Audio Player
Oromia wide #OromoProtests (Reports covering 4-6 October 2016) Continues post Bishoftu Massacre October 6, 2016
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests.Tags: #OromoProtests, Oromia, Oromo, Oromo News
trackback
SBO: Onkoloolessa 07 Bara 2016. Oduu, Ajjeechaa Jumlaa Ayyaana Irreechaarratti Wayyaanedhaan Raaw’atame Ilaalchisee Ibsa Dhaabbata Deeggarsa Qeerroo Idil Addunyaa Irraa Laatamee fi Qophii Haala Yeroo irratti Fuulleffate.
Duungoo Yaadatnoo Wareegamtootaa Gootonni Barattooti Oromoo Qabsiisan Ilaalchisee. October 6, 2016
Boosee Keessatti Gootonni Qeerroo Daandii Konkolaataa Bifa Kanaan Cufaa Oolan.Barattooti Oromoo Yuniversitii Jimmaas Duungoo Yaadannoo Qabsiisan October 6, 2016
Bulchiinsi TPLF Bososee Irree Ummata Oromoon Diigamaa Jira,Qabeenyi Mootummaa fi Kuufami Meeshaa Humna Addaan Booji’amee Jira,Daandiin Cumaaa Jira.
Onkolooleessa 5,2016 Bulchiinsi TPLF Bososee Irree Ummata Oromoon Diigamaa Jira,Qabeenyi Mootummaa fi Kuufami Meeshaa Humna Addaan Booji’amee Jira,Daandiin Cumaaa Jira.
Haaluma kanaan daandiileen bakka garagaraa geessu cufamee jiraachuun barameera. Magaalaaleefi Baadiyaaleetti bakkeewwan daandiin cufamee humna uummataa jala oolan keessaa:
- Waaqee Xiyyaa Mi’oo
- Malkaa Sa’aa
- Waaqa Malkaa Obaa
- Baattoo Dagaagaa
- Dirree Dagaagaa
- Magaalaa Bofaa
- Awaash
- Dooniifi KKf keessati ta’uun addaateera.
Namtokko Qeerroo irraa wareegamul illee dhagahameera.
Dabalataan shonkoraa warshaa sukkaara Matahaaraa zoonii sadii irratti guutummaa guutuutti gubuun daaraatti deebisanii jiru.
Oduu biraan ammoo magaalaa Adaamaa keessatti dhukaasni bakka garagaraatti uummataaf wayyaanee jidduutti banamee jira. Barattootni Yuunvarsiitii Adaamaa heeddumminaan bahanii mooraa kaampaasii irraa eegaluun BOOLEE IRRA GORANII FUULLEE ADAAMAA GENERAL HOSPITAL itti harka harka qaxxaamursuun mallattoo diddaa/Xumura Gabrummaa agarsiisaa jiru. Continue reading
OMN: Oduu Onkololeessa 4, 2016
We need the end of TPLF! Jechuun Barattooti Oromoo University Mormii Dhageessisaa Jiru. October 5, 2016
Video lee Dabalataa October 5, 2016
SBO: Onkoloolessa 05 bara 2016. Oduu, Yakka Ajjeechaa Ayyaana Irreechaarratti raawwatame ilaalchisee ibsa ABO, Ibsa Gaddaa fi Itti fufiinsa Warraaqsa FXG Qeerroo Bilisummaarraa kennamee fi Qophii Addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Audio Player
Dhaabbata Deegarsa Qeerroo Idila Addunyaa irraa
The Ethiopian Government is utterly responsible for the unlawful killings at the Ardsade Irrecha (Thanksgiving) Oromo Celebration

Appeal for urgent action:
The Ethiopian Government is utterly responsible for the unlawful killings at the Ardsade Irrecha (Thanksgiving) Oromo Celebration
To: Office of the United Nations High Commissioner for Human Rights (OHCHR)
Palais Wilson
52 rue des Pâquis
CH-1201 Geneva, Switzerland.
Dear Commissioner,
Oromia Support Group Australia extremely shocked about the killings of innocent Oromo civilians at the Ardsade, few Kilometers from the capital city (Finfinnee – Addis Ababa) during today’s Irrecha (Oromo Thanksgiving) celebration on 2 October 2016.
The Ethiopian Federal forces, racially affiliated and heavily armed, known as Agazi and part of the select force of the ruling Tigrean People’s Liberation Front (TPLF), violently opened fire and killed more than 140 people out for the celebration (please see attached evidence).
[…] Click here for Oromia wide #OromoProtests (Reports covering 4-6 October 2016) Continues post Bishoft… […]
[…] CCTV America: Who are Ethiopia’s Oromo and what’s behind the wave of protests in the country? […]