Advertisements
jump to navigation

Fascist Ethiopia’s regime (TPLF) paramilitary forces (Liyu Police) continues with its ethnic cleansing and genocide against Oromo people August 19, 2017

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.
Tags: , , , , , , , , ,
trackback

 

 

TPLF Ethiopia’s Somali Liyu Police and  the federal defence forces jointly invaded  Oromia and currently conducting their  ethnic cleansing in five Oromia Zones and 14 Districts. The following are some of the Oromia’s districts currently under attack:

i. Qumbi, Cinaksan, Midhaga Tola, Gursum, Mayu Muluqe and Babile in East Hararghe Zone;

ii. Bordode in West Hararghe Zone;

iii. Dawe Sarar, Sawena, Mada Walabu and Rayitu in Bale Zone;

iv. Gumi Eldelo and Liban in Guji Zone; and

v. Moyale in Borana


Profile of the Invading Somali Liyu Police that Invaded Five Oromia Zones and 14 Oromia Districts

1. Established in April 2007 as counter insurgency military group, the Somali Liyu police are estimated to have more than 40,000 well-armed and well-funded troops.
2. Who is providing the funding and training: Initially, it was funded and trained by the government of the United Kingdom. Now, the group is believed to have a wider network in the Middle East, in addition to the support it regularly receives from the TPLF/EPRDF government of Ethiopia….. Click here to read more …..
The Ogaden National Liberation Front (ONLF) says the regime in Addis Ababa is worsening clashes between the Somali and Oromo communities that share common borders.
The ONLF also accused the Liyou (special) police of the Somali regional government of committing rape, abduction and killings against the Oromo and even against their own Somali communities with backing of the brutal regime.
Hassan Abdulahi in an interview with ESAT said the main culprits were the TPLF generals who are behind the Somali special police that just takes orders from the generals.
Abdulahi says the Somali special police have since 2007 committed inconceivable crimes against Somali, Oromo and other communities.
He said there are over a million people who are internally displaced due to the brutal actions of the Liyou police under the auspices of regime generals.
Border clashes between the two communities resulted in the death of hundreds of people, abduction and cattle raiding, according to the ONLF and other Oromo political parties.

#LIYUU POOLISII AJAJNI ISII WAYYAANEDHA…

Ummata keenya kan Daangarratti argamu kan Somaalee itti diree kan ajjeesisaa fi saamsisaa jiru, TPLF tahuun beekkamaadha.
Humni nama keenyaa naannawa daangaa hundaatin akka darratu ( meeshaa lolaa, Waan akka Mancaa fi kkf akka irraa guuramu) kan godhe ergamtoota OPDOti. Wayyaaneen ummanni oromoo yoo qawwee qabaachuu baatellee Meeshaa qonnaaf itti gargaaramaniin Somaalee ofirraa dhoorkuu akka danda’an waan beekaniif, OPDO Keessan akka ummanni oromoo mi’a tokkollee hin horre irratti dalagamaa ture. Wanni kana go dhaniif, mormii biyya keessaa muddee isaan qabe kana gufachiisuf gurri oromoo akka gara wayyaanee dhiisee gara Liyuu poolisii deebi’u gochuufi. Hangasan isaan hafuura akka fudhataniifi. Haalli kun waan amma qofa godhame osoo hin tahin, yeruma ummanni keenya biyya keessaa qabsoo finiinsee wayyaanee hudhe hunda waan godhamaa ture.
Gochi Torbaan kana NAANNOO #Cinaaksan, Gursum walumaa galatti Ona Jaarsoo fi Baabbilee kanatti tahaa jirus kan duraan godhamaa turerraa addaa miti. Wanni torbee kana Liyuu poolisii ummatatti bobbaasaniifis, MORMII UMMANNI KEENYA MARSAA 3FFAA godhuuf qophaawaa jiru sodaatteeti wayyaaneen humna teenya bittinneessuun kana eegalte.
OPDO n Ergamtuu wayyaanee waan taatef, Afaan isaanii dhugaa seetanii hin sobaminaa,
Dheengadduma Bulchaan OPDO #Lammaa Magarsaa baantan #Gursundhaqee amma booda Somaalen isin hin tuyxu je’ee Waadaa ummataaf galee, Gaala badhaasanii biraa gale.
Guyyaan itti aanu kanuma #Ganda Ulaan’ulaatti nama keenya qe’ee isaanii irratti hidhanii tumaa, Saamaa jiran namuu argaa jirra.
Silaa opdon tun jiraatuu baattee hunda diinatti beekeeti sabni keenya ulelleen tahu diina ofirraa dhoorka. Amma kan ummata keenya meeshaa akkan horre godhaa turee fi jirus Opdo dha. Yoo duraan hubachullee baate, ummanne keenya Bulchiinsi OPDO Haada diina duratti isaan Gaadi’u tahuu hubatanii, akka haalli isaanii aanjawetti, Mancaa, Qawwee, Eeboo, Shimala, dhagaas dabalatee ofirraa qolachuu qaba.
Duulli Liyuu poolisin gootu kun kan Daangaa Oromiyaa kan Naannoo Shaniitin Waldaangessu Tahuu ummanni keenya ni beeka. (Baabbile, Gursum, Erer, Mi’eesso, Bordodde, Baale, Booranaa fi kkf, …)
Jeeqaa turuun isaanii ni yaadatama, ammas ummanni keenya kan naannoo kanaa bifa Qophii fi Bayyanootaa taheen ofirraa eeguu qaba. Namoonni biyya alaa jirus Kan gara Leeccallootin Ummata gargaarsa rabbii malee homaa hin qabne kana bifa danda’ameen akka hidhatan hatattamaan itti yaadamuufii qaba.

Galatoomaa! Injifannoon kan Abbaa Haqa qabuuti.
S/A”

 


Guyyaa kaleessaa woraanii somalee Aanaa cinaaqseenitti gandootaa Araddaa ulaan ulee hedduu tooyatee jira. Mana barnootaa kaampii woraanaa godhatee jira. Dubartoon hedduu fudhatamaniiru. Ummatni halkani edaa gaaratti galeera.
Aanaa Gursumitti Araddootaa seenaa qabeessaa akka Hujubaa funyaan biraa keessaatti kan argamani gandootiin babadhaan 8 qabamaniiru. gandootii kana keessaa somaaleen tokkoollee hin jiru. somaaleenillee gaafii irratti hin dhiyeessinee.
Aanaa Aanaa baabbileetti guyyootaa sadani darbani keessaa qofa somaalooni kuma 100 oli ta’ani maqaa godaantuun qubataniiru.
Amma magaalaa Baabbilee keessaatti hojjatoonii mootummaa jibuuti kan sooramaa bahani maneen viillaa 1320 magaalaa Baabbileetti ijaarataniiru isaani kan eeguu humna woraanaa somaaleeti
woraanaa somaaleetiifi baajetaa, uffataa , meeshaa woraanaa kan kennu mootummaa Jibuutiit.

 


****DAANGAA OROMIYAA FI LIYYUU POOLISII SOMAALEE****

Uummatni kenya kan naannoo Harargee yeroo ammaatti jiruu hadhaawaa keessa jira. Ajjeechaan keessaa fi allan itti hammateera. Keessaan bittaa wayyaanee, alaan ajjeechaa Liyu Police Somalee kan meeshaa ammayyaa hidhateen ajjeefamaa jira. Kun maali?

1. Liyu Polisii Somalee kan jedhan kun, ergamoota wayyaaneeti (paramilitary) kan jedhan. Fakkeenyaaf, lola Sudan fi South Sudan gidduutti gaggeeffamaa kan ture wayita jabaatee turetti, President Omar Al-Bashi qaama milishaa Janjaweed jedhamu leenjisee uummata South Sudan kumaatamootan lakkaa’am ficciisiise. Kun maalif? Itti gaafatamummaa gara boodaa dhufuu malu jalaa baqachuuf jecha akka waan qaamni waraanaa kun kan mootummaa hinta’inii fakkeessuudha. Mootummootni abba irree Afiriikaa hedduun qaamollee milishaa kan akka mercenery fi paramilitay jedhaman dhoksaatti leenjisani uummata karaa nagaa biyya keessaa isaaniin mormu itti ficcisiisu.

Mormii uummatni Oromoo waggoota dhihoo as keessatti wayyaanee irratti gaggeessaa jiru wayyaanee kuffisuu akka danda’u jarri haalaan hubattee jirti. Kanumaaf jecha, xiyyeeffannoon uummataa mormii biyya keessaa (internal protest) irraa gara daangaatti (border conflict) jijjiiruudhaan diinni uummata Oromo Wayyaanee osoo hinta’in Liyyuu Poolisii qofa akka ta’e fakkeessuf jecha qindaa’ee kan gaggeeffamaa jiru fakkaata.

Torban ykn ji’a muraasa booda, uummatni keenya hedduun dhumee kaan erga dadhabeen booda, wayyaneen as baate, jaarsummaa taa’uudhaan Mootummaa naannoo Somaale (Abdi Ilee) fi Oromiyaa (Lammaa Magarsaa) walitti araarsuuf teessi. Ofii isheetii wayyaaneen qaama qulqulluu fakkaachuun araara sobaa buufti jechuudha. Akkas natti fakkaata.

2. Haata’u malee, uummatni keenya kan hubachuu qabu, Liyyuu poolisii kan baajata itti baasee leenjisaa jiruu fi hidhachiisaa kan jiru Wayyaaneedha. Liyuu Poolisii jechuun wayyaanee jechuudha. Lola uummatni keenya gaggeessa jiru Wayyaanee waliin jechuudha.

3. Qondaltotni OPDO haarawaan kan akka Lammaa, Addisuu, Abiy etc yoo ilaallee isaan illee lola daangaa irratti Liyyuu Poolisiin gaggeessa jirtu haalaan waan isaan gammachiisu natti fakkaata. Maaliif yoo jettan? Lammaa fi kaabineen isaa ji’a 6 darbee keessa abdii sobaa erga uummatatti guutaniin booda, deebii uummataa deebisuu akka hindandeenye hubataniiru. Nyaatamuu akka danda’an illee hubataniiru. Kanaaf, tarsiimoo isaan ittiin mootummaa irra turuu danda’an tokko yoo jiraate ajjeechaa fi darara daangaa Oromo kana uruursaa ittiin uummata Oromoo gowomsaa yoo turan qofa. Gaaffii uummatni keenya siyaasa biyya keessaa mormaa jiru irraa xiyyeeffannoo (attention) kaasuudhaan gara siyaasa daangaatti waan geessuuf, mormii biyya keessaa irraa boqonnaa arganna jedhanii waan yaadan natti fakkaata.

4. Furmaatni maali? Wayyaaneen yoo hinjirre, Liyyuu Poolisiin hinjirtu. Wayyaaneen yoo hinjirre, OPDOn hinjirtu. UUmmatni Oromo miliyoona 50 ta’u mormii biyya keessaa fi lola daangaa irratti itti baname ofirraa faccisuuf dandeettii qabaachuu qaba. Mirga uumamaa qaba. Of gurmeessee, walgurmeessee of hidhachiisuu, walhidhachiisuu qaba. The right to defend oneself from enemy is a God given right. Haallii Oromoiyaa yeroo ammaa kan duraanii irra adda.

Eastern oromoia oromo fan page's photo.
Eastern oromoia oromo fan page's photo.
Eastern oromoia oromo fan page's photo.
 This is Hayat Aliyi Ahmad age 17. This horrific attack said to have been committed against her by official of the Somali regional government in Jigjiga. She is currently at Hiwot Fana Hospital. She is originally from Malka Ball, East Hararge, Oromia. Click here for the image and detail of the attack.
https://twitter.com/Jawar_Mohammed/status/898979246508474368
https://www.facebook.com/Jawarmd/posts/10103331515817393
https://www.facebook.com/Jawarmd/posts/10103331771699603

“Beware of TPLF’s minority card

Recently you might have noticed that TPLF is propagating ‘Somalis’ protesting against OLF, G7 etc. Its important to know that these are members of the TPLF’s puppet party in Somali region ( its like OPDO and ANDM members rallying in support of the regime). In fact many of the thugs are not from Somali regional state but from Djibouti, Somalia, Somaliland and even Kenya. Back home the psychopathic president of the region has forced residents of Jigjiga to stage a rally. Why all this? First it shows the regime have given up on its puppet parties in Oromia and Amhara regions. Pro-regime rallies planned in Oromia and Amhara were either cancelled due to fear of turning into protest or no one showed up.

But there is more sinister motive than just this. It is part of the minority card TPLF leaders are trying to play as they fight for survival. Two weeks ago Seyoum Mesfin and Abay Tsehaye gave interview where they repeatedly pulled the minority card. They have two objectives in doing so. First they want to mislead and gain sympathy of the liberal international community that their minority ethnic group (Tigreans) are facing genocide from alliance of the two largest ethnic groups Oromo and Amhara. They have been telling diplomats that it’s not just Tigreans facing existential threat but also other minorities. Second, they want to implement their long held plan of ‘minority coalition’ to withstand pressure from Amhara and Oromo forces. Since the days of their armed struggle, TPLF leaders believed that the best way to cope with being outnumbered is to forge alliance (under their domination) with other minorities. The controversial map that connects Tigray with Benishangul-Gumuz and all the way down to Gambela on the West, and Afar and Somali through the East is not some simple error or latest development. It has been on the works since 1980s. Although it failed due to economic competition with Tigrean businessmen, they have also tried to bring urban minorities to their side as well.

But is TPLF an ally of minorities in Ethiopia? Its records say NO!
– Its military carried out ethnic cleansing against Ethiopian Somalis as meticulously recorded by human rights organizations. Abdi Illey was their henchmen who was facilitating the massacre.
– It massacred the Agnuwak in Gambella region in 2003 and still continue to kill in the region.
– The Sidama were massacred at Loqe in 2002.
– Entire villages in Konso are being burned down as we speak.
– The Mursi are killed en mass and those captured alive are chained like animals as might have seen on pictures
– Silte and Gurage businessmen have been pushed out of the market and replaced by Tigreans.
– Afar land is all but taken over by Tigrean land grabbers.
– On and on and on……

Yet as it faces increasing resistance in Oromo and Amhara, TPLF will be aggressively using this ‘minority card’ in the up coming weeks and months. This will be done with action that will create rift between minority ethnic groups and Oromo/Amhara. We should henceforth expect the following:

– More rallies in diaspora and targeted regions in Ethiopia with participants holding slogans that offend Oromo/Amhara.
– Intensified campaign on media using languages that provoke debate and counter attack.
– Physical attack on Oromo/Amhara activists and institutions with the aim of provoking counter attack on Somalis.
– They will intensify instigating conflict on regional boarders. We are already hearing provocation on Benishangul-Amhara boarders, Somali -Oromia boarders.

If left unchallenged, these tactics could cause serious short and long term problem between various nations of the country. Therefore, the following steps should be taken to counter that:

– Oromos and Amharas shouldn’t fall for the provocative trap. Avoid debates and arguments against Somalis and others.
– Let activists, political leaders and organizations respond to debunk them.
– Beware that the regime’s agents will engage in nasty exchanges pretending to be Oromo, Amhara, Somali etc.
– Prominent activists, political leaders should be careful against attacks by hired thugs. Community and religious institutions should be protected. In case attacks occur, the situation must be wisely contained. No doubt the regime agents in Amhara and Oromo communities will try to instigate counter attack on Somali and others. Hence no matter the severity, the possible attack on Amhara/Oromo personalities, the response should never be communal; the individual who committed the crime should be singled out and brought to justice.

Such old and tired tactic of divide and rule cannot extend TPLF’s dictatorship.”

JM: September 27-2016

Advertisements

Comments»

1. Conversations in Ideas: Liyu Police and the Oromia-Ogaden Border Conflict | OromianEconomist - August 28, 2017

[…] Fascist Ethiopia’s regime (TPLF) paramilitary forces (Liyu Police) continues with its ethnic clean… […]


Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: