jump to navigation

Oromia: Magaalota Wallagga Bahaafi Horroo Guduruutti hiriirri ajjeechaa lammilee mormuun gaggeffamaa jira November 29, 2018

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , ,
trackback

Magaalota Wallagga Bahaafi Horroo Guduruutti hiriirri ajjeechaa lammilee mormuun gaggeffamaa jira. BBC Afaan Oromoo

Hiriira magaalaa Naqamtee ajjeechaa lamilee mormuun bahame

Jiraattonni magaalota Godina Wallaga Bahaafi Horroo Guduruu Wallaggaa hiriira ba’uun ajjeechaa uummata lammiileerra gahaa jiru akka dhaabatu gaafachaa oolan.

Ajjechaan raawwatamaa jiruun uummanni nagaa dhabeera kan jedhan jiraattonni magalaaa gara garaatti bahan kunneen qaama hawwaasaa hunda kan hammate yommuu ta’u hojjetoota mootummaallee waajira cufanii hiriira kana akka ba’an jiraatan magaalaa Naqamtee dubbateera.

Hiriira ajjeechaa miseensoota poolisiifi uummata nagaa irratti qaqqabee balaalefachuun bahame irratti miseensoota poolisii Oromiyaa dabalatee jiraatoonni magaaloota akka Naqamteefi Shaambuu hirmaataniiru.

Jiraataan magaala Naqamtee BBC’n haasofsiise wayita ajjeechaan raawwatamutti mootummaan gahee isaa hin bahanne, uummannis nagaa dhabeera jechuun jiraatoonni hiriira bahu isaanii himeera.

Jiraataan magaalaa Naqamtee inni biraan immoo “Olaantummaan seeraa kabajamaa hin jiru, uummanni ajjeefamaafi buqqa’aa jira kanaaf hiriira baannera,” jechuun hime.

Mormii Magaalaa Naqamtee

Miseensi poolisii magaala Shaambutii yaada isaanii BBC’f kennan mootummaan naannoo Oromiyaas ta’e mootummaan federaalaa, rakkoo nageenyaafi ajjeechaa tibbanna raawwatamaa ture callisanii ilaalaa turan jedhan.

Magaalota kunneen keessatti guyyaa har’aa sochiin daldalaa kan hin jirreefi dhaabbileen daldalaas cufamanii akka jiran jiraatootni dubbatu.

Rakkoo nageenyaa naannoo daangaatti uummameen miseensotni poolisii Oromiyaa digdamatti siiqan ajjeefamuu isaanii, hogganaan dhimmoota komunikeeshinii komishinii poolisii Oromiyaa Komishinar Soorii Dinqaa BBC’ti himuun isaanii ni yaadatama.

ባለፈው ሳምንት በቤኒሻንጉል ጉሙዝ ያሶ ከተማ በፈፀመ ጥቃት ስምንት የአንድ ቤተሰብ አባላት መገደላቸውን የሟች ቤተሰቦች ለቢቢሲ ተናገሩ።

ህዳር 11 ቀን 2011 ማታ ከሶስት ሰዓት በኋላ ታጣቂዎች የቤተሰብ አባላቱን በጥይት ገድለው ቤታቸውንም እንዳቃጠሉ በጥቃቱ ባለቤታቸውንና የባለቤታቸውን ወንድሞች ያጡት የስምንት ልጆች እናት ወ/ሮ ልኪቱ ተፈራ ይናገራሉ።

“መጀመሪያ ተኩስ ከከፈቱብን በኋላ ቤት ውስጥ ጭድ ጨምረው እሳት ለኮሱብን። እኔና ልጆቼ በጓሮ በር በኩል አመለጥን። ሌሎቹ ግን እዚያው ተቃጠሉ” በማለት ሁኔታውን ያስታውሳሉ።

• “ጥፍር መንቀል ሕጋዊ አይደለም ስንለው ብሔሩ ውስጥ ለመደበቅ ይሞክራል” ጠ/ሚ ዐብይ

• የኢትዮጵያ ሕዝባዊ አመፅን በፎቶ

ልጃቸው አቶ ወጋሪ ፈይሳ በመኖሪያ ቤታቸው በወቅቱ ሃያ አንድ የቤተሰብ አባላት እንደነበሩና ቤታቸውም ፖሊስ ጣቢያ አቅራቢያ በመሆኑ ደህንነት ተሰምቷቸው እንደነበር ይናገራል።

ነገር ግን ያልጠበቁት ነገር መከሰቱንና በተፈጠረው ነገርም ህፃናት ልጆች ከፍተኛ ድንጋጤ ውስጥ እንዳሉም ይገልፃሉ።

የቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልል የፀጥታና አስተዳደር ቢሮ ሃላፊ አቶ ሙሳ አህመድ ከተማው ውስጥ ግድያ ስለ መከሰቱ መረጃ እንዳላቸው ነገር ግን ዝርዝር ጉዳዮችን እንደማያውቁ ገልፀዋል።

ከጥቃቱ የተረፉ የቤተሰቡ አባላት ሸሽተው የተጠለሉበት አዋሳኝ የምሥራቅ ወለጋ ሃሮ ሊሙ ወረዳ አስተዳዳሪ አቶ ጋሮማ ቶሎሳ ግድያው ስለመፈፀሙ ማረጋገጫ እንዳላቸው ለቢቢሲ ተናግረዋል።

“አባቴ ፈይሳ ዲሳሳ፣ ወንድሙ ዲንሳ ዲሳሳን ጨምሮ ስምንት የአጎቶቼ ልጆችን አጥተናል። ግድያው በጣም አሰቃቂ ነበር” ይላሉ አቶ ዋጋሪ።

በተመሳሳይ እለት የቤተሰብ አባላቱን ግድያ ጨምሮ በያሶ ከተማ በተፈፀመ ጥቃት አርባ የሚሆኑ ሰዎች መገደላቸውን ኗሪዎችና የአዋሳኝ ወረዳ አስተዳዳሪው ቢናገሩም የቤኒሻንጉል ጉሙዝ ክልል ፀጥታና አስተዳደር ቢሮ ሃላፊው አቶ ሙሳ ግን አስር ሰው ብቻ ስለመገደሉ መረጃ እንዳላቸው ይገልፃሉ።

ሆኖም ግን ጉዳዩን በሚመለከት ተጨማሪ መረጃ እንደሚያስፈልጋቸው “መንገድ በመዘጋቱ ነገሮችን በቅርበት ማጣራት አልቻልንም” በማለት ተናግረዋል።

More from Oromian Economist social media sources

Why are TPLFites using Benishangul-Gumu as new proxy?

– It is part of Getachew Asefa’s strategy of destablizing the country to make the federal government busy putting off fire rather than chase him.
– Much of the fertile land in Benishangul-Gumuz have been taken, in the name of investment, by retired Tigrean military and intelligence officers. They fear they will loose this loot if the change takes root in the region. So they finance Getachew Asefa’s operations.

The fed, Oromia and Benshangul states made serious of lousy mistakes creating vacuum being exploited.

TPLF/ Getachew might be exploiting these weaknesses. But these are just tactical gains but strategic blunders. They are digging their own grave deeper. The feds will now take the gloves off !!

That Meles dude took the password with him leaving TPLF as headless chicken. It remains so even after loosing its 2 trenches now endangering the last 🙂 TPLFites think the last battle will be fought in Kamashi. Wrong. it will be at their last trench !!

The West has now become the new frontier for TPLF’s proxy war on OPDO. Last year it was the East. Back then they were using Abdi Illey’s liyu police. Now they are using former Ethiopian army soldiers as mercenary fighting force.

More than 80,000 people displaced from Benishangul Gumuz and Western Oromia. Wallaga Bahaa: Lakkoofsi namoota ajjeefamanii 44 ol yoo ta’u, 80,000 ol qe’eerraa buqqa’aniiru. Click here to read article in Oromia Economist, October 2, 2018

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: