Advertisements
jump to navigation

Darartuu Gammadaa: Pinnacle of Excellence in High School: Computing Whiz Gets National Recognition in U.S. (Via KARE11 TV). #Oromo #Oromia #Little Oromia August 30, 2015

Posted by OromianEconomist in Oromo, Oromo Diaspora.
Tags: , , , , , ,
add a comment
Advertisements

Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata? Dubreen Oromoo Barnootaan Qaroo Taate Qalbii Sabaa Himaa Ameerikaa Hawatte July 8, 2015

Posted by OromianEconomist in Oromia, Oromo.
Tags: , , , ,
add a comment

???????????Biftuu DureessooVOA

Jaallannee Gammadaa Ijoollee Oromoo bara kana barnoota sadarkaa adda addaatiin xumuruun as Yuunaaited Isteetes keessatti eebbifaman keessaa tokko kan taate Biiftuu Dureessoo kutaa New Yoorke magaalaa Raachestertti kan argamu mana barnootaa sadarkaa lammaffaa “Wilson magnet High school” jedhamu keessatti qabxii ol aanaa galmeessisteen guyyaa eebba sanaatti haasaa “valedictorian” ykn haadaa guyyaa ayyaana eebbaa akka gootu filatamtee haasawicha dhageessistee turte. Jaallanneen Biiftuu Dureessoo fi kan yeroo dheeraa dhaaf maamila radiyoo sagalee Ameerikaa sagantaa Afaan Oromoo turan abbaa ishee obbo Jamaal Abdullaahii Dureessoo haasofsiistee jirti.

Gaaffii fi deebii geggeedffame armaan gaditti caqasaa
 http://www.voaafaanoromoo.com/content/article/2852387.html
 https://soundcloud.com/gadaa-oromo-radio/dubreen-oromoo-barnootaan-qaroo-taate-qalbii-sabaa-himaa-ameerikaa-hawatte
 http://gadaa.net/FinfinneTribune/2015/07/voa-dubreen-oromoo-barnootaan-qaroo-taate-qalbii-sabaa-himaa-ameerikaa-hawatte/