jump to navigation

Ethiopia’s Genocide against Oromians: Mass graves of Oromo Nationals Executed by Govt Discovered in Hameressa, Eastern Oromia July 3, 2014

Posted by OromianEconomist in Aannolee and Calanqo, Dictatorship, Ethnic Cleansing, Genocidal Master plan of Ethiopia, Human Rights Watch on Human Rights Violations Against Oromo People by TPLF Ethiopia, Janjaweed Style Liyu Police of Ethiopia, Nimoona Xilahuun Imaanaa, Oromian Voices, Oromo Protests, State of Oromia, The Tyranny of Ethiopia.
Tags: , , , , , ,
trackback

 

 

 

O

 

 

Oromo Singer Mustefa Abdi, best known as Mustefa Harawe, one of the victims found in recently discovered Hameressa mass grave.
*******
Suuraan tun tan wallisaa Oromoo Musxafaa Abdii ykn ammoo Musxafaa Harawweeti. Harawween walleelee aadaa, jaalalaatifi qabsootin hedduu beekkamaa ture. Sababuma kanaaf yeroo dheeraaf erga hiraarfamee booda Oromoota dhibbaatamaa waliin bara 1990 keessa ajjeefame, Qabrii Hammarreessaa tan dhihoo tana argamte sanitti gatame. Seenaan haa yaadattu, rabbi raahmata haa godhuuf.
 

 

hamreesa5

 

 

 

 

 

 

 

Mass Grave of Oromos Executed by Govt Discovered in Eastern Oromia
Posted: Waxabajjii/June 10, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com

According to sources, a confrontation between residents and Ethiopian government officials broke out on June 9, 2014, over a mass grave discovered at the former Hameressa military garrison near Harar city, eastern Oromia. The mass grave is believed to contain remains of political prisoners executed during both the Dergue era and the early reigns of the current TPLF regime. Among those who were executed and buried in the location was Mustafa Harowe, a famous Oromo singer who was killed around early 1980′s for his revolutionary songs. Thousands more Oromo political prisoners were kept at this location in early 1990′s – with many of them never to be seen again.

The mass grave was discovered while the Ethiopian government was clearing the camp with bulldozers to make it available to Turkish investors. Upon the discovery of the remains, the government tried to quietly remove them from the site. However, workers secretly alerted residents in nearby villages; upon the spread of the news, many turned up en mass to block the removal of the remains and demanded construction a memorial statue on the site instead. The protests is still continuing with elders camping on the site while awaiting a response from government.

In addition to the remains, belongings of the dead individuals as well as ropes tied in hangman’s noose were discovered at the site. See @ http://gadaa.net/FinfinneTribune/2014/06/mass-grave-of-oromos-executed-by-govt-discovered-in-eastern-oromia/

———————

Lafeen ilmaan Oromoo bara 1980moota keessa mootummaa Darguutin, baroota 1990moota keessa ammoo Wayyaaneen dhoksaan kaampii waraanaa Hammarreessaa keessatti ajjeefamanii argame. Ilmaan Oromoo mooraa san keessatti hidhamanii booda ajjeefaman keessa wallisaan beekamaan Musxafaa Harawwee isa tokko. Musxafaa Harawwee wallee qabsoo inni baasaa tureef jecha qabamee yeroo dheeraaf erga hiraarfamee booda toora bara ~1991 keessa ajjeefame. Hiraar Musxafaarra geessifamaa ture keessa tokko aara wallee isaatirraa qaban garsiisuuf muka afaanitti dhiibuun a’oo isaa cabsuun ni yaadatama.

Baroota 1990moota keessas Oromoonni kumaatamaan tilmaamaman warra amma aangorra jiru kanaan achitti hidhamanii, hedduun isaanii achumaan dhabamuun yaadannoo yeroo dhihooti.

Haqxi dukkana halkaniitiin ajjeesanii lafa jalatti awwaalan kunoo har’a rabbi as baase. Dhugaan Oromoo tun kan amma as bahe, mootummaa kaampii waraanaa kana diiguun warra lafa isaa warra Turkiitiif kennuuf osoo qopheessuuf yaaluti. Lafee warra dhumee akkuma arganiin dhoksaan achirra gara biraatti dabarsuuf osoo yaalanii hojjattonni ummata naannotti iccitii san himan. Ummanniis dafee wal-dammaqsuun bakka sanitti argamuun ekeraan nama keenyaa akka achii hin kaafamneefi siidaan yaadannoo akka jaaramu gaafachaa jiran.

Hamma feetes turtu dhugaan Oromoo awwaalamtee hin haftu.

#OromoProtests- 8th June 2014- Confrontation between residents and government officials is reported over mass grave discovered at the former Hameressa military garrison near Harar city. The mass grave is believed to contain remains of political prisoners executed during the Dargue era and the early reigns of TPLF. Among those who were executed and buried in the location is Mustafa Harowe, a famous Oromo singer who was killed in 1982? for his revolutionary songs. Thousands of more of political prisoners were kept at this location in early 1990s, with many of them never to be seen again.The mass grave was discovered while the government was clearing the camp with bulldozers to make it available to Turkish investors. Upon discovery of the remains, the government tried to quietly remove it from the site. However, workers secretly alerted residents in nearby villages who spread the news and turned up en mass to block the removal of the remains and demanding construction of memorial statue on the site. The protests is still continuing with elders camping on site while awaiting response from government.
Lafeen ilmaan Oromoo bara 1980moota keessa mootummaa Darguutin, baroota 1990moota keessa ammoo Wayyaaneen dhoksaan kaampii waraanaa Hammarreessaa keessatti ajjeefamanii argame. Ilmaan Oromoo mooraa san keessatti hidhamanii booda ajjeefaman keessa wallisaan beekamaan Musxafaa Harawwee isa tokko. Musxafaa Harawwee wallee qabsoo inni baasaa tureef jecha qabamee yeroo dheeraaf erga hiraarfamee booda toora bara 1982 keessa ajjeefame. Hiraar Musxafaarra geessifamaa ture keessa tokko aara wallee isaatirraa qaban garsiisuuf muka afaanitti dhiibuun a’oo isaa cabsuun ni yaadatama.Baroota 1990moota keessas Oromoonni kumaatamaan tilmaamaman warra amma aangorra jiru kanaan achitti hidhamanii, hedduun isaanii achumaan dhabamuun yaadannoo yeroo dhihooti.Haqxi dukkana halkaniitiin ajjeesanii lafa jalatti awwaalan kunoo har’a rabbi as baase. Dhugaan Oromoo tun kan amma as bahe, mootummaa kaampii waraanaa kana diiguun warra lafa isaa warra Turkiitiif kennuuf osoo qopheessuuf yaaluti. Lafee warra dhumee akkuma arganiin dhoksaan achirra gara biraatti dabarsuuf osoo yaalanii hojjattonni ummata naannotti iccitii san himan. Ummanniis dafee wal-dammaqsuun bakka sanitti argamuun ekeraan nama keenyaa akka achii hin kaafamneefi siidaan yaadannoo akka jaaramu gaafachaa jiran.

 

Suraan kun Oromoo baka Owala Waalissaa Oromoo Musxafa Harawweetti argamee akka lafeen isaa hibanee weiti gaafaatu mul’isa
Isaa Dargiitu ajjeesee Woyanen imoo lafee isaa darbuuf qoota jirti.
Hararge Bahaa Hammareessa
 — at Hararge Bahaa Hammareessa.

 

 

 

 

 

 

 

 

hamreesa8

#OromoProtests FDG Hameressa: Video – TPLF Shooting at Civilians

Posted: Waxabajjii/June 11, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com |

#OromoProtests FDG Hameressa: the video embedded below shows the TPLF Ethiopian regime’s security forces shooting at Oromo civilians at the recently discovered Hameressa hidden mass grave; Hameressa, located near the Harar city in eastern Oromia, used to be an Abyssinian military garrison/camp during the Derg and the TPLF regime – until recently when the TPLF regime sold it off to so-called “investors.”

The remains, of Oromo individuals executed by the successive Abyssinian governments of the Derg as well as TPLF, were discovered late last week at the former Hameressa garrison as the land was being cleared for the so-called ‘investment’ activity.

The TPLF government has reportedly been working hard to hide the evidences of the Hameressa mass-murder site from the public. However, the public has camped on the site – day and night – to seek justice for those slaughtered at the former Hameressa garrison.

In the video, the Oromo public is peacefully protesting the government’s attempt to conceal evidences of mass murders, but the TPLF government’s security forces are responding with live bullets. According to latest reports, three persons have been injured by the TPLF security forces at Hameressa.

 Yakka suukanneessaa dhala namaa irratti hin raawwatamane raawwatamufis kan hin malle dhala namaa irratti kana raawwate wayyaaneen oromummaa isaaniin kan yakkaman canacala harkaafi milla ilmoo oromootti erga kaa’ee akka itti kaa’eetti eerga iddoo tokkotti ukkaamseen booda yeroo dhugaan afaan baafatte biyyee saaqqatte biyyee keessaa yaate haqa ishee falmuuf dhugaa jiru yeroo isheen dubbachuuf jettutti odoo isheen harar murti_guutoof dhaamsa ishee dabrsitee hin fixiin bakka lafeen dachee keessaa yaatee afaan saaqatteetti dhugaa jirtu yeroo isheen uummata naannichaati odoo isheen lalabuutti jirtu boru kun ragaadha naaf jedhe wayyaanee ergamtoota isaa erge lafee ilmaan oromo murtii_guutootti afaan saaqqatte kana mootummaan wayyaane lotoota ishii uummatatti bobbaasuun erga bittinneessiteen booda doozaraan lafee jaallewwani kaan daakun kaan bishaanitti gadi naqaa oolera ammama nama gaddisisa laa dhugaa ukkaamsun dhugaa hawwaalun lafee ijoolle oromo hala kanaan irra deebiyee yeroo daaku hawwaalu. SBO Sources

 

Read more @

http://gadaa.net/FinfinneTribune/2014/06/oromoprotests-fdg-hammareessa-tplf-shooting-at-civilians/

http://www.gulelepost.com/2014/06/11/hameressa-mass-grave-background/

http://maddawalaabuupress.blogspot.co.uk/2014/06/oduu-amma-hammaareysaa-fi-murti-guuto.html?spref=fb

http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/mass-grave-of-oromos-executed-by-govt-discovered-in-eastern-oromia/

http://gadaa.net/FinfinneTribune/2014/06/ibsa-abo-ajjeechaa-ilmaan-oromoo-irratti-dhoksaan-hammarreessa-keessatti-barootaan-raawwatamaa-ture-ifa-bahe/

 

 

 

 

 

Comments»

1. hilina zeleke Gebrtadike - June 11, 2014
2. Tolera Fufa - June 17, 2014

Habashaa fi Sabni isaa nuyi Uummata Oromoof Summii damma keessaa ti kanaaf yoomi iyyuu nuyii fi uummata isaa gidduu Bowwaa guddaa tu jira!!! Habasha Peoples are the against of Oromo People they are just like the poison in honey , So when ever we will not give our……


Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: