Oromia: Seenaa Solomoon: “Akkamiin Diina Gombisu?” New #OromoProtests Music January 23, 2016
Posted by OromianEconomist in African Beat, African Music, Oromo Music, Seena Solomon, Uncategorized.Tags: Ancient African Music, Kemetic music, Music, Oromo music, Oromo music and Oromo identity, Seena Solomon, Traditional music of Oromia
trackback
Egaa sichi nyaannaa yoom nyaanne foon maddii
Galma ga’uf jiraa kan yaanne iddoo qabdii
Abdii hin kutadhu akkamiin kutadhaa
Dirqama enyummaa ba’aa sabaan baadha
Imaanaa haadha koof Imaanaa Abbaakoo
Galmaan ga’uf demaa cinaa dhabus hirko
Lammiin qabsa’uf sun hanga humna kooti
Dugda natii kennee na laatuus ormatii
Kaayyoon qaba anii kaayyoo hin jijjiiramnee
Kan umamnii dhiigaan makee anaaf kennee….
http://finfinnetribune.com/Gadaa/2016/05/seenaa-solomoon-oromummaan-kan-namni-namaf-latee-namaara-fudhaatu-miti/