Irreecha Malkaa 2018: The Oromo National And Cultural Holiday, Oromians and other nations and nationalities in Millions Celebrating the Blessing Festival in Oromia and all over the Globe. Irreechi 2018: Irreechi Hora Arsadiitti haala ho’aan kabajamaa oole nagaafi milkiin xumurameera September 30, 2018
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: Africa, African Heritage, Ethiopia, Hora Harsadii (Bishoftuu), Irreecha, Irreecha (Irreesa) Oromoo, Irreecha (Oromo Thanksgiving), Irreecha Birraa 2018, Irreessa, Oromo Heritage, Oromo national and cultural day, Oromo National Day and Ancient Africa Connections, Oromo people, UNESCO world Heritage
2 comments
The blessing and colorful Irreecha Thanks Giving Annual season that started in mid August and continue to be celebrated in Birraa (September- October). Over six million from all over Oromia, Sidama, Konso, Burji, Gaamo, Alaba, Aga’u and other nations have attended Hora Harsadi (Bishoftuu, Oromia) with success on Sunday 30 September 2018. Irreecha of peace, love and unity is the symbol of multicultural, peace and unity in diversity of ethnic federal Ethiopia. Irreecha is the most important annual event in Oromo people national calendar. #Irreecha2018.
Irreecha jaalalaa fi Tokkummaa: Irreecha (Irreessa) Birraa Oromoo kan Bara 2018 (akka lakkoobsa Oromootti kan Bara 6412) akka gaariitti karooreffatamee, haala oo’aa fi bareedan kabajamaa jira. Haaluma kanaan kan Hora Harsadi Birraa 30 Bara 2018 nagaan irreeffatameera. Saboonni Kush kan akka Sidaamaa, Koonsoo, Aga’u, Alaabaa, Burjii fi Gaamoo aadaa isaanii guutuun irratti argamuun bareedinatti bareedina dabalanii jiruu.
Oromoon miliyoonaan lakkaa’aman guutummaa Itoophiyaafi biyya alaarraa Bishooftuu Hora Arsadiitti bahanii Ayyaana Irreechaa kan bara 2018 kabajaa jiru. BBC AFAAN OROMOO
-
BBC
Abbootii gadaa tulamaa kan duraafi kan ammaa
-
BBC
Haadhoolii marga jiidhaa qabatanii gara lafa irreeffannaatiin yaa’aa jira keessaa
-
BBC
Haadhoolii marga jidhaa mallattoo haraaraa ta’ee qabachuun bakka itti irreenfatamu dhaajaa jiran keessaa
-
BBC
Haadhoolii faa’aawwan aadaa Oromoo himamee hin dhumneen bareedanii ayyaanicha irratti aragaman
-
BBC
Abbootii gadaa fi daarektara OMN obbo Jawaar Mohaammad
-
BBC
Shamarree Oromoo aadaa fi dhudhaa abbootii isaaniitiin boonan akkasiin ijjoollee abbaa gadaa ta’usaanii mul’isanii olan
-
BBC
Shamarran Oromoo godinaalee garaagaraa irraa dhufun ayyaanicha irratti argaman
-
BBC
Bakka bu’oota saba Sidaamaa kabaja ayyaana Irreechaa irratti qooda fudhatan keessaa
-
BBC
Dargaggoota kabaja ayyaana irreechaa bara kanaa irratti argaman keessaa muraasni akkanaan bareedanii jiru
-
BBC











