jump to navigation

Oromia: “Say No” to Oppose Tigreans’ Master Plan – Which Is the “Master Killer” for Oromo Farmers October 7, 2015

Posted by OromianEconomist in Uncategorized.
Tags: ,
trackback

???????????Say no to the master killer. Addis Ababa master plan is genocidal plan against Oromo people. Say no.Say no to the master killer. Addis Ababa master plan is genocidal plan against Oromo peopleTigrean Neftengna's land grabbing and the Addis Ababa Master plan for Oormo genocide

http://www.gopetition.com/petitions/say-no-to-the-master-plan.html

Oromia:Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo: Mootummaan Wayyaanee Karoora Master Plaanii Magaalaa Finfinnee Humnaan Hojii Irra Oolchuuf Murteeffachuun Isaa Qabsoo Mirga Abbaa Biyyummaa Ummata Oromoo Of Booda Hin Deebisu. October 2, 2015

https://oromianeconomist.wordpress.com/2015/10/02/oromiaijoo-dubbii-adda-bilisummaa-oromoo-mootummaan-wayyaanee-karoora-master-plaanii-magaalaa-finfinnee-humnaan-hojii-irra-oolchuuf-murteeffachuun-isaa-qabsoo-mirga-abbaa-biyyummaa-ummata-oromoo-of/

Jawar Mohammed:- Xinxalaa – Labsii ‘Magaalota Oromiyaa’ fi ‘Maastar Pilaanii Finfinnee’

Onkoloolessa/October 3, 2015 · Finfinne Tribune | Gadaa.com 

Jawar Mohammed irraa*

Labsiin** Magaalota Oromiyaa Dhaabuuf jedhamee dhihaate Caffeen marii gabaabduu booda ibsa gahaafi jijjiirama tokko malee dabarsitee jirti. Labsiin kun Maastar Pilaanii Finfinnee hojirra oolchuuf seeraan hayyame jechuudhaa? Ifatti hin hayyamne. Garuu Maastar Pilaanii bira dabree dantaa Oromoofi Oromiyaan magaalota irraa qabu miidhuuf karaa guddaa bane. Akka armaan gadiitti laalla.

Labsiin kun Maastar Pilanii Finfinnee hojirra oolchuuf suduudaan hin hayyamu. Mataduremarraayyuu ‘magaalota Oromiyaa’ waan jedhuuf ‘walitti makamiinsa’ wanni jedhame kun magaalotuma Oromiyaa jidduutti daangeffama jedhamee waan fudhatamuuf yaaliin magaalota Oromiyaa kan naannoo biraatin walitti makuuf ifatti hin hayyamne. Ammoo walitti makamuun makamuun kun magaalota Oromiyaa giddutti qofa jedhamees ifa waan hin ta’iniif warra magaalota Oromiyaa muratee fudhachuu fedhiifis baniinsa (loophole) guddaa qaba.

Kana daran ammoo labsiin kun miidhaa guddaaf karaa bana. Akkamiin?

‘Jiraattota’ magaalaatiif mirgaafi aangoo guddaa kan sadarkaa zooniifi aanattuu hin jirre kenna. Akka labsii kana keessatti irra deddeebi’amee kaayametti magaalota walitti makuun, maqaa jijjiiruun, hogganoota filachuun, imammataafi tarsiimoo magaalaa hundi ‘fedhii fi waliigaltee’ jiraattota magaalaa irratti hundaaya jedha. Caffeen Oromiyaatifi godinoonni magaalonni keessatti argaman magaalota ajajuu hin danda’an, mari’achiisuu malee.

Kana qofaa miti, galiin magaalaa irraa argamu faaydaafi tajaajila magaalaa saniitif akka oolu ammas ‘fedhiifi waliigaltee’ jiraattotaatin ta’a jedha. Akkuma beekamu magaalonni handhuura galiiti. Kan magaalaa keessatti oomishamu qofaa miti, kan badiyyaan naannawa sanii callaeessus magaluma sanitti kuufama. Akka labsii kanatti galii magaalaa keessatti kuufame kun kan fayyadamuu danda’u ‘jiraattota’ magaalaa saniiti malee qonnaan bulaan ollaa magaalaa san sooromse humaa irraa hin argatu. Waan kana daran kan hammeessu, hariiroon Caffeenifi godinoonni magaalota waliin qaban, waliiftumsuufi wal mari’achuu irratti hundaaya. Magaalaan takka Oromiyaa keessaa aangoofi mirga Oromiyaanuu sirna federaalaa keessatti hin qabne laatameef.

Amma egaa, ‘jiraattonni magaalaatiif’ mirgaafi aangoo hammana guddatu kennuun maalif barbaachise? Miidhaan isaa hoo maali?

Akkuma beekamu magaalonni Oromiyaa hedduun teessoo waraana Nafxanyaa ta’uudhaan bu’uerraffaman. Sirnoota dabran keessatti aadaan magaalaa qilleensa farra Oromoo ta’een waan guutamee, akkasumas Oromoon sirna abbaa lafaatin lafa baadiyyattin waan walitti hidhameef magaalaatti kan godaanu xiqqaa ture. Bara mootummaa kanaa ammoo magaalonni adaduma babal’ataniin qonnaan bulaa Oromoo lafarraa buqqaasaa lafa isaatirra alagaa maallaqaan lafa bitate qubsisaa jiran. Kanaafu, magaalota Oromiyaa keessa qabiyyeen jiraattotaa (demographics) alagaatu heddummaata. ‘Fedhiifi waliigaltee jiraattotaa’ yoo jedhamu ammoo kan warra magaalaa san keessatti baay’ina wayyaba qabuu (majority) jechuudha. Kanaafuu labsiin kun imaammataafi fuulduree magaalota Oromiyaa keessa jiranii harka Oromootii baasee alagaadhaaf laatee jira.

Akkuma namuu argu labsiin kun ogeeyyota Oromootin qoratamee akka hin dhiyaatin ifa. 1ffaa Afaan Amaaraatirraa garagalfamuun ifatti mul’ata. 2ffaa ‘koreen’ silaa labsii kana qopheesse jedhamee Caffeetti dhiheessi yaadrimee xixiqqaa kabsii kana keessatti hammatameeyyuu sirritti akka hin galiniif deebii isaan gaafii ka’aniif kennani irraa beekuun ni danda’ama. (Fkn. garaagarummaan regiopolis fi metropolis maal akka ta’e waan hin galiniif walitti laqaa turan)

Maarree nyaaphni labsii kana tirra diddibee Caffeettii maalif erge?

1) Karoora Maastar Pilaanii Finfinnee akka jiruun osoo dhiheessanii mormiin jabaan akka isaan qunnamu ni beekan. Kanaafuu labsii Pilaanicha suduudaan ammumatti hojirraa oolchuuf isaanif hayyamu yoo argachuu dadhaban, kan dhawaatan galmaan gahuuf isaniif karaa saaqu baafatan. Akka labsiin kun isaaniif hayyametti, lafa Oromoo bitachaafi waliif kennaa waggota muraasa keessatti qabiyyee(demographics) ‘jiraattota’ magaalota naannoo Finfinnee daran jijjiruun alagoomsu. Waggoota lamaan takka booda fedhiifi waliigaltee ummata Finfinneetifi kan Burraayyuu, Sululta, Sabataa kkf sababeeffachuun magaaloonni kun Finfinnee jalatti galan.Gaafas labsii kanaafi ‘fedhii jiraattotaa’ waabeffachuun ‘seeraan’ Masster Pilaanii sani hojirra oolfatu.

2) Labsiin kun Finfinnee qofarratti kan murtaa’u miti. Magaalota akka Jimmaa, Shaashamannee, Haramaayaa, Walisoofi kan biroos harka Oromoofi Oromiyaatii baasuuf shira xaxame ta’uun beekkamaadha. Akka ani shakkutti akkuma magaalonni kun babal’ataa magaalota naannoo biroo kan ollaa san jirinin walitti dhihaatan, ‘fedhiifi waliif galtee jiraattotaan’ walitti makanii, naannolee lamaan jalaa baasanii akkuma Finfinneefi Dirree Dhawaa federaalaan bulchuuf karoora qabu.

Walumaa galatti labsiin kun balaan inni Oromoofi Oromiyaaf qabu kan Maastar Pilaanii Finfinnee daran akkaan badaadha. Hogganoonni OPDO fi miseensonni Caffee labsi shira akkanaa of keessatti hammate kana akka dantaa saba kanaa eegsisuun osoo hin fooyyessin, akkuma gubbaa itti kennametti raggaasisuu isaanitif yakkamtoota seenaati. Ummanni keenyas balaa itti aggaamame kana bifa maraan dura dhaabbachuuf dhugaafi dirqama qaba!

Labsii-Magaalaalee-Oromiyaa

http://gadaa.net/FinfinneTribune/2015/10/jawar-mohammed-xinxalaa-labsii-magaalota-oromiyaa-fi-maastar-pilaanii-finfinnee/

Caffeen Labsii Maaster pilaanii Magaaloota Nannoo Oromiyaaf qophaa’e raggaase.

OMN:Oduu Onko.02,2015 Caffeen Oromiyaa Labsii Magaalota Naannnoo Oromiyaa walitti makuuf qophaa’ee yaa’ii idilee lammaffaa taa’een raggaase jira.

Akka Labsii kanaatti Magaalonni Oromiyaa akka walitti makaman fi Maqaan isaanis akka jijjiramuu danda’u tumamee jira.

Labsiin Caffeen Oromiyaa baase akka ibsutti Magaalonni Oromiyaa fedhii jiraattotaa qofaan walitti makamuu akka danda’an kan tume yoo ta’u sirni gita bittaa darbe Oromoon akka magaalota keessatti bu’uura hin godhane waan uumeef Magaalota Oromiyaa keessatti saboonni biroon akka murtii kennaniif kan haala mijeesseef akka ta’e himamaa jira.

Labsiin Magaaloota Oromiyaa ilaalchisuun bahe dhimma Master Pilaanii Finfinnee yoo eeruu baates kaayyoon isaa inni guddaan Maastar Pilaanii Finfinnee hojii irra oolchuuf maqaa geedaratee akka dhufe xiinxaltonnii himaa jiru.

Magaalonni walitti makamu jedhaman kunneen Magaalota Ollaa Oromiyaa ta’uu fi dhiisuu isaa yoo ifa gochuu baates labsiin kun karoora Maaster pilaanii Finfinnee kanaan dura Mormii hammaan mudatee fi lubbuu baratootaa hedduu galaafate hojiirra oolchuuf ta’e jedhamee akka qophaa’ee keessa beektonni himaa jiru.

Maqaan Magaalaa tokkoo fedhii fi waliigaltee jiraattota magaalichaatiin jijjirama inni jedhu aangoo Caffeen Oromiyaa kan dhiibuu fi Caffeen Oromiyaa labsii heera naanichaa fi mirga caffee dhiibu akka baase illee tumaan labsii kanaa ni mullisa.

Miseensonni Caffee Oromiyaa haara filatamanii seenaan danbii fi seeraa Caffichaa utuu hin hubatin jalqabumaan murtii bara dheeraaf lafa irra harkifachaa ture fi Oromiyaa guutummaatti mormamaa jiru murteesisuun bulchiinsa naanichaa jeequmsa keessa akka galchu danda’u fi ummanni ija shakiin akka ilaalu kan godhee ta’uumis beekameera.

Alamaayyoo Qannaa tiin

https://www.oromiamedia.org/2015/10/caffeen-labsii-maaster-pilaanii-magaaloota-nannoo-oromiyaaf-qophaae-raggaase/

Labsii Caffeen Oromiyaa Magaaloota Oromiyaa ilaalchisuun tume iftoomina hin qabu jedhame.

OMN:Oduu Onk.02,2015 Labsiin Caffeen Oromiyaa dhimma magaalota Oromiyaa ilaalchisuun baasee iftomina kan  hin qabne fi erga siyaasaa addaa akka of keessa qabu Pirezdantiin Mana Murtii waliigalaa Oromiyaa duraanii obbo Tashaalee Abbaraa OMN tti himan.

Master Pilaaniin Fnfinnee bara darbe bahee sirri miti jechuun guutuu Oromiyaa keessa baratonni Dhaabbilee barnoota ol aanaa utuu hin hafin hiriiraa bahuun morma turan hordofuun lubbu namootaa darbe qabeenya barbaada’e fi kanneen sababa sanaan mana hidhaa adda addaa keessatti dararaa utuu argaa jiranii Caffeen Oromiyaa labsii addaa sanaan wal qabatu tumuun rakko guddaa akka ummu danda’u Obbo Tashaalee Abbaraa himanii jiru.

Oromiyaan Finfinnee irra faayidaa addaa akka argattu heera biyyatti irratti tumammee utuu jiru waggoota 24 darban keessatti kabachiisuu kan dadhabe Mootummaan Naanno oromiyaa Magaalota Oromiyaa warreen Federaalaatti kennuuf maaliif akka tattaaftu ifaa akka hin taanes himaniiru.

Pirezdanrt Mana Murtii waliigalaa Oromiyaa kan turan fi sirna sana jibbuun biyya Ingliz kan jiraatan obbo Tashaaleen Magaalaan Guddoon oromiyaa Finfinnee irra gara Adaamaatti yemmuu jijjirames Caffeen Oromiyaa aangoo isaatti fayyadamuu dadhabee Labsii seena keessatti isaanii qaaneesse murteesuun eenyummaa isaanii mullisuu dubabtan.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa dantaa fi faayidaa Ummata Oromoofan dhaabadha jedhu dhibba federaalaa irra itti dhufu bu’uura heera Mootummaan keesummessuu utuu qabuu faalla isaa hojjechaa waan jiruuf kun immo hegeree Oromiyaaf yaaddaoo gudda akka ta’e dubbataniiru.

Moootummaan Itoophiyaa Misooma malee Dimookirasiin hin barbaachisu sadarkaa jedhu irra gahuun abbaa irrummaa hojiin akka agarsiisaa jiru kan himan obbo Tashaalee Abbaraa bara 2005 irra eegalee dhaabileen dimookirasii hunduu cufamaa akka deeman dubbataniiru.

Alamaayyoo Qannaatu gabaase.

https://www.oromiamedia.org/2015/10/labsii-caffeen-oromiyaa-magaaloota-oromiyaa-ilaalchisuun-tume-iftoomina-hin-qabu-jedhame/

Hundreds Change Profile Pictures to “Say No” to Oppose Tigreans’ Master Plan – Which Is the “Master Killer” for Oromo Farmers

Onkoloolessa/October 1, 2015 · Finfinne Tribune | Gadaa.com

Hundreds of Oromo (and friends of the Oromo) Facebook and Twitter users have changed their ‘profile pictures’ to the “Say No” graphic asnews broke out earlier on September 30, 2015, that the Tigrean-led Ethiopian government was advancing to finalize the “Addis Ababa Master Plan” through its agent OPDO. The “Addis Ababa Master Plan” aims to evict millions of Oromo farmers from the Oromia Federal State’s localities around Finfinne (Addis Ababa) in order to take the land for Tigrean investors, Tigrean real-estate developers and Tigrean commercial farmers while Oromo farmers will become day-laborers (unskilled workers), guards, housemaids, etc. (i.e. low-wage earners) on the Tigrean investment hub (called “Industrial Zone”) in Central Oromiyaa. In addition to Central Oromiyaa, these Tigrean “Industrial Zones” are to be built all over Oromiyaa near major cities/towns, such as the Dire-Dawa Industrial Zone near Dire-Dawa, the Jimma Industrial Zone near Jimma city, and so on – more details can be read here.

https://www.oromiamedia.org/2015/10/omn-oduu-fulbaana-30-2015/

Say no to the master killer. Addis Ababa master plan is genocidal plan against Oromo people. Say no.

SayNo2MasterKiller – “Say No to Addis Ababa’s Illegal Master Plan

PETITION: SAY NO TO THE MASTER PLAN

http://www.gopetition.com/petitions/say-no-to-the-master-plan.html

Petition published by Tsegaye Ararssa & Girma Gutema on Oct 02, 2015

Target: Federal Government of Ethiopia, National Regional State of Oromia, City Gov’t of Addis Ababa

Petition Background (Preamble):

We, the Oromo people in Ethiopia, the Oromo diaspora across the globe, friends of the Oromo people in and outside of Ethiopia, all other progressive forces in Ethiopia and beyond, and all forces dedicated to the ideas and ideals of justice and democracy, and those of us committed to the principles of liberty and equality of all peoples everywhere, stand together in protest to the proposed Addis Ababa Integrated Regional Development Plan (otherwise known as the Master Plan).

In particular, we request the Federal Government of Ethiopia, that of the National Regional State of Oromia, and of the City of Addis Ababa to immediately stop the implementation of the Master Plan. As the Caffee Oromiyaa meets to adopt the Urban Development Bill of the Region (Wixilee Labsii Magaalota Motummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuf [dhiyaate]), a bill in which the matter of the Master Plan is to be passed in disguise, we like to remind the members that they are at a rare historical moment, a moment when each of them should try and align the call of their conscience and their constituency to that of their party. We urge them to vote the bill down and stop the implementation of the Master Plan. We urge them to start wide-ranging, consultative, and participatory meetings directly with the people in order to address discontents that emerged in relation to, and triggered by, the release of the Master Plan.

So doing is of utmost urgency to the people of Oromia (whose human rights are being violated), the Government of Oromia (whose right to self-governance is defied, whose territorial jurisdiction is bypassed, whose special interest is ignored, and whose stability is endangered), and the government of Addis Ababa (whose people’s rights and interests are ignored, whose right to just administration is repeatedly violated, and whose peace and stability is increasingly at stake).

We demand the interruption of the implementation of the Master Plan and a reconsideration of its process, content, and consequence anew. We do so fully aware of the fact that, as it stands now, the proposed Master Plan lacks legitimacy in the process of its making, in its content, and in its consequence. We believe that the process was not consultative, transparent, and participatory. Its content violates the right of Oromia to self-governance, the rights of the inhabitants to socio-economic rights (such as the right of farmers to subsistence, of people to adequate standard of living, of the Oromo inhabitants to cultural rights such as language, education, and other social services), and the power of Oromia to co-equal administration of the city as its capital. Moreover, its content illegally excises the towns and Woredas of the Special Zone out of the jurisdiction of Oromia and unconstitutionally unites them with the city of Addis Ababa. In short, it expands the territorial and jurisdictional extent of the city to Oromia. In its consequence, it is neither legally defensible nor morally justifiable.

We believe that it will have, as it already had, a negative impact on the people and governments of Oromia and the inhabitants in the area. Thousands of farmers are, and will be unjustly deprived of their only means of subsistence. They are, and will be, removed from their ancestral land and displaced by the wealthy few that favour the regime in power. These farmers and their families are and will be dispossessed, homeless, and unemployed urban poor. The development the regime claims to bring about are not development of the people but an illegal and unjust enrichment of the few. To the Oromo people, its result is eviction en masse through a systematic state act of ethnic cleansing. Its result is the unconstitutional usurpation of the region’s power. It is a forced incorporation of the Oromo territory and people into a city administration that is illegally made already outside of the administrative jurisdiction of Oromia, an administration to which the hosts, i.e., the Oromo, are made the guests. The implementation of the Master Plan exacerbates the already grave conditions in which the Oromo of the area live. It dissolves the constitutionally recognized special interest of Oromia in the city. It imposes a forced cultural assimilation of the Oromo mass by marginalizing their language, invisibilizing their culture, and misrecognizing their identity. It poses a major threat to peace by intensifying conflict between investors and the local inhabitants. It poses a major threat of pollution caused by liquid waste and other acts of environmental degradation. (This, too, is against the constitutional right to a clean and pure environment.)

The implementation of the Master Plan has provoked an Oromia-wide mass protest in 2014. In response, the government brutally murdered over 70 Oromos, wounded hundreds, and illegally detained many more. Not a single one of the perpetrators have been brought before justice to date. To continue to implement the plan now is to invite another round of protest that may result in an even worse violence that might in turn result in a more intensely violent clash between the government and the people and among interest groups in the area.

Petition:

Therefore, we the undersigned seek to draw the regime’s attention to these flaws in the process, content, and consequence of the Master Plan and we urge the government to stop causing an imminent disaster even as it disguises the issue in the new Urban Development Bill. We stand united as a voice of the underprivileged and silenced poor. We stand as a voice of conscience, a voice for justice.

We demand an immediate cessation of the implementation of the Master Plan because we believe it is legally indefensible (as it violates the constitution and other laws of the country), politically implausible (as it has been comprehensively rejected by the people, even through sacrifice in lives, limbs, and futures), and morally unjustifiable (as it is an unfair eviction of poor farmers from their land, denial of their right to the only means of subsistence, deprivation of their identity, a systematic act of mass displacement, and a blunt attempt to cleanse of the land of its Oromo inhabitants).

We also urge that the government starts to enforce the special interest of Oromia over Addis Ababa in accordance with the constitutional imperative in Article 49. We demand that the governments of FDRE, Oromia, and the city of Addis Ababa to establish, jointly or separately, independent and impartial commission(s) to inquire into the government’s violence unleashed on the protestors in 2014 and to address the discontents around it.

Comments»

No comments yet — be the first.

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

%d bloggers like this: