Oromo Studies Association 2015 Annual Conference:Keynote Speech by Prof. John Markakis and Felix Horne’s presentation of the impact on the Oromo of Conditions in Ethiopia Revealed in Recent Human Rights Watch Reports and more interesting research works August 2, 2015
Posted by OromianEconomist in Africa, Oromia, Oromo, OSA.Tags: Africa, African Studies, Oromia, Oromo, Oromo Studies Association (OSA), OSA Annual Conference 2015, OSA Conference
trackback
“It is absurd to talk about democracy and say that Ethiopia is a democracy” Markakis #OromoStudies2015 Oromo Studies Assoc. @OromoStudies
Felix Horne (Human Rights Watch): The impact on the Oromo of Conditions in Ethiopia Revealed in Recent Human Rights Watch Reports
Once an Oromo has been in prison, it is likely they will return again and again – Felix Horne #OromoStudies2015
https://www.youtube.com/channel/UCS215n_Th3w-e6BFyjbl0Yw/videos
OSA2015AnnualFinalConferenceProgram-1
Walga’iin Idilee Waldaa Qrannoo Oromoo Washingoton DC tti jalqabame.
(OMN:Oduu Hag.01, 2015 ) Waldaan qorannoo Oromoo walga’iisaa idlee kan waggaa Waashington DC, yunivarsitii Haward galma Black Burn keessatti guyyaa har’aa jalqabee jira.
Walgahii kanarratti keessummoonni kabajaa biyyoota adda addaarraa affeeraman waraqaa qorannoosaanii kan irratti dhiheessan ta’uun beekameera.
Pirezdantiin waldaa Qorannoo Oromoo Obbo Jawaar Mohaammadii fi Daayrektarri Boordii waldichaa Dr Mohaammad Hasani walduraa duubaan haasaa anaa dhufuu taasisuun walga’icha battalumatti jalqabsisaniiru.
Walga’iin kun guyyoota lamaaf kan taa’amu oggaa ta’u dhimmoota qorannoo Oromoo irratti warqaalee qorannoo gara garaa hayyoota Oromoo fi kanneen biroon dhiyaatan dhaggeeffachuun marii kan gaggeessan ta’uun beekameera.
Namoota waraqaa qorannoo jalqaba irratti dhiyeessan keessaa Addee Toltuu Tufaa ishii tokko oggaa taatu daa’imman Oromoo afaan lammiisaanii barsisuuf duula karaa afaan publicaton jedhamu gochaa turte bal’inaan dhiyeessiteetti.
Itti aansuudhaan Dr.Steeven Toomaas waraqaa qorannoo haala rakkina guddina Filmii Afaan oromoo irratti kan dhiyeessan oggaa ta’u,wahilasaanii kan ta’e gazexessaa Dhaabaa Wayyeessaa rakkina kana furuuf hojiwwan biyya keessatti rakkina filmii Afaan Oromoo furuuf tattaafataa turan bal’inaan ibsaniiru.
Comments»
No comments yet — be the first.