Obbo Tarfaa Dibaabaa 1940-2016 p2

 

Obbo Tarfaan, Amajjii 6, 1940, magaalaa Dambidollo, Wallaga, Oromiyaa tti dhalatanii Adoleessa 29, 2016, magalaa Hamburg, Jarmanii, keessati addunya kana irraa dhukubaan boqootan.

Sagantaan geggessaa Obbo Tarfaa Dibaabaa Jimaata Hagayyaa 5, 2016, sa’aa 10:00 akka yeroo biyya Jarmanitti, mana sagadaa Altona Kreuzkirche, Hohenzollernring 78a, 22763 Hamburg, Jarmanii, keesatti erga raawatamee booda bakka Friedhof Bernadottestr. 32, 22763 Hamburg ti sirna awwaalchaatiin xumurama.

Itti aansee sa’aa 14:00 irraa eegalee sagantaan yaadannoo obbo Terfaa Dibaabaa iddooKulturkirche Altona, Bei der Johanniskirche 22 , 22767 Hamburgjedhamu keessatti geggeffama.

Maatii Obbo Tarfaa Dibaabaa