Hawaasti Oromoo Toronto Irreecha Kabajatan September 8, 2015
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: Irreecha Birraa 2015
trackback
Odeessi nu gahe akka ibsutti, AYaana kana irratti ahwaasti hedduun argamuun nagaa fi araarri akka dagaagu eebaa, kadhaa fi dhibaayyuu godhaniiru.
Sirna kana irratti akka ibsametti, Irreechi Ayyaana galateeffannaa ummati Oromoo barootaaf tifkatee dhalootaan gahuun akka addunyaan ittiin jiraatuuf gumaachee dha.
Ayyaana kana irratti aadaa fi uffannaan Oromoo sirna miidhagaa fi qajeelaan dhiyaatee jira.
Nyaati aadaa dhiyaate illee hedduu miidhagaa fi kuusaa aadaa Oromoon qabaachaa jiru kan calaqqise akka ture odeessi nu gahe addeesseera.
( Oromedia, 8 Fulbaana 2015) Hawaasti Oromoo biyya Kanadaa, magaalaa Toronto keessatti argaman ayyaana Irreechaa baranaa sirna hoo’aan kabajatan.
Odeessi nu gahe akka ibsutti, AYaana kana irratti ahwaasti hedduun argamuun nagaa fi araarri akka dagaagu eebaa, kadhaa fi dhibaayyuu godhaniiru.
Sirna kana irratti akka ibsametti, Irreechaan Ayyaana galateeffannaa ummati Oromoo barootaaf tifkatee dhalootaan gahuun akka addunyaan ittiin jiraatuuf gumaachee dha.
Ayyaana kana irratti aadaa fi uffannaan Oromoo sirna miidhagaa fi qajeelaan dhiyaatee jira.
Nyaati aadaa dhiyaate illee hedduu miidhagaa fi kuusaa aadaa Oromoon qabaachaa jiru kan calaqqise akka ture odeessi nu gahe addeesseera.




Comments»
No comments yet — be the first.