jump to navigation

Gootichi WBO Zoonii Kibbaa Mooraa Waraana Wayyaanee Magaalaa Moyyaalee Haleeluun 17 Ol Hojiin Ala Gochuun Injifannoo Galmeesse May 31, 2015

Posted by OromianEconomist in Against Tyranny, OLF WBO, Oromummaa.
Tags: , , ,
1 comment so far

???????????OLF logo

Oromia

BREAKING NEWS | Oduu Amma Nu Gahe | OMN/SBO – Gootichi WBO Zoonii Kibbaa Mooraa Waraana Wayyaanee Magaalaa Moyyaalee Haleeluun 17 Ol Hojiin Ala Gochuun Injifannoo Galmeesse

                Share This Post

(Sagalee Bilisummaa Oromoo/SBO – Caamsaa 30, 2015) – Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Zoonii Kibba Oromiyaa keessa sossohu haleellaa humna diinaa irratti fudhatu jabeessee itti fufuun Caamsaa 30, 2015tti bari’u magaalaa Moyyaalee ganda 02 keessatti kan argamu mooraa Gumrukaa bakka waraanni Wayyaanee maadheffatee jiru haleeluun yo xiqqaate loltoota diinaa 17 ol hojiin ala gochuu Ajaji WBO Zoonii Kibbaa beeksiseera.

Tarkaanfii kanaan loltootni Wayyaanee 7 oggaa ajjeefaman, 10 ol ammoo madoo taasifamuu Ajaji WBO Zoonii Kibbaa ifa godheera.

Meeshaaleen adda addaas diina irraa fudhatamuun dantaa QBOf akka oolfaman hubachuun danda’ameera.

Waraanni faashistii mootummaa Wayyaanee akkuma amala isaa tarkaanfii WBOn irratti fudhataa jirutti aare ummata meesha maleeyyiitti roorrisuu fi daangaa biyya ollaa cabsee seenuun maqaa WBOn ummata nagaa ajjeesaa fi goolaa…

View original post 82 more words