Advertisements
jump to navigation

Aster Gannoo: Pioneer Afaan Oromo Literature developer, teacher, writer and translator March 30, 2017

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , , , , , , , , , ,
add a comment

Aster Gannoo, dubartii Oromoo bara 1894 keessa afaan Oromootin kitaaba barreessite

Aster Gannoo, dubartii Oromoo bara 1894 keessa afaan Oromootin kitaaba barreessite


References 

Advertisements

Oromia: OMN: Qophii Jiruuf jireenyaa Artist Dirribee Gadaa Bit 28, 2017. OMN: Interview with one of the most creative minds in Oromo music and art, artist singer Dirribee Gadaa March 29, 2017

Posted by OromianEconomist in Muscians and the Performance Of Oromo Nationalism, Music.
Tags: , , , , , , , , , , ,
2 comments

 

JIRUU FI JIREENYAA

OMN: Artisti Dirribee Gadaa (Bit 28, 2017)

 

 

 

 

Mother of all earth December 31, 2015

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , , , ,
1 comment so far

Odaa OromooOromo singer Artist Hawi Tezera

 

 

When I was a kid growing up in Ethiopia, I used to closely watch how the man around me acted towards women. I followed their characters and tried to learn from them. See, for a young boy like me, there was nothing more important than emulating them. The older ones in my community did things in a respectful manner towards women and girls. They talked to them in different way they do to us boys. Even when we mess around and get in trouble, we were scolded differently. One night we were watching a TV, a younger lady walked in and the older gentleman wanted her to take his seat. I was a little taken a back by his action. Later that night I asked him why he did what he did and he told me “A women is a mother of all earth, everyone comes into the world from a mother’s womb. No one knows who the mother give birth to, a king or a Pop. You should always respect a women because that is a measure of a just man”

The quote sound much better in our language (apologize for the lack of good translation) but it thought me a very important lesson in my young age. A women is a mother of all earth!

I am sure you heard about the current situation in Ethiopia and Oromo protest against the illegal master plan to take the land from poor farmers to give it to private foreign companies and government cronies. I am sure you heard the government killed 100 plus, injured hundreds of protesters and imprisoned over a thousand activists. The images of dead students some at the ripe age of teens and some in college years are televised and broadcasted in diaspora TV stations. Every single one of them are sad and infuriating. Here is a story of one of the thousands that are detained and tourtured by Federal security forces in Ethiopia.

Meet artist Hawi Tefera. The famous Oromo female singer Hawi Tezera was detained and tortured by the Ethiopian Federal police for releasing an Afan Oromo single music that’s critical of the Ethiopian government’s affairs, i.e. the Master Plan and the killings following the protests against the Master Plan, in the Federal State of Oromia. The single, which was released on December 15, 2015, was produced using the traditional Oromo protest genre called Geerarsa.

Upon the intervention of the Oromian State police, Hawi was released from her ordeal only to be imprisoned again over the last few days. In that time interval, activists able to take a photo of her pain inflicted body and no one knows where she is and how she is doing.

Here is the song she released.

Her story really bothered me and pained me. Who are the federal police officers that tortured her. How does a government with a good standing with the world, be able to do this without consequences? when do the world fell this low to do nothing while artists, students and farmers summarily executed because they protested.

Yes, in Ethiopia, the government is above the law. But when we torture the mother of all earth, bad karma will torture as back very soon.

Free Hawi Tefera!!

Injustice anywhere is injustice everywhere!

Related:-

Oromia: Famous Oromo female singer Hawi Tezera feared to be under another torture, activists say. #OromoProtests

The healthy man does not torture others – generally it is the tortured who turn into torturers.

Carl Jung

hawi

When I was a kid growing up in Ethiopia, I used to closely watch how the man around me acted towards women. I followed their characters and tried to learn from them. See, for a young boy like me, there was nothing more important than emulating them. The older ones in my community did things in a respectful manner towards women and girls. They talked to them in different way they do to us boys. Even when we mess around and get in trouble, we were scolded differently. One night we were watching a TV, a younger lady walked in and the older gentleman wanted her to take his seat. I was a little taken a back by his action. Later that night I asked him why he did what he did and he…

View original post 407 more words

Oromia (Finfinnee): Ni Dandeenya:Tokkummaa Artiistoota Dubartoota Oromoo November 8, 2015

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , , , , , ,
add a comment

???????????Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo

Historic Reunion of the Raayyaa Oromo with the Rest of the Oromo NationTokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo1Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo2Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo3Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo4Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo5Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo 31 Onkoloolessa 31 bara 2015 @Finfinnee, Oromoota Raayyaa waliin

Guyyaa Seenaa Qabeessa: Historic Reunion of the Raayyaa Oromo with the Rest of the Oromo Nation

“Ani amma waggaa 45 ergaan dhaladhee Oromoo gurran dhaga’a malee takkaa argee hin beeku” Durbartii Rayyaa

Onkoloolessa 31 bara 2015,Sambata duraa darbee, Oromootni Finfinnee sirna howwaan galma Walga’ii Finfinnee jedhamu Caffee Tumaati argamuti walga’aniiru. Sababiin guddaan walitti nu qabee ammoo Gumaata eebba kilippii fi wallee haaraa Saliha Sami mata duree “Ni Dandeenya” jedhuun akkasumaas Qophii haadha Siqqee fi Sirna Ateetee Dubartootaa Artiistoota Oromootiin dawwachuuf ture. Anaafi Oromoota hedduuf garuu Oromoo fi Oromummaa dagaage arguun kayyoo keenya jalqabaati jedheen amana dhiyeenya kana Oromoon waliif owwachuu jalqabuun isaa bakka walgeetti Oromoon jira jedhame hundumaati namni fedhiidhaan hirmaachaa jira waan hedduu nama gammachiisuufi onnee nama keessatti horuudha. Guyyaa kanaas taateewwan ajaa’ibsiisoon adda addaa rawaatamanii jiru isaaniis yeroo hundumaa waltajjii hedduu irratti artiistoota dhiiraa qofaa argina turree guyyaa kana garuu artiistoota dubartoota qofaan tajaajila bashananaa guutuu argatanii galuun bayyee nama gammachiisa. Inni lammaffaa Oromoota Rayyaa takkaa ija keenyaan arginee hin beekne kudhanii ol Artiisti Saalihaan kiloomeetirii hedduu qaxaamuranii akka dhufaan taasisuudhan qaama sagantaa kana akka ta’aa gochuuniis waan dinqiidha. Sagantaa kana irratti haasawaa durbartiin Rayyaa tokko dubattee ana ajaa’ibe akkana jette “Ijjolee biyya keenyaa akkam ooltaan nuyii eegaa Oromoon hin jira jechuu gurraan dhaga’aa turre malee Obboleyyaan keenya jiraachuu ija keenyaan hin arginee amma eegaa isiin jallannee jira obboleeyyan keenya wajjin waliitti makamuu fi sirba Oromoos akkanatti dhaga’uun, Ani amma waggaa 45 ergaan dhaladhee Oromoo gurran dhaga’a malee takkaa argee hin beeku” hedduu ana ajaa’ibe ummata sanyii, qomoo fi dhiiga tokkoo biyya tokko keessa jiraachaa waggaa 45 oliif jiraachuu ummata kana ijaan argee hin beekne dinqiidha hundumti keenya of haa gaafannumee?
Sadaffaan sirni kabaajaa fi badhaasa durbartoota Oromoo gama hundaan shoora oolanaa taphataniis taasifamee waan ajaa’ibaati.
Durbartoota fakkeenyummaa cimaa taasisaan keessaa badhaasa fi kabajaa kan argataan keessaa isheen jalqabaa Artiistii Saalihaa Saamiidha kan ishee badhaasee koree dhimma kanaaf dhabbate yoo ta’uu waancaa urjii shan ofirraa qabu argattee jirti. Kana malees durbartootni kannen akka
Adde Makiyaa Ammayyuu dubartii Oromoo dinagdeen fakkeenyuummaa qabdu
Haadha Warraa Artiisti Doktoor Alii Birraa Aaddee Lillii fi
Haadha Warraa Artiisti Zaarihun Wadajoo Addee Olaantuu Artiistoota Oromoo kabajamoo kana kununsanii guyyaa har’aan ga’uu isaaniitiif
Haadha Caayaa dubartii Oromoo jabiinaa fi sabboonummaa guddaan ijjoleeshee barsiisuudhaan
Artiisti Haalloo Dawwee Umuurii ishee guutuu artii Oromoo keessatti dabarsuu isheetiif
Ayyoo Guddatuu Kabajaa ishee aadaa Oromoof qabduufi fakkeenya bareedina Oromoo waan taateef
Adde Fardoosaa Huccuu Aadaa Oromoo bifa ammayyaan dizaayinii gochuudhaan addunyaaf beeksisuudhaan
Dubree Lallistuu Toofik kitaaba Afaan Oromoo Imala Jireenyaa jedhu barreesuufi fakkeenya barreesituu Hogbarruu Oromoo ta’uudhaan
Artiist Hawwii/Caaltuu Eelaa Kabajaa fi tumsa isheen guddina aartii Oromoof gumaachiteen
Akkasumaas Kadhimamaa PHD Tafaarii Nigusee, Rayyaa Biiraa fi TV OBS tumsa isaan sagantaa kanaaf qabaniif badhaasa addaa argataniiru.
Sagantaa kana irrattis sirni siqqee walharkaa fuudhuu Artiisti Halloo Dawwee fi Artiisti Salihaa Saamii gidduutti taasifameera kuniis aartii Oromoo labata dhufuuti dabarsuu fi guddina inni amma agarsiisaa jiru kana jajjabeesuu hikkaa jedhu qaba.
Waan hundumaafuu Oromootni Finfinneefi Nannawaa ishee jirtaan tumsaa fi birmannaa artii keessan irratti taasisaa jirtaan olaanaa ta’uu fi akka layyoo kan hin ilaalamne ta’uu hubachuudhaan akkuma ammaleefanne bakka sagantaan Oromoo jira jedhame hundumaati argamne gumaacha lammummaa ba’uun dirqamaan jedha ammas kana malees yeroo akkanatti baanee hirmaannu diina garaan akka gubatuus hin dagatiinan dhamsa kooti.
Horaa Bulaa
Gammadaa Olaanaa
Rabador Art Promotion irraa

http://https://vimeo.com/144997339

Related:-

https://oromianeconomist.wordpress.com/2015/10/20/oromia-artist-saliha-sami-releases-raya-music-sanggawwee-raayyaagumaayyee-in-afan-oromo-the-national-language-of-raya-azebo/

https://www.facebook.com/gammadaa.olaanaa?pnref=story

Oromia Broadcasting Service/OBS TV: Harka Fuune, Wellistuu Kadijjaa Hajjii October 13, 2015

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: , , , , , , , , ,
add a comment

???????????Oromo artist Kadijjaa Hajii, aadaa bareedaa qabnaa hin jiruu kan keenya kan gituuOromo artist Kadijjaa Hajii, aadaa bareedaa qabnaa hin jiruu kan keenya kan gituu1Oromo artist Kadijjaa Hajii, aadaa bareedaa qabnaa hin jiruu kan keenya kan gituu2

Oromo artist Kadijjaa Hajii

Oromo Speaks: Some of the Collected Inspirational Speeches (Interviews) of Oromo Women September 29, 2015

Posted by OromianEconomist in Afaan Publication, African Beat, Amane Badhaso, Artist Almaz Tafarraa, Ateetee (Siiqqee Institution), Ayantu Tibeso, Inspirational Oromo Women, Oromia, Oromian Voices, Oromo Culture, Oromo First, Oromo Identity, Oromo Sport, Oromummaa, Safuu: the Oromo moral value and doctrine.
Tags: , , , , , , , ,
1 comment so far

O

15-Year-Old Haawii’s Moving Speech on the Importance of Media, OMN and the Struggle to Uphold Afan Oromo

Mini Documentary by Seenaa Jimjimo

‘The Oromo Community Association in Chicago was featured on Chicago Public Radio’s Worldviewprogram on Wednesday, October 20, 2010. Listen below the full segment of the program on the Oromo people, the Oromo Community Association in Chicago, and the benefit jazz concert that the Association will hold on October 24, 2010.From the Chicago Public RadioThere are an estimated 40 million Oromo in Ethiopia, which makes them the nation’s largest ethnic group. Their numbers extend into Kenya and Somalia as well. Yet, despite their wide influence in the Horn of Africa, many people have never heard of the Oromo. Seenna Jimjimo of Chicago’s Oromo Community Association and Kadiro Elemo talk with Jerome about the Oromo culture, the struggle for independence and the local Oromo community in Chicago.’  Source:Gadaa.com

Listen:

http://gadaa.com/oduu/6380/2010/10/20/oromia-the-oromo-community-of-chicago-featured-on-chicago-public-radio/

Related references:

http://www.oromotv.com/highlighting-the-achievements-of-oromo-women-in-our-lives-raised-in-a-diverse-culture-gifted-with-a-supreme-artistic-talent-and-dedicated-to-interlock-oromo-culture/

 https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-gaafiif-deebii-artist-bohaarsituu-obsaa-bitootessa-16-2015/

Related References to Inspiring Oromo Women:http://www.oromotv.com/category/oromo-women/

Darartuu Gammadaa: Pinnacle of Excellence in High School: Computing Whiz Gets National Recognition in U.S. (Via KARE11 TV). #Oromo #Oromia #Little Oromia August 30, 2015

Posted by OromianEconomist in Oromo, Oromo Diaspora.
Tags: , , , , , ,
add a comment

Pinnacle of Excellence in High School: Valedictorian Biiftu Duresso | An Oromo Inspiration June 29, 2015

Posted by OromianEconomist in Inspirational Oromo Women.
Tags: ,
add a comment

???????????

FEATURE –Pinnacle of Excellence in High School: Valedictorian Biiftu Duresso | An Oromo Inspiration

 Waxabajjii/June 30, 2015 · Finfinne Tribune , Gadaa.com

(Fox News NY) Biiftu Duresso was the valedictorian this year at Wilson Magnet High School in Rochester. She gave a moving tribute to her parents in her speech this weekend. Her father Jamal Abdullahi raised Biiftu while working as an assistant custodian at his daughter’s high school.

“My parents Jamal and Zubaida made their way to Rochester, New York from Ethiopia in the 80’s and 90’s,” Biiftu said in her speech. “They had the audacity to imagine something better for me and my siblings.”

It was a long journey. Her father escaped Ethiopia for Somalia and eventually got refugee status from the U.S. government and headed to New York. Biiftu is headed to Columbia University’s Barnard College in the fall. She homes to become a doctor and open a clinic in Ethiopia to help the people who are not as fortunate as her family.

The poem ‘Homeland’ (Biyya too) stared in Oromia Media Network, AOA Show June 14, 2015

Posted by OromianEconomist in Africa, Inspirational Oromo Women, Oromo Literature, Oromo Media Network.
Tags: , , , , , ,
add a comment

???????????oromia

Related: