Advertisements
jump to navigation

Oromia: Viber, twitter, Facebook and WhatsApp Are strictly forbidden in Fascist regime (TPLF/ EPRDF) Ethiopia July 10, 2016

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , ,
3 comments

Viber, twitter, Facebook and WhatsApp Are strictly forbidden in Fascist regime (TPLF) Ethiopia

Viber, twitter, Facebook and WhatsApp Are strictly forbidden in Fascist regime (TPLF) Ethiopia


ERGAA BAAY’EE BARBAACHIFTUU


Akkuma beekamu Wayyaaneen WhatsApp, Viber, facebook fi Google Play bakka appilikeeshina irraa download godhatan dabalee cuftee jirti. Appilikeeshina cufaman kana banachuuf VPN barbaachisa, garuu Google Play bakka appilikeeshina irraa download godhatan waan cufaniif VPN download godhachuun rakkisaa tahullee furmaata tokko argadheen jira. Innis warra android fayyadamaniif appilikeeshina VPN ( https://play.google.com/store/apps/details?id=com.freevpnintouch) 100% wantoota ugguraman banuu isaa akka banuu danda’u mirkanaa’e jira. Sababa kanaaf VPN kana APK isaa dropbox irra kaayee sududaan akka buufattan haala isinii mijeessee jira. Yeroo ammaa kana warri biyya keessa jiran hedduun ergaa kana arguu waan hin dandeenyeef, warri ergaa kana argitan hundi gama dandeessaniin email tahee bifa wal qunnamtii isinii mijaaye kamiinuu app kana akka ergitaniifii buufatan gargaatan dirqama lammiiti.

https://www.dropbox.com/s/orv8nsk99w7rjma/Free%20VPN%20Proxy%20by%20Betternet_v3.5.6_apkpure.com.apk?dl=0

warri Google Play banachuu dandeessan link isaa:
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.freevpnintouch

Oromiyaa keessatti Facebook akka cufame beekameera. Kun jiruu gadi badii wayyaaneen dalagaa jirtudha. Warri Psiphon buufachuu dandeessan itti  fayyadamuun FB itti ooluu dandeessu.

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.psiphon3

 

 

 


Social Progress Index 2016: Ethiopia continue to make one of the worst performers

https://oromianeconomist.wordpress.com/2016/07/06/social-progress-index-2016-ethiopia-continue-to-make-one-of-the-worst-performers/

Advertisements