jump to navigation

DW: Ethiopia’s democratization at risk July 7, 2020

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , ,
1 comment so far

Ethiopian prime-minister Abiy Ahmed was once awarded the Nobel Peace Prize for ending a war and raising hopes of democratic change. These hopes are being dashed by his heavy-handed response to anti-government protests.

Large anti-government protests that broke out last week, following the assassination of popular Oromo musician Haacaaluu Hundeessaa, soon led to a government clamp-down. So far, more than 166 people have been killed and almost 2,300 arrested, including leaders of the opposition. Ethiopians have been cut off from the internet for an entire week as soldiers and police continue to patrol the streets of the capital Addis Ababa and other hotspots.

The scenario is reminiscent of similar crises in authoritarian-led countries.

Click here to read the article

የአርትስት ሃጫሉ ሁንዴሳ ፖለቲካዊ ግድያ እንድምታ እና ቀጣዩ የኢትዮጵያ ህዝብ የትግል ምዕራፍ #HacaaluuHundeessaa #OromoProtests July 7, 2020

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: ,
add a comment

ODEESSA=======Bilxiginnaan damee Oromiyaa (kan Afaan Oromoo dubbattu) walgahii godhattee waan armaan gadii murteeffatte. 1. Miidiyaa mootummaa fi kan Nafxanyootaa hunda fayyadamuun akka mormiin Oromiyaa keessaa toyannoo jaraa jala ooletti fakkeessanii ololuu, 2. Ajjeechaa fi hidhaa miseensa mormitootaa fi aktivistoota mootummaa qeeqan irratti godhamu jabeessanii itti fufuu, 3. Paartii Bilxiginnaa keessatti Oromoota waan mootummaan godhaa jiru kana irratti mormii calaqqisan qabanii hidhuu,4. Hacaaluun kan ajjeefame mooraadhuma qabsoo Oromootiin kan jedhuun Oromootti gara galchanii olola sobaatiin Nafxanyoota gaafatama jalaa baasuu5. Manguddoota Oromoo keessaa dantaadhaan salphaatti bitaman funaananii masaraa geessuun MM waliin footoo kaasanii ittiin Oromoo afanfaajjessuu, hamilee cabsuu. Ummanni keenya waan kana dursee itti dammaquun summii diinnni biiftu kamuu ofirraa haxaawee qabsoo isaa finiinsuu irratti akka fuulleffatu dhaamna.Qajeelcha:========1ffaa. Ummanni Oromoo guutuu Oromiyaa keessa jiruu fi kan ala jiru hunduu afaan faajjii ummata keenyarratti hojjetamaa jiru hubatee akka ummanni keenya hinburjaajofne godhuudhan qabsoo isaa kan karaa nagayaa itti fufuu qaba.2ffaa. Jaarsoliin biyyaa Oromoo shira ummata keenyarratti dalagamaa jiru hubachuudhan meeshaa diinaa akka hintaane gaafanna.3ffaa. Dabballoonni jaraa kan ummata keenya keessa faca’anii shira kanarratti hirmaachaa jiran akka karaa diinaa kanarraa deebi’an cimsinee nigaafanna. Warra kana gochuu dides ummanni keenya xireeffatee hariiroo hawaasummaa fi diinagdee isaan faana qabu akka dhaabuf dirqamu hubatamuu qaba.4ffaa. Afaan faajjifi olola mediyaa mootummaa harka jiruu fi mediyaa nafxanyootatiin ummata keenyarratti godhamuudhaf deemaa jiru ofirraa qoluudhaf mediyaalen Oromooti fi aktivistoonni Oromoo gocha diinaa kanarratti akka xiyeeffatan nigaafanna.5ffaa. Qabsoo karaa nagayaa ummanni keenya jalqabe hamma sirni nafxanyaa akka haaratti nurraatti ijaaramaa jiru ofirraa buqqifnutti kan itti fufu ta’uun hubatamee ummanni keenya tokkoomee akka falmatu ni gaafanna.

Dr. Birhaana Masqal irraa, karaa Awash post