Professor Bayyanaa Peexiroos Waayee Jawaar Mohaammad maal jedhu July 15, 2020
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: Jawar Mohammed, Simannaa Jawar Mohammed
add a comment




Barreeffama Ajaahibaa: Professor Bayyanaa PeexiroosWaayee Jawaar Mohaammad”
Carraa Jawaar Mohaammad Ummata Oromootiif fi humnoota federaalistiitiif du’uuf argate namoonni argatan muraasa. Jawaar qaama jiru kan mootummaa dha ofiin jedhuuf lafee kokkeetti rakkatteedha.
Jawaar Mohaammad du’ees, jiraatees muummicha ministeera biyyattii ta’uu mirkaneessinee jirra.Jawaar hidhamuu fi hidhamuu dhabuun Biltsiginnaaf garaagarummaa hin qabu.
Jawaar Biltsiginnaaf goraadee gama lamaan qarame. Biltsiginnaan yoo isa ajjeefte lafatu adda banamee ishee liqimsa. Yoo gadlakkifte filannoon moo’atee mininsteera muummee ta’a.
Eertiraanis idaa kanarraa ni qoodatti. Bilisummaan Eertiraa dhiigaa fi lubbuu Jawaariitiin ni dhufa. Jawaar Mohaammad nama idil-addunyaati. Muldhataadha. Toophiyaa keessatti Jawaariin kan gahu eennu?
Hidhamuun Jawaar Mohaammad Toophiyaatti injifannoo dachaa dachaa fida.Jawaar kan kaabaa, kan kibbaa, kan bahaa fi kan dhihaattu deeggara. Jawaar akka Koloneel Abiyyii osoo hatuu fi osoo ajjeesu hin dabarsine. Biyya alaa kan jiru ummanni biyya keenyaa fudhatama kenneeraaf. Kana ta’uusaatiin guddinna Jawaar ammumaan asumaa achi argaarra. Woytiin hanga Fulbaanaa jiru dhimmi Jawaar fi dhimmi biyyaa murtii xumuraa ni argata!”
“ጀዋር መሐመድ ለኦሮሞ እና ለፌዴራል ኃይሎች ለመሞት ያገኘው ዕድል የሚያገኙት ጥቂት ሰዎች ናቸው! ጀዋር ላለው መንግስት ነኝ ባይ ጉሮሮ ውስጥ የተሰካ አጥንት ነው ።ጀዋር መሐመድ ኖረ ሞተ የሀገሪቷ ጠቅላይ ሚስትርነቱን አረጋግጠናል::ጀዋር መታሰሩና ባለመታሰሩ ለብልፅግና ልዩነት የለውም !ጀዋር ለብልፅግና በሁለት ጎን የተሳለ ጎራዴ ነው። ብልፅግና ብትገለው መሬት ተከፍቶ ይውጣታል።ብትለቀው በምርጫ አሸንፎ ጠቅላይ ሚኒስትር ይሆናል።ኤርትራም ከዚህ ዕዳ ትካፈላለች።የኤርትራ ነፃነት በጀዋር ደምና ህይወት ይመጣል።ጀዋር መሐመድ ዓለም አቀፍ ሰው ነው። ፊገር ነው።በኢትዮጵያ ውስጥ ጀዋር የሚያክል ማነው? የጀዋር መሐመድ መታሰር ድርብ ድርብ ድል በኢትዮጵያ ያመጣል።ጀዋርን ሰሜኑ፣ደቡቡ፣ምስራቁና ምዕራቡ ይደግፈዋል። በውጭ ያለው የሀገራችን ህዝብ ተቀብለውታል።ጀዋር እንደ ኮ/ሌ አብይ ሲሰርቅና ሲገል አላደፈም።በመሆኑ የጀዋር ግዝፈት በሀገራችን ከወዲሁ እያየን ነው።እስከ መስከረም ያለው ጊዜ የጀዋር እና የሀገሪቱ ጉዳይ የመጨረሻ ውሳኔ ያገኛል!” በፕ/ር #በየነ#ጴጥሮስ የተፃፈ
You must be logged in to post a comment.