Advertisements
jump to navigation

Oromo Political Prisoner Bekele Gerba Freed. Obbo Baqqalaa Garbaa Hiikamanii Jiru. #Oromo March 31, 2015

Posted by OromianEconomist in Because I am Oromo.
Tags: ,
trackback

???????????282548_518782501479783_163682395_n (1)

 

Itti aanaa dura ta’aa paartii mormituu Warraaqsa Federaalistii Dimokraatawaa Oromoo kan turan Obbo Baqqalaa Garbaa hidhaa waggaa sadii fi baatii torbaa booda kaleessa Bitooteessa 30 bara 2015 hiikamanii jiran. Himannaan shoroorkeessummaa irratti dhiyaatEe murtiin hidhaa waggaa saddeetiI eega irratti muramee booda ol-iyyannaa dhiyeeeffatanii turaniin gara hidhaa waggaa sadii fi baatii torbaatti gad cabeef. Akka seera Itiyoophiyaatti hidhaa na irratti murame sadii keessaa harka lama akkaan xumureetti mirgi gadhiifamuu naa kennamuutu irra ture kan jedhan obbo Baqqalaa Garbaa garuU kanas dhorkameen hidhaa na irratti murame xumuree ba’uuf dirqame jedhu.

Kaleessuuma yeroo gadhiifamuuf turantti illee eega baafamanii booda, waan qoratamuu qabuutu jira jechuun yeroof mana hidhaatti isaan deebisuu isaanii dubbatu Obbo Baqqalaan. Booda garuu magaalaa Finfinneetti si geessinee qoranna jedhanii Zuwaay irraa kokolaataa seennee Moojoo akka geenyeetti achuumatti na gadhiisan jedhhan. Akka Obbo Baqqalaan jedhantti himnannaan irratti dhiyaatee ittiin adabaman kan sobaa ta’uu fi ragaan dhiyaates qindeeffamee ta’uu dubabtanii jiru. Haallii fayyaa isaanii ogeessa wal’ansa fayyaan ilaalamuu kan fedhu ta’uus kan sadarkaa hamaa irra hin jirre ta’uu Raadiyoo Sagalee Amerikaaf Ibsanii jiru.

Gaaffii fi deebii geggeedffame armaan gaditti caqasaa

http://www.voaafaanoromoo.com/content/article/2701292.html

http://gadaa.net/FinfinneTribune/2015/03/ob-bekele-gerba-speaks-with-voas-jaallannee-gammadaa-after-freedom-from-unjust-imprisonment/

(Oromedia, 31 Bitootessa 2015) Ob Baqqalaa Garbaa Bitootessa 30, bara 2015 hidhaa hiikamuun gabaafame.
Maddeen keenya Finfinnee irraa akka nuuf gabaasanitti, Ob Baqqalaan murtii dabaa mootummaa Itoophiyaa irraa itti darbe fixanii bahan.

Ob Baqqalaan miseensa paartii karaa nagaa biyya keessa sochooú, Warraaqsa Federaalistii Dimokiraatawaa Oromoo taánis, mootummaan Wayyaanee garuu miseensa ABO ti, jechuun akka hidhe beekamaadha.

Abbaa ijjoollee afurii kan taán Ob Baqqalaa Garbaa waggaa saddeetiif akka hidhamu dhaddechi Itoophiyaa Muddee 11, 2012 itti murteesse. Yeroo sanatti akka murtiin laafuuf dhiifama akka gaafatu gaafatamnii diduu fi waan hojjatanitti akka hin gaabbine ibsachuun isaanii kan yaadatamu.

Akka sirnaa fi seera biyyattiitti Ob Baqqalaan hidhaa isaanii harka sadii erga fixanii cabsaa seeraatiin hiikamuu qabu turan.

Haataúutii, loogii sanyummaa fi sabummaatiin haga yoonaatti hidhaa keessa turruun isanaii kan beekamu.

Ob Baqqalaan Yunvarsitii Finfinneetti barsiisaa Afaanii ti.

Ob Baqqalaa Garbaa fi Ob Olbaanaa Leellisaa Hagayya  27, 2011 humnoota tikaa mootummaa Itoophiyaatiin hidhaman.

http://oromedia.net/2015/03/30/ob-baqqalaa-garbaa-hiikame/

https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-hubachiisa-bitootessa-30-2015/

Oromo Political Prisoner Bekele Gerba Freed; the Ideals (Land Grabbing, Environment, National Equality) He Got Imprisoned for Still Unresolved

 Bitootessa/March 31, 2015 · Finfinne Tribune | Gadaa.com

Oromo media outlets, OMN and Radio Afuura Biyyaa, have confirmed the release from prison of the Oromo political prisoner Ob. Bekele Gerba, who was the Deputy Chairman of the opposition Oromo Federalist Democratic Movement (OFDM) at the time of his arrest in August 2011. Ob. Bekele Gerba had been unjustly imprisoned for about three and half years. According to information we have received, his fellow prisoner Ob. Olbana Lelisa, the high-ranking leader in the Oromo People’s Congress party (OPC) at the time of his arrest with Ob. Bekele Gerba in August 2011, remains imprisoned unjustly.

Issues Ob. Bekele Gerba Imprisoned for Remain Unresolved …

BEKELE GERBA LAND-GRABBING AND ENVIRONMENTAL POLLUTION:
In 2010 – a year before his arrest, Ob. Bekele Gerba passionately debated during the General Election about land-grabbing, especially land-grabbing around Finfinne, and the appalling environmental pollution in Oromia and beyond (listen below); his firm stand on these issues had brought land-grabbing around Finfinne and environmental pollution to the forefront of the people’s consciousnesses at the time and since then.  http://gadaa.net/FinfinneTribune/2015/03/oromo-political-prisoner-bekele-gerba-freed-the-ideals-land-grabbing-environment-national-equality-he-got-imprisoned-for-still-unresolved/

BEKELE GERBA ON NATIONAL EQUALITY FOR OROMOS AND OTHER NATIONALITIES IN ETHIOPIA:
His firm stand on national equality has been also widely reported by the media (listen below); Ob. Bekele Gerba made the appeal for national equality for Oromos and other oppressed nationalities in Ethiopia as a political prisoner facing the Ethiopian government’s politically biased and motivated court in November 2012.

http://gadaa.net/FinfinneTribune/2015/03/oromo-political-prisoner-bekele-gerba-freed-the-ideals-land-grabbing-environment-national-equality-he-got-imprisoned-for-still-unresolved/

 

Advertisements

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: