WBOn Oromiyaa Bahaa Keeysa Socho’u Hoomaa Waraana Diinaa 28 Ol Hojiin Ala Taasise July 20, 2015
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.trackback
The Oromo Liberation Army (OLA) has destroyed fascist TPLF’s camp in Eastern Oromia.


(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Adoolessa 20,2015)
Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n Humna Diinaa Magaalaa Harar Irraa KM.20 Qofa Fagaatee Ona Fadis Naannoo Bokkoo Bakka Bobbaasaa Jedhamu Qubatee Ture Barbadeesse. Loltoota Diinaa 28 Olis Hojiin Ala Taasise.
Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn, bilisummaa ummata Oromoo fi walabummaa Oromiyaa mirkaneessuuf tarkaanfii haleellaa diina irratti fudhatu babal’isuu fi jabeessuu irratti argama. Tarkaanfii boonsaa tibbana Baha Oromiyaa keessatti fudhateenis injifannoo cululuqaa galmeessee jira.
Akka kanaan Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) Godina Baha Oromiyaa keessa sossohu Adoolessa 16,2015 Baha Harargee Ona Fadis keessaa bakka Bobbaasaa jedhamu kan naannoo Bokkootti argamu mooraa qubsuma waraana Wayyaanee weeraruudhaan tarkaanfii rifachiisaa irratti fudhateen loltoota diinaa 28 ol hojiin ala gochuu fi meeshaalee waraanaa dabalatee qabeenya adda addaa booji’ee dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchuudhaan injifannoo cululuqaa galmeessuu Ajajni WBO Godina Baha Oromiyaa beeksisee jira.
Tarkaanfii laalessaa WBOn qubsuma waraana…
View original post 314 more words


Comments»
No comments yet — be the first.