Oromia: Gadda: Wallisaa beekaman Oromoo Dabalaa Damee du’aan addunyaa kana irraa Boqote. Biyyoon isatti haa salphatu. October 30, 2016
Posted by OromianEconomist in Dabalaa Damee.Tags: Africa, Dabalaa Damee, Music, Oromia, Oromo, Oromo Artist Dabalaa Damee, Oromo music and Oromo identity
trackback
The beloved and one of the greatest Oromo musicians, actors and poets, Dabalaa Damee died on 29 October 2016. He was highly talented and gifted artist and selfless. He dedicated all his life to develop the suppressed Oromo art music and culture. He was very incredible. He lived a life as an artist, activist and selfless human being. he was advocating for equality, peace, justice and freedom for Oromo people and all oppressed people.
Remembering his wonderful and gentle soul will forever remain in our hearts. May he rest in peace!
Artist Dabalaa Damee Onkoloolessa 29 bara 2016 du’aan addunyaa kana irraa Boqote.
Dabalaa Damee nama walleef artii Afaan Oromoo keessatti bakka guddaa qabudha.
Jireenya isaa guutuu artii saba kanaaf hanga dhumaatti nama cichaa turedha. Kuusaa artii Oromoo nama jabaa tokko dhabneerra har’a. Biyyoon isatti haa salphatu. Maatii saaf Oromo maraaf immoo rabbi jajjabina haa kennu.
OBS: Weelluuwwan Oromoo weellisuu fi weellistoota birootiif sirboota aadaa barreessee kennuun guddina Aartii Oromoo keessatti gaheesaa bahaa kan ture Weellisaa Dabalaa Damee Addunyaa kanarraa du’aan boqote.TV’n OBS du’a Artistii keenyaatiin gadda guddaa itti dhahame ibsaa,maatiisaa fi qooda-fudhattoota Aartii maraaf jajjabina hawwina.
Weellisaa Dabalaa Damee bara [2016] keessa dhukkubsachuun isaa dhagahamnaan,gareen TV OBS bakka inni dhukkubsatee ciise qorachuun karaa Abbaa Qabeenyaa Obbo Dinquu Dayyaasaatiin Hospitaala Riifti Vaaliitti wal’aansa bilisaa fi gargaarsa birrii 100,000 gumaachuun niyaadatama.
Comments»
No comments yet — be the first.