Advertisements
jump to navigation

Oromia: Artistii beekamaa fi hangafaa Oromoo Laggasaa Abdii Dadhii yeroo dheeraaf dhukkubsachaa turuun umurii waggaa 80tti addunyaa kanarraa boqatan October 22, 2018

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , ,
add a comment

 

Oromia Legendary Artist Legesse Abdi.png

Artistii beekamaa fi hangafaa Oromoo Laggasaa Abdii  Daadhii yeroo dheeraaf dhukkubsachaa turuun Onkoloolessa 21 bara 2018 umurii waggaa 80tti addunyaa kanarraa  boqatan. Biyyoon isaanitti haa salphatu.

Sirni awwaalchaa artistii hangafaa Oromoo artist Laggasaa Abdii Finfinnee Bataskaana Kaatediraaliitti raawwateera. BBc Afaan Oromoo

Artistii beekamaa fi hangafaa Oromoo Laggasaa Abdii yeroo dheeraaf dhukkubsachaa turuun kaleessa ture umurii waggaa 80’n addunyaa kanarraa kan boqatan.

Laggasaa Abdii aartii Oromoo fi Itoophiyaa keessatti maasinqoo taphachuudhaan nama bakka olaanaa qabu dha.

Bara 1931 Shawaa Kaabaa aanaa Abbichuu Yaayyaa Qacamaatti kan dhalate artisti Laggasaa Abdii, abbaa isaa Obbo Abdii Daadhii fi harmee isaa aadde Foollee Guddataaf ilma tokkicha ture.

Artist Laggasaan jaalala tapha masiinqoon kan booji’me yeroo artistii beekamaa biraa Wasinuu Didoo jedhamu masiinqoon weellisu arguun akka tahe kanaan dura ibsaa tureera.

Artisti Wasanuu Didoo, hiriyyaa abbaa isaa Obbo Abdii yoo tahan, isuma irraa masiinqoo taphachuu barachuun yeroo umuriin isaa gara waggaa 20 tahu gara magaalaa Finfinnee dhaquun mana tiyaatiraa Haager Fiqiritti sirbuu eegale.

Laggasaa Abdii Tiyaatiraa Hagar fiqir, Tiyaatira Biyyaalessaa, Tiyaatiraa fi Aadaa Magaalaa Finfinnee, Orkeestiraa Poolisii, Kiburzabanyaa fi kanneen biroo keessatti yeroo dheeraaf hojjeteera.

Artisti Laggasaa Abdii sirboota isaan nama onnee namatti horu jedhamuun beekama.

”Maasaan gamaa lafa hin baatuu, talbaa facaafata taati

Tokko du’ee tokko hin nyaatu wal gaggalaafata taati” jechuun kan masiinqoon weellisaa ture hanga ammaattiyyuu fudhatama guddaa qaba.

Namoota sirna awwaalchaa artist Laggasaa Abdii irratti argaman
Goodayyaa suuraaNamoota sirna awwaalchaa artist Laggasaa Abdii irratti argaman

Weellisaan kun dandeettii meeshaalee muuziqaa garaagaraa illee barachuun guddina aartii Oromoo keessatti nama shoora olaanaa bahatedha.

Artis Laggasaa Abdii bara 1952 aadde Ijjigee Ababaa waliin bultoo dhaabuun ijoollee dhiiraa afurii fi dubara sadii godhataniiru.

Dabalataan bara 1970 keessa hiriyootaa isaa fi artistoota kanneen akka Dammisee Dastaa, Lammaa Gabrehiwoot, Ayyaalee Yimaanuu waliin tahuun dhuunfaadhaan ‘garee muuziqaa Aadaa biyyaa’ jedhamu tokko hundeessuun guddina aartii keessatti gumaacha olaanaa gochaa turaniiru.

Yeroo garaagaraatti biyyoota akka Keeniyaa, Sudaan fi Kooriyaa Kibbaa deemuun aadaa fi sirboota Oromoo agarsiisuunis dinqisiifannaa guddaa argataniru.

Walumaa galatti artist Laggasaa Abdii dhiibbaa ulfaataa bara Afaan Oromoodhaan dubbachuun qaanii turee fi maqaan namootaa illee Afaan Oromoo irraa jijjirama ture keessa darbuun waggoota 60 oliif guddina aartii Oromoof gumaacha olaanaa taphateera. BBc Afaan Oromoo


Advertisements

Oromia (Ethiopia): Exiled Olympic runner Feyisa Lilesa returns home. #Qeerroo #OromoProtests #OromoRevolution October 22, 2018

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , , ,
add a comment

Ethiopia: Exiled Olympic runner Feyisa Lilesa returns home

Marathoner who sought exile after making protest gesture at 2016 Olympic Games returns amid political reforms at home.

Feyisa: 'I knew this day was coming because I know the blood spilled by all these people was not going be in vain' [File: Athit Perawongmetha/ Reuters]
Feyisa: ‘I knew this day was coming because I know the blood spilled by all these people was not going be in vain’ [File: Athit Perawongmetha/ Reuters]

An Ethiopian marathon runner who made global headlines with an anti-government gesture at the Rio de Janeiro Olympics finish line has returned from exile.

Feyisa Lilesa’s return on Sunday came several months after Prime Minister Ahmed Abiy took officein the East African nation and announced sweeping political reforms.

The runner held his arms over his head, wrists crossed, as he finished second in the 2016 Olympicsin solidarity with protesters in his home region, Oromia.

He sought asylum in the United States, saying he feared he would be imprisoned or killed if he returned home.

On Sunday, Foreign Minister Workneh Gebeyehu received Feyisa at Addis Ababa’s airport, where relatives – clad in traditional attire from the Oromia region – and fans had also gathered.

OPINION

Why I run

Feyisa Lilesa
by Feyisa Lilesa

Feyisa said the new government is “a result of the struggle by the people” and he hopes it will address concerns after years of repression.

“I knew this day was coming because I know the blood spilled by all these people was not going be in vain,” the medal-winning runner told the Reuters news agency upon arrival.

‘Loved by my people’

The unrest in Ethiopia was originally triggered by protests over a government development plan for Addis Ababa, which critics said would lead to expropriation of farmland in the surrounding Oromia region.

Hundreds were subsequently killed by security forces as the demonstrations evolved into rallies against perceived political and economic marginalisation of ethnic Oromos.

In April, the EPRDF coalition which has ruled the country since 1991, elected Abiy – a 42-year old ethnic Oromo – as prime minister.

“I knew the dictatorship would eventually fall down,” Feyisa said. “I was expecting this day, but I did not know if it would be today or tomorrow, but it has been clear in my mind that I would go back to my father’s land alive.”

As well as making peace with neighbour Eritrea, Abiy has pursued a reconciliation strategy, extending an olive branch to dissidents and rebel groups, although the changes have not stopped bouts of ethnically charged violence.

After Rio, 28-year old Feyisa competed in a number of marathons, winning some. He told reporters he planned to focus on training for his sport.

“I can still bring good results for my country in my field,” he said. “I was loved by my people because I am a sportsman not because I am a politician. I only brought their suffering to global attention by using my profession.”


More from Oromia Economist sources:-

 

Olimpikii Riyoo irratti mallattoo mormii mootummaa irratti agarsiiseen waggoota lamaaf biyya ambaa kan ture atileet Fayyisaa Leellisaa biyyatti deebi’eera.