Advertisements
jump to navigation

Oromia (WBO): Humni Addaa WBO Magaalaa Naqamtee Keessatti Waraana Wayyaanee Irratti Tarkaanfii Fudhate. February 27, 2016

Posted by OromianEconomist in Oromia.
Tags: , , , ,
trackback

 

Odaa Oromoosbo

fb367-alaabaanew

 

(SBO/VOL – Gurraandhala 26,2016) Gurraandhala 19,2016 Humni Addaa WBO Magaalaa Naqamtee Keessatti Waraana Wayyaanee Irratti Tarkaanfii Fudhateen kasaaraa irraan gahee jira.

Gurraandhala 19,2016 halkan keessa Humni Addaa WBO magaalaa Naqamtee keessaa naannoo Boordiitti waraana wayyaanee ummata irratti roorrisu rukutuun 18 ol hojiin ala akka godhe Ajaji WBO Godina Dhiha Oromiyaa beeksisee jira.

Loltootni wayyaanee haleelaman kun kanneen FXG magaalaa Naqamtee dhaamsuuf ummata irratti guyyuu roorrisaa jiran akka ta’es barameera.

Loltootni wayyaanee madeeffaman hospitaala magaalaa Naqamtee keessatti yaalamaa akka jiran illee gabaafameera. Muddamsuun magaalaa Naqamtee fi naannoo sana jiru haalaan ulfaataa ta’uunis barameera.

 

Advertisements

Comments»

1. gammachiis - February 28, 2016

Reblogged this on g9680 and commented:
.

2. gammachiis - February 28, 2016

.


Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: