jump to navigation

Oromia (Wanbara): Systematic discriminations, cultural Genocide against Oromo people in Wenbara Zone. Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata jira. August 31, 2017

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Because I am Oromo, Uncategorized.
Tags: , , , , , ,
trackback

Odaa Oromoooromianeconomist

Naannoo Benishangul godina Matakkal keessa Oromoo 200,000 ta’utu mirga afaan ofiitiin barachuufi hojjachuu akkasumas of bulchuu dhoowwamee jiraata. Warri gaafi kana kaasan heddutu Maakkalawwi, Qilinxoofi Qaallittiitti hidhamee hiraarfamaa jira. Waayee Wanbaraa guutuutti dubbisuuf as tuqaa.

Wanbaraa

 

 

QEERROO: Eenyuumaa Oromoota Godina Matakkal Bulchiinsa Gumuz Jala Jiraatan Balleessuuf Jecha Dhibbaa Mootummaan Wayyaanee Taasisaa Jiru

Comments»

Unknown's avatar 1. Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (August) | OromianEconomist - September 1, 2017

[…] Oromia (Wanbara): Systematic discriminations, cultural Genocide against Oromo people in Wenbara Zone… […]


Leave a comment

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.