jump to navigation

Oromia: Former prisoner of conscience, Bekele Gerba, warmly welcomed at Washington Dulles International Airport. Obbo Baqqalaa Garbaa, keessummaa Kabajaa OSA ta’uun Washingiton Diisii seenan. August 6, 2015

Posted by OromianEconomist in Oromia, Oromiyaa, Oromo, Oromo Studies Association, OSA.
Tags: , , , , ,
trackback

???????????OSA Annual conference 2015Oromia's former prisoner of conscience, Bekele Gerba, warmly welcomed at Washington Dulles International Airport1

Bekele Gerba, 54 and a father of four, went to elementary school in Boji Dirmaji and completed his high school in Gimbi senior secondary school. Bekele was graduated with BA degree in foreign language and literature from the Addis Abeba University (AAU) and taught in Dembi Dolo and Nejo high schools in western Ethiopia, among others. He finished his post graduate studies in 2001 in teaching English as a foreign language at the AAU and went to Adama Teachers’ College, 98kms south of Finfinne (Addis Ababa), where he taught English and Afaan Oromo. Suspected of allegedly supporting students’ riot that took place a year before, Bekele was dismissed in 2005 by the college. He then came to Addis Abeba where he taught in two private universities for two years until he was employed in 2007 as a full time lecturer by the AUU where he continued teaching English.

Bekele’s political career began in 2009 when he joined the opposition party, Oromo Federalist Democratic Movement (OFDM), as a member of the executive committee and head of the public relations department. Bekele participated and lost in the 2010 parliamentary elections in which the ruling EPRDF claimed more than 99% of the seats in parliament.

Bekele Gerba was first arrested on 27 August 2011 along with Olbana Lelisa, senior member of the Oromo People’s Congress party (OPC), who is still in jail. Both were arrested after having a meeting with representatives of Amnesty International (AI), who were expelled soon after.

Both Bekele and Olbana were then charged under the country’s infamous anti-terrorism law on a specific charge of being members of the banned Oromo Liberation Front (OLF), and inciting a secessionist rebellion. In Dec. 2012, Bekele and Olbana were sentenced to eight and thirteen years in prison respectively.

Upon appeal to the Supreme Court, his sentencing was reduced to three years and seven months with a right to parole. After the merger in 2012 of OFDM and Oromo Peoples’ Congress (OPC) that became known as the Oromo Federalist Congress (OFC) Bekele was appointed as First Deputy Chairman while he was still serving his sentence. Although he was paroled and was eligible to be free in 2014 Bekele was released in the first week of April 2015 only after he finished his sentencing.

Belele represented OFC in the so-called Ethiopian election in May 2015, but the government refused to count the ballots in fear of losing the election. Instead it declared itself, blatantly, a winner with 100% voting count and became laughable around the world.

By the invitation of Oromo Studies Association, Bekele Gerba arrived, this morning, in Washington DC to take part in OSA’s annual conference, which starts on August 1, 2015. He is a keynote speaker of this year’s OSA.

Many Oromos in Washington DC Metro region will have the opportunity to meet the man who went to jail for speaking the voice of millions of Ethiopians, in particular Oromo.

Bekele was welcomed by a large group of Oromo, this morning, at Washington Dulles International Airport.

Source: Ayyaantuu News

Obbo Baqqalaa Garbaa, keessummaa Kabajaa OSA ta’uun Washingiton Diisii seenan.

(OMN:Oduu Adol.30, 2015)  Waggoota arfan darbaniif manneetii hidhaa Itoophiyaa gara garaa keessatti hidhamnii hiraarfamaa kan turan, Itti’aanaan dura ta’aa paartii KFO Obbo Baqqalaa Garbaa,keessummaa kabajaa Waldaa Qorannoo Oromoo ta’uun Adoleessa 30,2015 Washingiton DC seenan.

Obbo Baqqalaan turtii isaanii batii tokko dhufu keessatti hawaasa Oromoo Ameerikaa Kaabaa keessa jiraatan waliin wal arganii dhimma Oromoo fi Oromiyaa irratti mari’achuuf fedhii akka qaban OMN tti himaniiru.

Pirezidantiin Waldaa Qorannoo Oromoo Obbo Jawaar Mohaammed ,gamasaaniin Obbo Baqqalaa Garbaa keessuumaa kabajaa Waldaa Qorannoo Oromoo bara kanaa ta’anii akka argamaniif tattaaffii ol’aanaa taasisaniin milkaa’uusanii beeksisaniiru.

Obbo Jawaar itti dabaluun akka jedhanitti,Obbo Baqqalaan akka hidhaa bahaniin Waldaan Qorannoo Oromoo/OSA’n/ akka gara dhufanii hawaasa oromoo waliin walarganiif gaafatee,visa waan dhorkatamaniif hin milkoofne ture.Haat’utii garuu isaan odoo abdii hin kutanne tattaaffii taasifameen amma milkoofnee keessuummaa kabajaa ta’anii argamuu danda’an jedhan.

Kanamalees jedhu Pirezdantiin Waldaa Qorannoo Oromoo Obbo Jawaar Mohammed, waldaan Qoranoo Oromoo hawaasa Oromoo waliin ta’ee Obbo Baqqalaa hiiksisuuf tattaaffii gochaa turuu isaa eeranii amma immoo isaaniin asiin gahuudhaaf irratti hojjatamee milkii argameetti WQO gammachuu guddaatu itti dhagahama.Hawaasnis waraqaa qorannoo isaan dhiyeessaan bahee akka dhaggeeffatu garanumaan yaamicha godhaniiru.

Hawaasa Oromoo Washingiton Diisii jiraatan simannaa ho’aa Obbo Baqqalaaf buufata xiyyaaraa Verjiniyaatti kan taasisaniif oggaa ta’u namoonni argaman marti yaada kennaniin Obbo Baqqalaan hiikamanii dhufanii ijaan arguu isaaniitti akka gammadan OMN tti himaniiru.

Miseensi boordii Waldaa hawaasa Oromoo Washingiton Diisii Adde Biraanee Beekaa Galatoo,simannaa kana booda yaada nuuf keniiteen waaggoota afran dabran guutuu akka Obbo Baqqalaan hiikamaniif hiriira mormii baanee iyyaataa turre.Har’a garuu mana hidhaa Itoophiyaa san keessaa hiikamanii qaamaan asitti walitti dhufnee ijaan walarguu kiyyaaf gammachuu koo guddaadha.Obbo Baqqalaan, anaaf goota yeroo keenya kana keessaatti ijaan arge waan ta’eef inni goota Oromoo lubbuun jirudha jetteetti.

Miseensii Paartii KFO damee alaa Obbo Karrasaa Kiisii fi lammii Ameerikaa akkasumas bakka buutuu Waldaa Qorannoo Oromoo Adde Qabbannee Waaqayyoo/Boonii/ waldura duubaan OMN tti akka himanitti Baqqalaa garbaa sagalee uummata oromoo ti.gotummaa inni nuugarsisetti hedduu gammanneerra jedhan.

Obbo Baqqalaa Garbaa keessuummaan kabajaa Waldaa Qorannoo Oromo bara kanaa,waraqaa qorannoo isaanii dhimma Oromoo fi Oromiyaa irratti kan dhiyeessan ta’uun beekameera.

Abdii Fiixeetu gabaase.

https://www.oromiamedia.org/2015/07/obbo-baqqalaa-garbaakeessummaa-kabajaa-osa-tauun-washingiton-diisii-seenan/

OSA 2015 Annual Conference:-

http://gadaa.net/FinfinneTribune/2015/08/keynote-speech-by-ob-bekele-gerba-at-the-oromo-studies-associations-2015-annual-conference/

OSA2015AnnualFinalConferenceProgram-1

https://www.oromiamedia.org/2015/08/gaaffii-fi-deebii-obbo-baqqalaa-garbaa-waliin-taasifame-kutaa-xumuraa/

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: