost any semblance of humanity | OromianEconomist - September 10, 2016

[…]  It is an act so savage, so devoid of any norms and values cultural or otherwise, it reflects the psy… […]

2. Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist - September 10, 2016

[…] Oromia: #OromoProtests Alerts! Crimes Against humanity:Fascist Ethiopia’s regime has continued wit… […]


Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: