Advertisements
jump to navigation

Mirga Uummataa fi Babal’achuu Dimokraasiif Qabsaa’uu Koofin Himatame: Dr. Mararaa Guddinaa. Professor Merera Gudina’s speech after the court of Ethiopia denied him hearing. July 8, 2017

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.
Tags: , , , , , , , , , , , ,
add a comment


Dr. Mararaa Guddinaa

Dr. Mararaa Guddinaa


Manni murtii Federaalaa himannaa Dr. Mararaa Guddinaa, Dr. Biraahnuu Naggaa fi obbo Jawaar Mohamed ISAT FI OMN irratti himannaa abbaan alangaa dhiyeesse dhaggeeffatee jira. Dr. Mraraanis himannaan isaan irratti dhiyaate kanneen bakka hin jiraannetti himatamaniittii adda ba’ee akka, ilaalamuuf gaafataniiru. Dr. Mararaan yakkamaa utuu hin taane hidhamaa siyaasaa ti jechuun ille mana murtichatti dubbataniiru.

Ragaalee isaan irratti dhiyaates akka ibsamu gaafatanii manni murtichaas yaada isaanii dhaggeeffatee ragaaleen dhiyaatan gama seeraan hiika akka argataniif mana maree Federeeshiniitti dabarsuu isaa beeksisuu dhaan Adoolessa 25tti beellama kennaa jira.


https://twitter.com/addisstandard/status/883251452394844160

Advertisements