Oromia: Oromo Federalist Congress: Obbo. Baqqalaa Nagaa Campaign Rally for OFC/Medrek in Bule Hora southern Oromia May 20, 2015
Posted by OromianEconomist in Sham elections.Tags: Africa, African Studies, Ethiopia's sham elections, Freedom House in response to comments by Under Secretary for Political Affairs, Oromia, Oromo Federalist Congress, Oromo Federalist Congress (OFC) Criss-crossing Oromia with Huge Turnouts at Campaign Rallies, Oromo people, Oromummaa
trackback
The Oromo Federalist Congress (OFC/Medrek) campaign tour has continued in south and south western Oromia. On the 19th and 20th May 2015 , the campaign tour made a stop at Beddelle in Illuu Abbaa Boora, South Western Oromia (led by Baqqalaa Garbaa) and in Shaakkiso & Bule Hora in Guji/Borana, Southern Oromia (led by Baqqalaa Nagaa).Yet again, the OFC rally drew massive turnouts in thousands as potential voters, who braved the constant harassment and intimidation of Ethiopia’s tyrannic TPLF regime to express their solidarity with OFC/Medrek. https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-19-2015/ Here are some of the pictures from Bule Hora viral in social media:- Deeggarsi Caamsaa 19 fi 20 bara 2015 Magaalaa Bulee Horaatti Barreessaa Olaanaa Koongirensii Federaalawaa Oromoo Obbo Baqqalaa Naggaaf Godhamaa Ture Hedduu Kan Nama Gammachiisuu fi Nama Boonsu Dha.
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-duula-filannoo-kfoofc-caamsaa-20-2015/ https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-19-2015/ Godina Wallaggaa Aanaalee Jimmaa Arjoo fi Waayyuu Qilxuu Keessatti Diddaan Uummataa Jabinaan Itti Fufe,Ummannis Wagahii Duula Filatnoo Wayyaanee Guututti Lagate. May 20, 2015 Gabaasa Qeerroo Caamsaa 19,2015 Naqamte
Godina Wallaggaa Aanaalee Jimmaa Arjoo gandoota Waayyuu Qilxuu,Kamisa Beeraa fi aanaa Nuunnuu Qumbaa ganda Bildiimmaa Qexxoo keessatti guyyaa kaleessaa uummati bakkeewwan kana jiraatu Wayyaanee fi jala deemtotashee OPDOtti waaroo salphinaa uffisan Onaa Jimmaa Arjoottis ta’e walii gala biyyattiitti filmaata sobaa geggeessituuf mootummaan Wayyaaneen tokkoshaneen nafiladhaa jedhus falmii jabaan uummata irraa itti ka’aa jira. Jimmaa Arjoo gandoota Waayyuu Qilxuu fi Kamisa beeraatti uumnata bobbaasee wayita Mootummaan Wayyaaneen akka hayyudureen tokko Shane’s isinitti agarsiisutti nufiladhaa yeroo jedhu uummati walgahii harkatti fashaleessuun kaabinoota haalaan naasuun akka rifatan Qeerroo Jimma arjoo gabaasee jira. Oduu walfakkaatuun achuma ollichatti kan argamu aanaa nuunnuu qumbaa ganda Bildiimmaa qexoorraas uumnati biyyi tokko shaneen filannoo geggeessitu addunyaa kanarraa dhaga’amee hin beeku jechuun FDG Wayyaanerratti waan dhageessisaniif yeroo ammaa kana namni bakka bakkatti sosso’uuf rakkoo guddaa keessa akka jiran Qeerroon gabaasa.
Comments»
No comments yet — be the first.