jump to navigation

Oromia: #OromoProtests in Awwadaayii. Hiriirri Mormii Dubartootaan Awwadaayitti Godhame (August 30, 2020) August 30, 2020

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
trackback

[SBO – Hagayya 30,2020] Hiriirri mormii, kan dhiittaa mirga dhala namaa raawwatamaa jiru mormu, kabajamuu mirgootaa gaafatuu fi gaaffilee adda addaa of keessaa qabu har’a Hagayya 30,2020 Baha Oromiyaa magaalaa Awwadaay keessatti haawwanii fi qarree Oromoo kumaantamaan lakka’amaniin geggeessamuun hubatameera. Humni waraanaa fi poolisootni mootummaa dubartootaa fi qarree Oromoo hiriira ba’an kana irratti akka dhukaasan maddeen oduu Awwadaay gabaasaniiru. Miidhaan dhaqqabuu fi dhiisuu ammatti waan adda ba’e akka hin jirre ibsameera.

Comments»

1. baharabdalla - August 31, 2020

Hummiin oromoo tokkummaa oromootii,,,Galanii Qaarree fii Hawwaan magalaa Awwadaay bilisummaa hatuu..Qabsoon tii fufa, Gadaan gadaa bilisummaat…


Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: