jump to navigation

Camadaa Hundee:- Maastar Pilaanii Addis Ababaa Wayyaanee fi Icciitii Isa Duuba Jiru … Of Baraaruuf Tokkummaan Haa Kaanu! September 9, 2015

Posted by OromianEconomist in Finfinnee n Kan Oromoo ti, No to the Addis Ababa Master Plan.
Tags:
trackback

???????????Say no to the master killer. Addis Ababa master plan is genocidal plan against Oromo peopleTigrean Neftengna's land grabbing and the Addis Ababa Master plan for Oormo genocide

Gishe Abdi Wako's avatarFighting for Freedom and Equality

Posted: Fulbaana/September 9, 2015 ·

Camadaa Hundee irraa*

Weerara Minilikiin dura abbaa biyyaa kan turan ilmaan Oromiyaa naannoo finfinnee gosa Abbichuu, Eekkaa, Gullee fi Galaan kan jedhamuun beekamu ture. Bulchitootiin naannoo kana kan turaanii fi kan minili galaafate keessaa yaadannoodhumaaf jecha kan akka (Tufaa Munaa, Duulaa, Jimaa Jaatanii, Guto Waasarbi, Jimaa Tiksee, Abeebee Tufaa, Waaree Sullee, Tufaa Araddoo, Mojoo Boxoroo fi kan biroo ni jiru). Silaa otoo dhugaan jiraatee maqaa angafoota kanaan daandii fi bakkootiin seena qabeessa Finfinnee mogga’uu qaba ture. Kun afeetu qubbattuu alaalaa dhufeen moggafame. Adda durummaan Miniliki akka sabaattis ta’ee aadaan gosa kanaa naannoo finfinneetii akka maca’u taasise. Bakka waaqeffannaa Oromoo fi yaa’ii ummataa, hunda balleessuudhaan bakkota kanatti, aadaa fi safuu Oromoo wajjin kan hin deemne, moggaasa lafaa fi bakka taa’umsa bataskaana Abashaa taasisan.

Miniliki gochaa gosa Oromoo fi aadaa naannoo sanaa balleessuuf duula walirraa hin cinne taasise. Ilmaan Oromiyaa Miniliki dura dhaabbatan bifa suukanneesaa…

View original post 1,063 more words

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a comment

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.