jump to navigation

Oromo TV: Amy Bergquist the Advocates for Human Rights Regarding Oromo Refugees in Yemen May 20, 2015

Posted by OromianEconomist in Oromo Refugees in Yemen.
Tags: , , , , ,
add a comment

???????????Oromo refugees in Yemen

 

 

Oromia: Oromo Federalist Congress: Obbo. Baqqalaa Nagaa Campaign Rally for OFC/Medrek in Bule Hora southern Oromia May 20, 2015

Posted by OromianEconomist in Sham elections.
Tags: , , , , , , , ,
add a comment

???????????OFC MEDREK’S Election Symbol (Five Fingers with the Open Palm'High Five Goes Viral1OFC MEDREK’S Election Symbol (Five Fingers with the Open Palm'High Five Goes Viral   The Oromo Federalist Congress (OFC/Medrek) campaign tour has continued in south and south western Oromia. On the 19th and 20th May 2015 , the campaign tour made a stop at Beddelle  in Illuu Abbaa Boora,  South Western Oromia (led by Baqqalaa Garbaa) and in Shaakkiso & Bule Hora in Guji/Borana, Southern Oromia (led by Baqqalaa Nagaa).Yet again, the OFC rally drew massive turnouts in thousands as  potential voters, who braved the constant harassment and intimidation of Ethiopia’s tyrannic  TPLF regime to express their solidarity with OFC/Medrek.  https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-19-2015/ Here are some of the pictures from Bule Hora  viral in social  media:-   Deeggarsi Caamsaa 19 fi 20 bara 2015 Magaalaa Bulee Horaatti Barreessaa Olaanaa Koongirensii Federaalawaa Oromoo Obbo Baqqalaa Naggaaf Godhamaa Ture Hedduu Kan Nama Gammachiisuu fi Nama Boonsu Dha.     Oromo Federalist  Congress rally in a Southern Oromia town of Bule Hora Oromo Federalist  Congress rally in a Southern Oromia town of Bule Hora Led by Baqqalaa Nagaa on 19 May 2015

https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-duula-filannoo-kfoofc-caamsaa-20-2015/Oromo Federalist  Congress rally1 in a Southern Oromia town of Bule Hora Led by Baqqalaa Nagaa on 19 May 2015     https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-19-2015/   Godina Wallaggaa Aanaalee Jimmaa Arjoo fi Waayyuu Qilxuu Keessatti Diddaan Uummataa Jabinaan Itti Fufe,Ummannis Wagahii Duula Filatnoo Wayyaanee Guututti Lagate. May 20, 2015 Gabaasa Qeerroo Caamsaa 19,2015 Naqamte

Godina Wallaggaa Aanaalee Jimmaa Arjoo gandoota Waayyuu Qilxuu,Kamisa Beeraa fi aanaa Nuunnuu Qumbaa ganda Bildiimmaa Qexxoo keessatti guyyaa kaleessaa uummati bakkeewwan kana jiraatu Wayyaanee fi jala deemtotashee OPDOtti waaroo salphinaa uffisan Onaa Jimmaa Arjoottis ta’e walii gala biyyattiitti filmaata sobaa geggeessituuf mootummaan Wayyaaneen tokkoshaneen nafiladhaa jedhus falmii jabaan uummata irraa itti ka’aa jira. Jimmaa Arjoo gandoota Waayyuu Qilxuu fi Kamisa beeraatti uumnata bobbaasee wayita Mootummaan Wayyaaneen akka hayyudureen tokko Shane’s isinitti agarsiisutti nufiladhaa yeroo jedhu uummati walgahii harkatti fashaleessuun kaabinoota haalaan naasuun akka rifatan Qeerroo Jimma arjoo gabaasee jira. Oduu walfakkaatuun achuma ollichatti kan argamu aanaa nuunnuu qumbaa ganda Bildiimmaa qexoorraas uumnati biyyi tokko shaneen filannoo geggeessitu addunyaa kanarraa dhaga’amee hin beeku jechuun FDG Wayyaanerratti waan dhageessisaniif yeroo ammaa kana namni bakka bakkatti sosso’uuf rakkoo guddaa keessa akka jiran Qeerroon gabaasa.

http://qeerroo.org/2015/05/20/godina-wallaggaa-aanaalee-jimmaa-arjoo-fi-waayyuu-qilxuu-keessatti-diddaan-uummataa-jabinaan-itti-fufeummannis-wagahii-duula-filatnoo-wayyaanee-guututti-lagate/