Oromia: Irreecha Malkaa Bara 6412 Ilaalchisee Ibsa Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatuu Kennan September 25, 2018
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: Abba Gadaa, Africa, Ancient Black People, Ancient Kemetic Culture, Hora Harsadii (Bishoftuu), Irreecha (Irreesa) Oromoo, Irreecha (Oromo Thanksgiving), Irreecha Malkaa 2018, Oromia, Oromo
add a comment
Irreecha (Irreessa) Birraa Oromoo kan Bara 2018 (akka lakkoobsa Oromootti kan Bara 6412) Fulbaana 30 Bara 2018 Hora Arsadeetti Irreeffatama. Irreecha Oromo Thanksgiving 2018 (6412 in Oromo Calendar) Celebration at Hora Arsadee, Bishoftuu, Oromia, on Sunday 30 September 2018.
Irreecha Sababeeffachuudhan Finfinneetti Eksipoon Qophaah
Jala bultii Irreecha bara 2018 irratti baazaariin Fifinnee Galma Aadaa Oromootti banameera. Suuraa hanga tokko asi tuqaatii marsaa BBC Afaan Oromoo irraa ilaalaa.
You must be logged in to post a comment.