jump to navigation

Ethiopia: Abdi Iley, TPLF’s Liyu Police Militia head who killed tens of thousands and displaced millions in the Somali and Oromia has been officially arrested. August 27, 2018

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , , ,
trackback

Odaa Oromoooromianeconomist

tplf-ethiopias-federal-army-abbay-tsehaye-and-samora-yunus-are-architects-of-the-ongoing-ethnic-cleansing-against-oromo-in-south-and-eastern-oromia

Head of the mass killer militia, Ethiopia Liyu Police, Abdi Illey has been officially arrested.png

Abdi Iley,  the notorious TPLF’s Liyu Police Militia head who killed tens of thousands and displaced millions in the Somali and Oromia  states has been officially arrested. Click here to read Ethiopia’s Liyyu Police – Devils on Armored Vehicles.

Ethiopia arrests ex-Somali region head over rights abuses

Abdi Mohamed Omar arrested on charges of human rights abuses and stoking deadly ethnic clashes in restive region. Click here to read Aljazeera news

Akka maddeen amanamoon jedhanitti Abdi Ileen kan toyannoo jala oole tureera, garuu labsuun hin barbaachifne. Walgahii EPRDF dheengaddaatu eegamaa ture. Warri TPLF walgahii sana fayyadamanii dhiibbaa gochuudhaan Abdi Ilee hiiksisuu fi immunity isaa eegsisuuf hidhatanii falmaa turaniif. Yoo Abdi Ileen tuqame naannoo san tasgabbeessuun hin danda’amu, inumaa naannochi Itoopyiyaa irraa akka fottoqu godhama olola jedhuun warri Wayyaanee dachii balleessaa turani. Garuu walgahicha irratti yaadni gama kaanii waan moohateef hireen Abdi Ilees seeratti dhihaachuu taate. Har’a akka hidhamuun isaa labsamu kan godhames eega haalli naannoo Soomaalee toyannaa jala ooluun mirkanaawee booda.

Miidiyaan Sagalee Wayyaanee kan dur yoo titiifni illee Abdi Ilee irratti teesse akkam tuqama jedhee dheekkamu har’a gab jedhee jira. Rogeeyyiin Wayyaanees akka dur xaxxaaxa’aa hin jiran. Hanga ammaatti yaada hin kennanne. Dhugaan oolee bulee akkasumatti injifanta. Kan itti aanus walumaan laaluuf umrii nuuf haa kennu.

የቀድሞ የኢትዮጵያ ሱማሌ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ አብዲ መሐመድ ኦማር በቁጥጥር ስር ዋሉ

ግለሰቡ አዲስ አበባ አትላስ ከሚገኛው መኖሪያ ቤታቸው ነው ዛሬ በፌደራል ፖሊስ ቁጥጥር ስር የዋሉት፡፡

እንደ ፌደራል ጠቅላይ አቃቤ ሕግ ገለጻ አቶ አብዲ በሕግ ጥላ ስር እንዲውሉ ካደረጓቸው የወንጀል ተግባራት መካከል የሰብአዊ መብት ጥሰት፣ የብሔር ግጭት፣ በሃይማኖት መካከል ግጭት እንዲፈጠር ማድረግ የሚሉት ተጠቅሰዋል፡፡

ፖሊስ እሳቸውን ጨምሮ በድርጊቱ ተሳትፈዋል የተባሉ ሌሎች አካላትን በቁጥጥር ስር እያዋለ ነው፡፡

በአቶ አብዲ መኖሪያ ቤት 5 ክላንሽኮቭ እና 4 ሽጉጦች በቁጥጥር ስር ውሏል፡፡

መኖሪያ ቤታቸው በፖሊስ ቁጥጥር ስር መዋሉንም ለማወቅ ተችሏል፡፡

ፖሊስ እርሳቸውን ጨምሮ በድርጊቱ ተሳትፈዋል የተባሉ ሌሎች አካላትን በቁጥጥር ስር እያወለ መሆኑን ጠቅላይ አቃቤ ሕግ መግለጹን ሪፖርተራችን ጥላሁን ካሳ ዘግቧል፡፡ – EBC

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: