Economic and development analysis: Perspectives on economics, society, development, freedom & social justice. Leading issues in Oromo, Oromia, Africa & world affairs. Oromo News. African News. world News. Views. Formerly Oromia Quarterly
As a continuation of the celebration of Oromo national and Cultural Holiday annual season, massive people turned out on 7th October 2018 to celebrate the colorful Irreechaa season at Malkaa Ateetee, in Buraayyuu. The event was colorfully and peacefully held and concluded with full of joy at Hora Gafarsaa in Buraayyu, Oromia, 10 km west to Finfinnee, the capital of Oromia. This is the 2nd biggest Irreecha Birraa celebration a week after the grand festival at Hora Harsadii, Bishoftuu, on 30th September 2018.
The Gamo people also celebrated Irreecha at Malkaa Ateetee with Oromo people.
Irreechi Malkaa Ateetee Onkoloolessa 7 bara 2018 haala bareedaa fi nagayaan irreeffatame. #Irreecha2018
“የቡራዩ የመልካ አቴቴ ኢሬቻ በሰላምና በፍቅር ተጠናቋል። የአከባቢው አሮሞ ህዝብ ከጋሞ ወንድሞች፣ እህቶችና ከሌሎችም ወንድሞች ጋር አብረው አክብረዋል.” Milkeessaa Miidhagaa
Torban Irreecha Hora Arsadeetti kabajametti, Irreecha Malkaa Ateetee Buraayyuutti, Irreecha Biyya Ameerikaa kutaa Miniyaapoolis magaalaa Lakkuutti, Awustraaliyaa magaalaa Melboornitti, akkasumas kan Keenyaa Naayiroobii ammoo Siitii Paark bakka jedhamutti kabajamee ooleera.BBCAfaan Oromoo. Goodayyaa suuraaHirmaattota Irreecha Keeniyaa magaalaa Naayiroobii, kan bara 2018Irreecha namoota 6 irraa hanga miiliyoona 6ttiIrreecha Arfaasaa AwustiraaliyaattiIrreecha biyyoota addunyaa gara garaa keessatti
Irreecha Hora Arsadee bara kanaas kan adda taasisan taateewwan hedduutu jiru. Isaan keessaas:
Sabaaafi sablammoonni obbolaan Oromoo hedduun irratti hirmaachuudha. Gareedhaan gurmaa’anii uffataafi waan eenyummaa isaanii calaqqisiisuun faayamanii sabaafi sablamoonni Kibbaa irratti argaman, saba Sidaamaa, saba Koonsoofi saba Alaabaa akka jiran gabaafnee turre.
Lakkoofsi namootaa irreecha Hora Arsadee bara kanaarratti argamees dabaluun olitti namoonni sababa gara garaan biyyaa baqatanii turan wagoota hedduun booda deebiyanii irratti argamanii galata galfataniiru.
Irreecha bara kanaa waanti adda taasisu kan biraan namoonni gaa’ela isaanii guyyaa galataa kana raawwatan baayyeen jiraachuudha.
Goodayyaa suuraaHirmaattota Irreecha Hora Arsadee kan bara 2018 keessa
Namoota Irreecha Hora Arsadee kanarratti cidha isaanii raawwatan keessaa misirroonni nuti dubbifne maaliif akka guyyaa kana filatan yeroo dubbatan, guyyaa tokkummaafi jaalalaa waan ta’eef jedhu.
Itti karoorfatanii Jimmarraa akka dhufan kan dubbatan warri walfuudhan kun, carraa namoonni miliyoonaan lakkaa’aman amaamota isaaniif ta’ellee ni dubbatu.
Irreecha 2018: Horri Finfinne hora jahan keessaa isa angafaati.
Irreechi bakkawwan kabajame maratti galata galfachuun alatti ergaan tokkumma cimsachuu, jaalala qabaachuufi quba walqabaachuu akka ta’e hirmaattonni Irreecha kan Naayiroobii irratti hirmaatan ni dubbatu.
Irreechi waltajjii aadaafi eenyummaa ta’uurra darbees kan tokkummaafi jaalalaa ta’uu isaatiinis maqaa gaarii horachaa deemuun dagagaa jiraachuu hirmaattonni ragaa ba’u.
VIIDIYOO ‘Irreecha’ Naayroobii VOA Afaan Oromoo irraa as tuquun ilaalaa.
Irreecha Aanaa Ammaayyaa Horaa Gaangooti irreeffatameera. https://www.facebook.com/tesfaye.assefa.739/posts/2357724517788071Irreecha malkaa Sabbataa haala gaariin Irreeffatame.
Irreecha (Irreessa) Birraa Oromoo kan Bara 2018 (akka lakkoobsa Oromootti kan Bara 6412) Fulbaana 30 Bara 2018 Hora Arsadeetti Irreeffatama. Irreecha Oromo Thanksgiving 2018 (6412 in Oromo Calendar) Celebration at Hora Arsadee, Bishoftuu, Oromia, on Sunday 30 September 2018.
Irreecha (Irreessa) Birraa Oromoo kan Bara 2014 ((akka lakkoobsa Oromootti kan Bara 6408) akka gaariitti karooreffatamee, haala oo’aa fi bareedan kabajame. Here are some of live pictures, videos and reports refer to Irreecha Oromo Thanksgiving 2014 (6408 in Oromo Calendar) Season Global Events Planning and Celebration. The blessing event that started in mid August and celebrated successfully and colorfully through Birraa (September- October). Millions attended Hora Harsadi (Bishoftuu, Oromia) and Malkaa Ateetee (Buraayyuu, Oromia).
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebrated in East Wallaggaa, Western Oromia, Naqamtee City, 16 November. This month’s Irreecha also known as Irreecha Yaadanno. Remembrance Irreechaa.
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebrated at Burraayyuu, Malkaa Ateetee, Oromia with millions of Oromians in attendance. 9th October 2014.
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebrated at Bishoftu Oromia, Hora Harsadii with over 4 million in attendance. 5th October 2014.
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebrated at Bishoftu Oromia, Hora Harsadii with over 4 million in attendance. 5th October 2014
OromoPress Report:- Irreecha: Oromo’s Largest African Festival Celebrated by Millions at Hora Arsadi, Bishoftu
(OromoPress) – On Sunday October 5, 2014 an estimated 4 million people attended the annual Irreecha Festival at Hora Arasdi (lake) in Bishoftu town, located 47.9 kilometers southeast of the Oromo nation’s capital Finfinne (aka Addis Ababa). Although not conceptually, historically and purposively equivalent, people sometimes superficially use the word from the American holiday “Thanksgiving” to describe Irreecha Festival to expatriates. Oromo and friends of Oromo from across all religions and backgrounds converged to celebrate the transition from a gloomy (dukkana) rainy season to a bright (booqaa) Birraa (Spring season). The rainy season that runs for 3 months–June to August– is considered a harsh winter and is associated with darkness and separation from friends and families because of rivers swelling, (and also because of the lack of electricity). In contrast, Spring is considered a more pleasant season of festivity. Honestly, the tropical rainy season is not as a harsh a season as Winter as we know it in the northern hemisphere if you have the skills to swim and walk in and on waters.To say that Irreecha is a celebration of escaping a bad season, would be a gross oversimplification given the long and complex history of the Oromo indigenous African holiday practiced for thousands of years before the arrival of Abrahamic faiths in Oromia, Ethiopia and the Horn of Africa. Read more @http://oromopress.blogspot.co.uk/2014/10/irreecha-oromos-largest-african.html
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Tel Aviv, Israel, (Middle East)
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Uganda (East Africa)
5th October 2014.
The Oromo people, the largest nation in Ethiopia, celebrate Irreecha, a festival of thanksgiving. Oromo communities spread out across the world perform rituals on this day around water sources to thank God for enduring the rainy season and ushering in the Spring season. The Oromo Community in Uganda held their celebrations at the Kabaka’s Lake in Lubaga on October 5, 2014. http://finfinnetribune.com/Gadaa/2014/10/ntv-uganda-report-oromo-community-in-uganda-celebrate-irreecha-festival/
NTV Uganda
A Beautiful Irreecha Celebration in Groton, Connecticut (It Takes One Family to Start Building a Community)
Irreecha Celebration in Perth (Australia) – Oct. 5, 2014
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in South Africa.
5th October 2014.
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Melbourne, Australia
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Cairo, Egypt
5th September 2014.
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Atlanta, Georgia, USA
4th October 2014
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Holland.
4th October 2014
Irreecha (Oromo Thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Boston, MA, USA
28 September 2014
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Los Angeles, California
27 September 2014
Hawaasni Oromoo Magaalaa Los angeles fi San Diego Ayyaanaa Biyyoolessa Oromoo, IRREECHA, Birraa 27, 2014 haala hoo’an kabajaanni oolan. Sirni ayyaaneeffanaa sa’aa 11:00WD qabee hanga sa’aa 6:00WB gageeffame kun seeraan banamee, eebbaa manguddootiin itti fufee, aadaa irreechaatiin Waaqaa faarffachaa fi gammachuudhaan sirbaa iddoo haroo adeemudhaan erga irreeffatamee booddaa haaluma walfakkaataan iddoo qophiitti deebi’ame sirbaa fi mariin xumurameera. ‘Barrii baranaa kan hegereetiin Isin ha gahu!’
Irreecha (Oromo Thanksgiving) Festival Celebrated in Bay Area, California
4th October 2014
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Leeds, UK.
27 September 2014
Irreecha (Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Ohio.
28th September 2014.
Irreecha( Oromo thanksgiving) 2014: Colorfully celebration in Seattle with Oromiya and Caffee Tuulamaa Abbaa Gadaa- Bayanaa Sanbatoo, 28th September 2014
Irreecha: Colorfully Celebrated
inWashington DC, USA.
27th September 2014
At the Hururssaa, Name-Recognizing or Name-Giving Ceremony, held in conjunction with the 2014 Washington-DC’s Irreecha celebration, author Tasfaayee Gabra-aab has become “Gadaa” Gabra-aab; watch the ceremony below (video by OPride.com). Hururssaa is one of the rich traditions of the Oromo nation.
Minnesota, Little Oromia in the Presence of A/G Bayyanaa Sanbatoo & Ob. Laggasaa Deettii, Former Leader of Macha-Tulama Association
Ayyaana irreechaa Fulbaana 27 bara 2014 magaalaa Bergen,Norway
Irreecha Colorfully Celebrated in Oslo, Norway, on Saturday, Sept. 27, 2014
Seife Nebelbal Radio: Special Program on the Irreecha Festival in Dallas, TX (With Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatoo)
Irreecha Birraa 2014 Celebration @ Las Vegas, Sunset Park
25 Fuulbana ( September ) 2014.
The 2014 Irreecha Celebration in Adelaide, South Australia
Ayyaana Irreecha Birraa Oromoo kan bara 2014 Kanaadaa (Canada) Calgaryti Birraa 20 Bara 2014 haala O’ooan kabajamee Ooole. Irreecha celebrated in Calgary, Canada on 20th September 2014. See picture below.
Irreecha Oromoo kan Bara 2014 Baga Ittiini Isin Gahe! Aadaa Oromoo Maraa Irreechi Hundee Keenya Irree Keenya!!!
Happy the 2014 Oromo Irreecha Thanks Giving, Cultural and National Day!!!!
Felice 2014 Oromo Irreecha Thanks Giving, Culturali e Giornata Nazionale !!!!
Glückliche 2014 die Oromo Irreecha Thanks Giving, kulturellen und nationalen Tag !!!!
Glad de 2014 Oromo Irreecha Thanks Giving, kulturelle og National Day !!!!
Bonne 2014 Oromo Irreecha Merci Donnant, la culture et la Journée nationale !!!!
Gelukkig 2014 Oromo Irreecha Thanks Giving, culturele en nationale Dag !!!!
Shona 2014 Oromo Irreecha Go raibh maith agat a thabhairt, Cultúrtha agus Lá Náisiúnta !!!!
Irreechi Faajjii Keenya
Irreecha @Buraayyuu, 2013
Oromians in Sweden Celebrated Irreecha in Stockholm on 13th September 2014
Ayyaanni Irreessa/irreecha Sweden magaalaa Stockholmitti Fulbaana 13, 2014 ayyaaneffatame (suuraa kanaan olii ilaalaa, see the above pictures of Irreecha celebration in Stockholm )
Ayyaanni Irreessaa/irreechaa Sweden magaalaa Stockholmitti Fulbaana 13, 2014 ayyaaneffatame
Ayyaanni Irreessaa/irreechaa Sweden magaalaa Stockholmitti Fulbaana 13, 2014 ayyaaneffatame ( Suuraa kanaa olii ilaalaa, Irreecha celebration @ Stockholm pictures).
Irreecha celebration: Toronto,Canada 31 August 2014
We are pleased to inform you that he is finally able come to the United States. OSA has extended its theme focusing on Gada democracy through the end of the year and Abba Gada Bayana speak at a series of OSA-organized workshops in various cities in Unite Stated from September 6-27, focusing on the ongoing work of reviving the Gadaa system.
He will also participate as a guest of honor at several Irreecha celebrations organized by Oromo in the Diaspora.
We invite all who are interested in the Gadaa democratic system and Oromo culture in general to attend these workshops and participate in spectacular Irrechaa celebrations to be held throughout September and October 2014.
We would like to extend our appreciation to local individuals and institutions who participated in preparing these events. We are also grateful to the United States Consular Service for the assistance they provided in issuing Abbaa Gadaa Bayana’s travel documents.
The attached flyer contains general information about dates and cities where Abbaa Gadaa Bayana will be speaking.
Jawar Mohammed
President, Oromo Studies Association
Welcoming the New Season; Announcing the Season’s First Irreecha Celebration (Toronto, Canada – August 31, 2014)
According to the Oromo culture writer, Ob. Anga’a Dhugumaa, the preparation for the spring Oromo holiday of Irreecha/Gubaa, which celebrates the transition from the rainy season to the bright season by giving Thanks to Waaqa, begins in mid-August, and mid-August is only a couple of weeks away from today; the mid-August celebration is calledTaaboree or Muka Dhaabaa.
Here is a quote from Ob. Anga’a Dhugumaa article on Gubaa/Irreecha:
“In the middle of August, a tall olive tree (Ejersa – Olea Africana) is cut, and all its branches removed except at its top. It is then erected (horduu, dhaabuu) on ground as a pole. The species of this tree has to be olive. Olive trees (Ejersa) are considered as holy trees among the Oromo. Its smoke is very sweet. Erecting such a tree at the peak of the rainy season symbolizes a wish for the Earth to get firm. It is a peak time for the ground to get wet or saturated with rainwater, and is too weak to stand heavy rain. This day, which is called Taaboreeor Muka Dhaabaa, is observed by the youth only.
“The final gigantic celebration takes place exactly five weeks later from this day. The five weeks are refereed to as the ‘five-finger rules’. One finger is equivalent to one week.” (Read more here: http://goo.gl/kGdVBD)
With that, Toronto is once again ready to hold the first Irreecha celebration, which will be held in Whitby, Canada, on August 31, 2014.
Ayyaana Irreecha | Oromo Thanksgiving in Sydney, Australia – Sept. 27, 2014
Ayyaana Irreecha Bara 2014 | Oromo Thanksgiving in Los Angeles on Sept. 27, 2014
Ayyaanni Irreecha bara 2014 Fulbaana 27 magaala Los Anjeles keessatti kabajaamuuf qophiin itti fufeera. Lammiiwwan Oromoo fi firoonni Oromiyaa Kaaliforniyaa fi Godina Ollaa keessa jiratan hundinuu koottaa waliin haa Irreeffannuu!
Qophiin sa’aa 11:00 WD jalqaba.
Bakkeen Qophii:
Kenneth Hahn State Recreation Area
4100 S. La Cienega Blvd
Los Angeles, CA – 90056
———————
The Oromo Thanksgiving Day will be celebrated on September 27, 2014. All Oromo citizens and friends of the Oromo nation cordially invited. Please join us on our highly celebrated Holiday.
Program begins at 11:00am
Location:
Kenneth Hahn State Recreation Area
Los Angeles, CA – 90056
Ayyaana Irreecha | Oromo Thanksgiving in Helsinki, Finland – on October 4, 2014
Event Details:
Date: 4th of October 2014
Time: from 12:00 to 5:00
Place: Kivikonkaari 11, Kivenkolo, Helsinki, Finland
Transport: Take Metro from Helsinki Railway Station to Kontula; From Kontula, take Bus 78. It is about 5 minutes.
Irreecha Bara 2014 | Kan Biyya Jarmaniitti | Fulbaana/Sept. 20, 2014
Waamicha Kabajaa Ayyaana Irreecha kan Bara 2014 Biyya Jarmanii keessatti qophaa’ee: Koree Qindeesitu Ayyaana Irreeschaa irraa Ilmaan Oromoo Biyya Jarmanii keessa jiraatan Maraaf – Frankfurt am Main, Germany
Kabajammo Ilmaan Oromoo,
hundaa duraan dursee nagaan rabii isin haagahu. Ashamaa ilmaan Oromoo kann biyya Jarmanii keessa jiraattan; obboleewwan keenya dhiira fi dubartiin, baga ayyaana Irreecha bara haaraa 2014 walumaan jala geenye. Ayaanni Irreecha jila (festival) waga/bara haaraatti cee’uumsaatti.
Ayyaanni Irreecha kan bara haaraa 2014 biyya Jarmaniitti kutaa magaalaa Frankfurt am Main “Bockenheim” (im Stadtteil Bockenheim) jedhamu keessatti Fulbaana (September) 20, 2014 kabajamuuf qophiin Koree Qindeessituu Ayyaana Irreescha xumuramee jira. Kanaaf Oromoon biyya Jarmanii keessa jiraatan kabajaa ayyaana Ireechaa kan bara 2014 irratti argamtannii waliin akka kabajnu ulfina guddaan isin afeerra.
Ayyaanni Irreecha kan bara haaraa 2014 Fullbaana (September) 20, 2014, guyya sambata xiqqaa(Saturday), sa’a 12:30 WB (PM) irra eegalee hanga (hama) sa’attii 18:00 WB (PM) Paarkii (iddoo namni itti haara galfatu) “Rebstockpark” jedhamu keessatti cinaa (bukkee) haroo (Weiher im Rebstockpark = Pond in Rebstockpark) ti kabajama.
Ayyaanni Irreecha guyyaa ilmaan Oromoo akka sabaatti heddomminaan walarganii dhimma har’a itti jiran waliif himan, waan hegeree immoo waliin qindeeffaatan, guyyaa waloomaa (day of joint action) Oromoo ti. Heddomminaan bahanii ayyaana Irreecha irratti aadaa fi duudhaa/jifuu (culture and tradition) ofii agarsisuunis mallattoo sabboonummaa saba Oromoo ti. Aadaa kana guddisuu fi muldhisuun eenyummaa Oromoo guddisuudha.
Ayyaanni Irreecha kan bara 2013 kan yeroo kamuu caala biyya keessaa fi alatti sirna ho’aa fi hamilee guddaan akka kabajame, odeeffannoo fi gabaasa bakka gara garaa irraa argaa fi dhagahaa jirra. Kun kan muldhisu, ayyaanni Irreecha guddina aadaa fi duudhaa/jifuu, akkasumas eenyummaa fi tokkummaa saba Oromoof utubaa ta’uu nu hubachiisa.
Daandi (kara)/Street: Am Römerhof, Max‐Pruss‐Straße Geejiba/Transport: Baabura (tram) lakoofsa 17 (Straßenbahnlinie 17 vom Hauptbahnhof Frankfurt am Main bis zur Endehaltestelle “Rebstockbad”)
Ayyaana Irreecha Kan Bara 2014 | Oromo Thanksgiving in Columbus, Ohio – Sept. 28, 2014
Address: 213 Camrose Court, Gahanna, OH
UPDATED (Seattle): Workshop on Gadaa with A/G Bayyanaa Sanbatoo following Irreecha: Seattle, Washington (NW U.S. & British Columbia) – Fulb./Sept. 28, 2014
Ayyaana Irreecha Kan Bara 2014 | Oromo Thanksgiving in Columbus, Ohio – Sept. 28, 2014
Address: 213 Camrose Court, Gahanna, OH
Ayyaana Irreecha | Oromo Thanksgiving in Leeds, the UK (Fulbaana/Sept. 27, 2014)
Mark your calendar; this year’s Irreecha celebration will be held in the city of Leeds, the UK, on Sept. 27, 2014. All Oromos and friends of the Oromo in the UK are invited.
Plan of Event: Ayyaana Irreecha , Oromo Thanksgiving on Onkoloolessa/October4, 2014- Perth, Australia
Baga bacaqii Gannaa nagaan baatanii Booqaa Birraa argitan jechaa, Eenyummaa fi Aadaa ofii yoo abbaan duukaa bu’ee hin kununisifatiin alagaan ishuma hafte iyyuu balleessuuf duubatti hin jedhu waan ta’eef IRREECHA bara kanaa / 2014 sirnna hoo’aan kabajachuuf Oromoonni dhuunfaan sagantaa kana irratti hojjataa jiru. Ammoo dhimma kana fiixaan baasuuf hirmannaan Hawaasa Oromoo Magaalaa Perth murteessaa dha.
Waan kana ta’eef jecha Oromoonni Magaalaa Perth jirraattan hundi ayyaana IRREECHAA kana irratti hafeeramtaniirtu.
Koottaa / dhyaadhaa waliin gammannaa!
Yoom:-
Gaafa 05/10/2014
Guyyaa Dilbataa
Bakka:- Burswood Park, Burswood
Yeroo:- Sa’aatii 11:00 AM irraa eegalee
Hubachiisa:-
Wamicha Guyyaa Irreecha bara 2014 | London: Fulb./Sept. 27, 2014
Oromoo fi Firottan Oromoo UK Maraaf,
Hawaasni Oromoo UK kessa jiraatu guyyaa Irreecha galata kennan bara 2014 Fulbaana 27, 2014 Magaala Londonitti ayyaneffata. Kanaf, guyyaa Oromon tokkummadhan uumaa galata galchatu kana irratti argamtani akka gammaddan Hawaasni Oromoo UK kabajaan isin aferra. Nyatnii fi dhugaatin gatii bayyessan ni jira.
Kottaa aadaa fi muziqaa Oromoo dhandhamadhaa!
Sagantaa:
A. Sagantaa Irreffachuu: 11:00wd-2:00
Bakka: Hampsted Heath Park Staff Yard, Parliament Hill Fields, High-gate Road, London NW5 1QR
Gejjiba: Atobusii: C2, C11, 214
Baabura: Bufata baaburaa Gospel Oak
Konkolaataa dhabuf sa’ati 2f £2.50 basisa
B. Yeroo gammachuu fi hawaasessuu – 3.00wb-10.30gg
Bakka: Whittington Park Community Centre, Yerbury Road, London N19 4RS
Gejjiba: Atobusii C11 gara bufata baaburaa Archway, 17, 43, 263, 271 (gara bufata baaburaa Upper Holloway Road)
Baabura: Bufata baaburaa Archway
Bufata baaburaa: Upper Holloway Road
You must be logged in to post a comment.