Advertisements
jump to navigation

Oromia: #OromoProtests: Thousands marched in protests against Al AMoudi’s gold exploitation and land grabs in Aagaa Waayyuu, Guji zone, Southern Oromia November 22, 2017

Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Uncategorized.
Tags: , , , , , , , ,
trackback

(VOA Afaan Oromoo, Saadasa 21 Bara 2017): Godinaa Gujii Bahaa, aanaa Sabbaa-Boruu, ganda Qanxichaa keessatti uummatni kumaa hedduutti lakkaawamu har’a, gara magaalaalaa Qanxichaatti yaa’uudhaan hiriira mormii guddaa geggeesse. Rakkoolee baroota hedduuf nu irra bubbulan – jedhu, keessumaa kan qabeenyaa mootummaa tahe – warshaa Dhaabbata Taantaalemii Qonxichaa irraa uummatni naannoo faayidaa isaaf mal otuu hin argatiin waggoota 26f ture – jedhan balaaleffachaa turan – hiriirtonni. Sababaa warshaa kanaa fi warshaalee ka biroo naannoo sanaatiif summaa’uu qilleensaaf saaxilamuu isaanii illee himatan.

Rakkolee sababaa warshaalee fi qotinsa albudaatiin uumaman malees rakkoo du’aa fi jireenyaa tu akka Oromootti nu mudataa jira – jedhan. Bulchiinsi aanaa Sabbaa-booruus iyyannaan uummata har’a hiriira bahee himannaa haqaa tahuu dubbata.

Gabaasaa guutuu dhaggeedhaa

Advertisements

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: