Restoring Oromummaa: Irreecha Malkaa 2017 celebrated in Mandii, Mana Sibuu, Wallagga, Oromia after 88 years October 16, 2017
Posted by OromianEconomist in Irreecha, Irreecha Birraa, Irreecha Oromo, Irreessa, Uncategorized.Tags: Africa, Irreecha (Oromo Thanksgiving), Irreecha 2017, Irreecha Birraa 2017, Irreecha Malkaa 2017 at Mandii, Malkaa Ogiyyoo, Manaa Sibuu, Mandii, Oromia, Oromo, Qilxuu Kaarraa, UNESCO world Heritage
2 comments
Kabajin ayyaana Irreecha Birraa kan bara 2017 (6411 ALO) Oromiyaa bakka adda addaatti itti fufee jira. Haaluma kanaan Mandii, Mana Sibuu, Wallaggaa dhihaatti haala bareedan Onkoloolessa 15 bara 2017 kabajamee oolera. Iddii bara 1929tii barana deebi’ee Malkaa Ogiyyootti irreeffatame. #Irreecha2017
Onkoloolessa 15 Bara 2017 Malkaa Raachaa, Jalduutti haala gaarii irreenfatamee oole.
Dabalataan kana caqasaa Kan Makkoo Bilii
Akkasumasi Irreechi Haraa Basqaatti kbajameerra.
Irreecha 2017 also celebrated in Nairobi, Kenya. https://www.facebook.com/Dhabassa/posts/10213042531129674
Suuran gadii kun kan Odaa Bulluq
Africa Times: Ethiopia’s Oromo hold peaceful memorial at Irreecha festival October 2, 2017
Posted by OromianEconomist in Oromo Protests, Uncategorized.Tags: #OromoProtests, Africa, Ethiopia, Irreecha 2017, Oromia, Oromo
1 comment so far
Ethiopia’s Oromo hold peaceful memorial at Irreecha festival
In Ethiopia, this year’s Irreecha festival brought peaceful but powerful protest as the Oromo people marked the anniversary of last year’s massacre at Bishoftu.
More than 1.5 million people were expected to attend the annual thanksgiving celebration. Despite the rainy skies, they came; once there, the crowds chanted anti-government slogans with the now-familiar crossed arms symbol of protest against Ethiopian authorities they say have long persecuted them – and who, in 2016, opened fire as the scene at Bishoftu deteriorated into chaos.
“May the almighty avenge those that are killing our people,” said the traditional Oromo Gadaa leader as he delivered a blessing. “May the almighty avenge those who killed our people here last year. May the almighty avenge the unavenged. May the almighty end our national ordeals.”
The Ethiopian Human Rights Commission denied the military used lethal force in an official report on unrest in Oromia released in April. The EHRC said 669 people had died in ethnic clashes overall, including 465 Oromo civilians, while blaming the Oromo Media Network (OMN), other diaspora sources, and Oromo political opposition groups for escalating the crisis while defending all national security measures as appropriate.
The report results were questioned by international governments and human rights organizations who say they are consistently denied the access needed for an independent investigation. Many of the thousands who were arrested during a 10-month state of emergency remain detained, including key Oromo political opposition leaders.
Security remained tight for this year’s Irreecha celebration, as Ethiopian authorities banned weapons and set up security checkpoints while promising that armed forceswould remain on the perimeter of the event but not venture inside.
“Sifan Lola Yaa WBO” Irreecha Bishooftuu 2017
“ABO Mormoon Gaara Dhitanii Jigsuu Yaaluu Dha”
Irreecha 2017: The Oromo National And Cultural Holiday, Oromians in Millions Celebrating the Blessing Festival in Oromia and all over the Globe. And also remembering the October 2nd 2017 Bishoftu (Irreecha) Massacre October 1, 2017
Posted by OromianEconomist in Irreecha, Irreecha Birraa, Uncategorized.Tags: Africa, Irreecha, Irreecha 2017, Irreecha Birraa 2017, Oromia, Oromo, Oromo culture
7 comments
Irreecha (Irreessa) Birraa Oromoo kan Bara 2017 (akka lakkoobsa Oromootti kan Bara 6411) akka gaariitti karooreffatamee, haala oo’aa fi bareedan kabajamaa jira. Lammi keenya bara darbe ajjeechi sanyii daguugga irratti rawwateefi yaadannoon godhamaatti jira. Here are some of live pictures, videos and reports refer to Irreecha Oromo Thanksgiving 2017 (6411 in Oromo Calendar) Celebrations. The blessing and colorful event that started in mid August and continue to be celebrated Birraa (September- October). Millions have attended Hora Harsadi (Bishoftuu, Oromia) with success on 1st October 2017. Irreecha is the most important event (season) in Oromo people national calendar. #Irreecha2017
(OPride)―On this festive yet somber occasion, the Oromo are out in great numbers, as colorful and vibrant as ever. It’s Irreecha, the “thanksgiving holiday,” as was described by a host of foreign media outlets in the wake of the disaster that left hundreds dead last year. With the grievances that led to the tipping of the vase last year left unaddressed, justice long sought over the massacre still a pipe dream, with countless remaining behind bars, the Oromo people are back in Bishoftu having unanimously declared that the show must go on. Click here to read more.
In Pictures: Irreecha celebrated colorfully, and peacefully, in Oromia: Click here to see full text of Finfinne Tribune | Gadaa.com
Irreechi 2017: Rakkoo nageenyaa malee, mormii cimaa waliin kabajame. BBC Afaan Oromoo gutummatti ilaaluf as tuqaa.
Ayyaanni Irreechaa bara 2017 suuraan yoo ibsamu. BBC Afaan Oromoo as tuqa ilaalaa.
“Uummanni ofiin of eeguunsaa nageenya buuse” Poolisii Oromiyaa,” BBC Afaan Oromoo
የኢሬቻ በዓል ተቃውሞ ቢሰማበትም በሰላም ተጠናቀቀ click here to read full text, BBC Amharic
BBC News Afaan Oromoo – #Irreecha2017 biyyoota addunyaa gara garaa keessatti. Dabalataan as tugaa ilaalaa. #OromoUnity . Irreecha Birraa 2017 Celebration over the world, click here for more.
Ethiopia’s Oromo community has staged their thanksgiving celebrations known as Irreecha. Click here for more CGTN report.
Africa Times: Ethiopia’s Oromo hold peaceful memorial at Irreecha festival
https://twitter.com/roobsan/status/914412014247796736
https://www.facebook.com/100009377299297/videos/1909312559391302/
https://youtu.be/DX7wiYz52Hs
https://www.youtube.com/watch?v=zNeubD28rFg
OROMIA: IRREECHAA: THE CHERISHED OROMO HERITAGE AND ITS CHALLENGING TASk
Africa News: Ethiopia’s ethnic Oromos, tourists gather for Irreecha 2017
Oromia: Haala Kabaja Ayyaana Irreecha Malkaa bara 2017 ilaalchisee ibsaafi qajeelfama
Irreecha bara 2016: “Iddoon ija koo itti dhabedha” BBC Afaan Oromoo irratti guutuutti dubbisuuf as tuqaa.
Oromia: Haala Kabaja Ayyaana Irreecha Malkaa bara 2017 ilaalchisee ibsaafi qajeelfama September 21, 2017
Posted by OromianEconomist in Irreecha, Uncategorized.Tags: Africa, Irreecha (Irreesa) Oromoo, Irreecha (Oromo Thanksgiving), Irreecha 2017, Oromia, Oromo, UNESCO world Heritage
1 comment so far
Haala Kabaja Ayyaana Irreecha Malkaa Hora Harsaditti bara /2017 ilaalchisee ibsaafi qajeelfama
Tumaa Caffee Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa Oromiyaa kan Fulbaana 06, 2010 teessuma Odaa Bultumitti dhimma Irreechaa ilaalchise baase irratti erga mari’annee booda fudhannee jirra. Abbootiin Gadaatis dhimma kana sirriitti gadi fageessanii erga mari’atanii booda murtii bilchaataafi ejjannoo cimaan gadi bahuu isaaniitiif ni galatoomfanna. Haaluma kanaan ayyaana bara kanaa Qeerroon godinaalee hundaa erga mari’annee booda akkaataa kabaja ayyaana Irreechaa irratti ibsaafi qajeelfama armaan gadii baafnee jirra.
Akkuma nu hundi gaddaan yaadannu irreecha bara dabree irratti yakka seenaan hin irraanfanne nurratti hojjatamee obboleeyyan keenya dhibbaatamaan wareegamanii jiran. Ayyaanni baranaa kan yakka san itti yaadannuudha. Kanaaf waamicha Gumii Abbootii Gadaa fudhachuudhaan;
1) Ayyaanni baranaa kan obboleeyyan keenya bara dabre harka diinaatiin wareegaman itti yaadannu ta’a.
2) Ayyaanni kun nagayaan akka raawwatamuuf waamicha Gumuu Abbootii Gadaa fudhachuun Qeerroon tumsa irraa barbaadamu hunda akka goonu waadaa galla.
3) Ayyaanni kun akkuma aadaan ajajutti abbummaan Gumii Abbootii Gadaa Oromiyaatiin geggeeffamuu qaba.
4) Waltajjiin ayyaanichaa hooggansa Abbootii Gadaa jalatti dargaggoota saba biratti jaal’atamoo ta’aniin geggeeffama. Sagantaan ayyanichaa dursee waliigalteedhaan kan qophaa’u ta’a
5) Yakka bara dabre hojjatameef mootummaan hanga ammaa yakkamaa tokkos adda baasee hin adabne. Haala kana keessatti waltajjii irreechaa irratti qondaalli mootummaa kamiyyuu argamuun miira hirmaattotaa jeequun rakkoo uumuu waan maluuf akka hin argamne cimsinee akeekkachiifna.
6) Poolisiin Oromiyaa, hidhannaa maalee, nagaa fi tasgabbii uummata keenyaa eeguuf, hojii tikaa fi tasgabeessuu seeraan irraa eegamuu dhiibbaa tokko malee gochuutu irraa eegama. Hojii sakatta’iinsaa poolisiin Oromiyaafi namoonni Gumiin Abbootii Gadaa dursee filee leenjisuun geggeeffama. Namoonni kunis mallattoo addaa ittin beekaman laatamuufi qaba.
7) Akkaataan wareegamtoota bara dabree ittiin yaadannu
– Jala bultii ayyaanchiaa irratti sangataan doongoo obsuu mooraa Gumii Abbootii Gadaatti geggeeffama.
– Hirmaattonni wareegamtoota yaadachuudhaaf muraa sabbataa ykn huccuu adii harka mirgaattii hidhatu
– Kaayyoo qabsoo isaan irratti wareegaman bakkaan gahuuf murannoo fi waadaa haaromsuuf sabbata ykn muraa huccuu diimaa mataatti hidhatu
– Waltajjiin yeroo banametti daqiiqaa lamaaf caldhisuudhaan wareegamtoota erga yaadannee booda manguddoon warra wareegameef kadhannaa godhu. Walaloon yaadannoo gootota wareegaman yaadachiisuuf ta’u kan dursee Gumii Abbootii Gadaatiin raggaasifme ni dubbifama.
Haaluma kanaan Qeerroofi uummanni keenya akkuma durii baay’inaan Irreecha baranaa irratti hirmaachuun, gootota bara dabre nu biraa kufan kabajaan yaadachaa, haala Oromiyaafi Oromoo yeroo ammaa mari’achaa, ayyaana qabsoo hadhaawaan as gahe kana daran miira Oromummaatiin akka miidhagsinu waamicha isiniif dhiheessina.
Qeerroo Oromiyaa
You must be logged in to post a comment.